10 Jul 2026, 19:34 UTC337 views1 reactionsread 7 August 2026 Photo
📮 السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
🎓 Barattoota keenya jaalatamoo fi kabajamoo, Yeroon haawwiin eegamaa ture kunoo Fedhii Rabbiitin amma ga'eera!! 🤍
📅 Sagantaan keenya jalqabaa wal argaa bulchiinsaa waliin ta'a.
Wal argaa kana keessatti qabxiilee armaan gadii kan waliin ilaallu ta'a:
🔹 Akkaataa Marsariitii (Pilaatifoormii) itti fayyadamtan isiniif ibsina.
🔹 Akkaataa barnoota viidiyoo, hojii manaa fi qormaata itt…
❤1
Signed Garomsa Mohammed
15 May 2026, 18:13 UTC664 views0 reactionsread 7 August 2026 Photo
⭐️ Akkaadaamiin Afriikaa - Afaan Oromoo haalaa gaariin isin simata
✅ Faayidaalee Akkaadaamii kanaa keessaa:
💵 Akkaadaamichi bilisa (kaaffaltii malee), akkasumas umrii hundaaf dhiiraa fi dubartootaaf banaadha.
📱Fageenyarraa taa’anii bilbila ykn laabtopiidhaan barachuun ni danda'ama.
👳♀️ Sirna baruu-barsiisuu saayinsaawaa fi salphaa ta’e kan hayyoota ciccimoon barsiifamu.
📄Gosa barumsaa hundaaf qormaata madaallii fi …
Signed Garomsa Mohammed
6 May 2026, 17:53 UTC188 viewsread 7 August 2026 File
ملخص فقه الحج والعمرة.pdf
Signed Abul ғaaruq💟❣
5 Mar 2026, 07:43 UTC562 views1 reactionsread 7 August 2026 Video
Madrasaa Imaan Cinaa Haa dhaabbannuu
✔️︎ 𝚀𝚄𝚁𝙰'𝙰𝙽𝙰
✔️︎𝙷𝙰𝙳𝙸𝚂𝙰𝙰
✔️︎𝚍𝙰ع𝚠𝚊 𝚕𝚎 𝚐𝚊𝚛𝚊𝚐𝚊𝚛
✔️︎𝚠𝚊𝚕𝚊𝚕𝚘
✔️︎𝚐𝚘𝚛𝚜𝚘𝚝𝚊 𝚟𝚒𝚙
✔️︎𝚑𝚞𝚗𝚍𝚊𝚠 𝚊𝚛𝚔𝚊𝚌𝚑𝚞𝚏
👇👇𝙹𝚘𝚒𝚗👇👇
https://t.me/Gaaro123
𝙹𝚘𝚒𝚗 𝚚𝚘𝚏𝚊
جزاك
الله خيرا
👍1
Signed Garomsa Mohammed
26 Feb 2026, 04:35 UTC357 views0 reactionsread 7 August 2026 Photo
As wr wb
Obboleeyyan khiyya jaalatamoo,
Namni Islaama ta’e hundi waan gaarii Rabbi bira hawwa. Rabbiin yaada qulqulluu fi muraada gaarii qalbii keenyarra jiru nuuf haa guutu.
Madrasaan Iimaan magaalaa Mi’eessoo Ganda Bunoo (6) keessatti argama, iddoo Qur’aanaa fi Sunnah itti baratamu, ijoollee fi dargaggoota keenya iimaana irratti guddisu dha. Gumaachi isiis hawaasaaf ifa ta’eedha.
Rabbiin ni jedha:
> “Eenyutu ka…
Signed Abul ғaaruq💟❣
17 Feb 2026, 15:37 UTC706 viewsread 7 August 2026 Baga ji’a kabajamaa, jaalatamaa, ji’a Ramadaanaa bara 1447 nu gahe!
Maatii kiyya, firaa kiyya, akkasumas saahibban kiyya hundi Muslimtootaa, baga ji’a qaalii kana geessan.
Ji’i kun ji’a rahmataa, araaramaa, gammachuu fi milkii dha.
Rabbiin (SWT) ji’a kana keessatti:
* Rahmata Isaa nuu haa buusu,
* Dilii keenya nuu haa araaramu,
* Ibidda Jahannam jalaa nu haa bilisa baasu,
* Ibaadaa keenya nuu haa qeebalu,
* Gammac…
Signed Garomsa Mohammed
1 Feb 2026, 15:20 UTC617 views2 reactionsread 7 August 2026 🌙 Ergaa Gabaabaa Dargaggoota Islaamaatiif
Fadlii Guyyaa 13, 14 fi 15ffaa Ji’a Sha‘abaanaa
Yaa dargaggoota Islaamaa!
Ji’ni Sha‘abaanaa ji’a guddaa qophii Ramadaanaati. Keessattuu guyyaan 13, 14 fi 15ffaa guyyaa kabajamoo dha; kanneen ayyaamul Biid (الأيام البيض) jedhaman.
🔹 Nabiin ﷺ akkana jedhan:
«صيام ثلاثة أيام من كل شهر صيام الدهر كله»
“Ji’a hunda keessatti guyyaa sadii soomuun akkuma bara guutuu soomuu ti.”
…
👍2
Signed Garomsa Mohammed
1 Feb 2026, 15:18 UTC161 viewsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Garomsa Mohammed
18 Jan 2026, 08:15 UTC750 views2 reactionsread 7 August 2026 Photo
#Nasiihaa gabaabaa dargaggoota Islaamaaaf
Yaa dargaggoo Islaamaa 🌱
Dargaggummaan kennaa Rabbii guddaati; yeroo jabina, hawwii fi humnaati.
Garuu akkuma dargagguummaan tola Rabbii ta’e, qormaata guddaadha.
Yeroo kana Rabbii kee beeki, #salaata kee eegadhu, #Qur’aana wajjin hidhami.
#Badii fi fedhii lubbuu irraa of qusachuun kabajaa fi ifa qalbii siif fidee dhufa.
Addunyaa gabaabduu kanaaf Aakhiraa dagachuu hin qabdu;…
👍2
Signed Garomsa Mohammed
21 Dec 2025, 17:53 UTC196 viewsread 7 August 2026 As wr wb
Signed Garomsa Mohammed
27 Nov 2025, 16:45 UTC≈1,130 views3 reactionsread 7 August 2026 ❤️💚 HAA BARANNU 💚❤️
~~
Baratan carraaqan
Dhabaniif wahayyuu
Barumsi yoomillee
Namni ittiin fayyu
Khan barachaa du'an
Jannataan nu gayu
Ilmii diin islaami
Khan si godhu hayyuu
Khan biraatiis gaarii
Barachuun waan dansa
Yoo diin khankeen beeyne
Kharaarraa si dabsa
Addunyaa guddisee
Hamlee si gabaabsa
Wama dunyaa qofaan
Yeroo tee dabarsa
Lachuu haa qabannu
Furmaanni lachuuti
Academy dh…
❤3
Signed Garomsa Mohammed
26 Nov 2025, 16:26 UTC788 views2 reactionsread 7 August 2026 Humna SAMMUU keetii Beeki!
(The Mind is POWERFUL)
Dandeettii! Ajaa'ibaa!
✪ Mee itti yaadi! Jireenya kee keessatti balbala meeqatu cufaa sitti fakkaatee garuu mitii?
⁃ Humna ajaa'ibsiisaa sammuun kee qabutti fayyadami!
⁃ Wanti ati hojjechuu hin dandeenye tokkollee hin jiru.
✪ Sammuun kee baay'ee cimaa ta'ee qabeenya sitti kenname yoo ta'u, Akka ta'utti itti fayyadamuun si irraa eegama. Sammuu keetti maaltu dhaga'…
🥰2
Signed Garomsa Mohammed
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Gaaro123. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.