12 Sept 2026, 11:32 UTC≈5,770 views13 reactionsread 18 September 2026 Barattoonni keenya Yuunibarsiitii Jimmaa hundi akkam jirtu ?
Baga bara haaraa 2019 tti nagaan ceetan isiniin jechaa; barattoonni bara 2019 hin eebbifamne/ G.C hin taane GDASAO Yuunibarsiitii Jimmaa keessatti hojiilee garagaraa hojjechuu kan barbaaddan, Koree ta'uun hojjechuuf fedha kan qabdan, manneen barnootaa kutaa gadii gumiilee kanneen akka Gumii Afaan Oromoo(GAO), Gumii Ogbarruu Afaan Oromoo (GOAO), Gumii…
❤11😁2
Signed Ebisa Nugusa Lemmessa
10 Sept 2026, 17:50 UTC500 views9 reactionsread 18 September 2026 Photo
🕊🌻🌻🌻🌻🌻🕊🌻🌻🌻
🌻🌻 Baga 🌻🌻️🌻🌻🌻
🌻🌻 Bara Haaraa 🌻🌻🌻🌻
🌻🌻 Nagan Geessan 🌻🌻️
🌻️🌹🌾🌻💐🌷🌻🌻🌻🌻
🕊🌻🌻🌻🌻🌻️🕊🌻🌻🌻
Baga bara haaraa nagaan geessan! 2019.
GUMII DAGAAGINA AADAA, SEENAA FI AFAAN OROMOO YUUNBARSIITII JIMMAA(GDASAO YJ)
❤9
Signed 𝐉𝐚𝐟𝐞𝐫 🦋 إبراهيم
10 Sept 2026, 08:55 UTC301 views3 reactionsread 18 September 2026 Forwarded from @Harartube1Photo
Photo, posted without a caption
❤3
Signed 𝐉𝐚𝐟𝐞𝐫 🦋 إبراهيم
6 Sept 2026, 10:07 UTC≈1,060 views21 reactionsread 18 September 2026 Photo
.🕊️REST IN POWER LEGEND🕊️
Nagaan Boqodhu Artisti Ilfinesh Qannoo! 😭💔🕊️
Sagaleen kee, aarsaa ati kaffaltee fi seenaan kee bara baraan onnee keenya keessa jiraata.
Waaqayyo maatii fi uummata Oromoof jajjabina haa kennu.
😭21
Signed Ebisa Nugusa Lemmessa
31 Aug 2026, 17:48 UTC521 views3 reactionsread 18 September 2026 Forwarded from @Harartube1
🔴 YUUNIVARSIITII Jimma bara 19 52 G.C Godiina Jimmaa✨🦋 magaalaa jimmaatti hundeefame.
FINFINNE IRRAA KM 353 FAGAATA💫🦋
🔴 Yuunivarsiitiiwwan beekkamoo fi gurguddoo Itoophiyaa keessaa isa tokko.✨🦋
🔼 Qulqullina barnootaatiin akka guutuu itoophiyaatti yuunivarsiitii finfinneetti aanee sadarkaa ❷ffaa irratti argama. akkasuma akka baha Afriikaatti sadarkaa 5ffaa fi akka Afriikaatti immoo sadarkaa 70ffaa irratti argama.🌺
…
❤3
Signed 𝐉𝐚𝐟𝐞𝐫 🦋 إبراهيم
30 Aug 2026, 08:53 UTC290 views6 reactionsread 18 September 2026 Forwarded from @JUSU1Photo
Participation in African Leadership Excellence Academy (AFLEX) Leadership Training!
Representatives of the Jimma University Students Union and Jimma University Peace Forum had the privilege of representing Jimma University at the AFLEX Leadership Training.
The program focused on youth empowerment, leadership development, mindset, emotional intelligence, teamwork, time management, and community engagement, while cre…
❤6
Signed 𝐉𝐚𝐟𝐞𝐫 🦋 إبراهيم
15 Aug 2026, 11:50 UTC≈1,340 views23 reactionsread 18 September 2026 Photo
Dargaggeessi kun Shukrii Abraahim jedhama. Yuunivarsiitii Jimmaa irraa muummee Accounting and Finance'n bara kana(2018) eebbifame. Dhalootaan Godina Harargee lixaa Aanaa Doobbaa Araddaa Caffee Baanteeti.
Biyya dimokiraasii jedhanii maqaa dhahan keessatti , Gaafa guyyaa 4/12/2018 tti Aanaa isaa
Doobbaatti waamuun hojii si galchina jedhanii erga inni deemee booda dirqamaan gara Raayyaatti makamta jechuun ammatti h…
👍20😢3
Signed Ebisa Nugusa Lemmessa
11 Aug 2026, 19:40 UTC≈1,760 views11 reactionsread 18 September 2026 Photo
Qomoon keenya dhiigaa jira!
Qomoowwan keenya Oromiyaa dhihaa hidhattoota FAANNOO'tiin weerarri irratti banamee ajjeefamaa waan jiraniif barattoonni keenya bakka garagaraa jirtan saba keessaniif gama qunnamtii hawaasaa qabdaniin sagalee akka taatan isiniin jenna!
😢11
Signed Ebisa Nugusa Lemmessa
6 Aug 2026, 10:38 UTC≈1,160 views2 reactionsread 18 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤2
Signed 𝐉𝐚𝐟𝐞𝐫 🦋 إبراهيم
6 Aug 2026, 10:38 UTC≈1,250 views4 reactionsread 18 September 2026 Dr. Darajjee Ingidaa Pirezidaantii Haaraa Yuunivarsiitii Jimmaa Ta'uun Muudaman
Dr. Darajjee Ingidaa Ministeera Barnootaatiin Pirezidaantii haaraa Yuunivarsiitii Jimmaa ( Jimma University ) Universit ta'uun muudamaniiru.
Sirna walharkaa fuudhinsa aangoo guyyaa har'aa Pirezidaantiin Yuunivarsiitii Jimmaa duraanii, Dr. Jamaal Abbaa Fiixaa, yeroo tajaajila hoggansa isaanii milkaa'inaan xumuranitti aangoo isaanii Dr. D…
❤4
Signed 𝐉𝐚𝐟𝐞𝐫 🦋 إبراهيم
3 Jul 2026, 15:09 UTC≈2,390 views11 reactionsread 18 September 2026 Photo
His story is a message to everyone who has ever been told, "You can't."
Today, we celebrate a remarkable example of courage and determination. After losing his right leg in a tragic car accident in 1999 E.C. while still in elementary school, many believed his dreams had ended. But he chose faith over fear and perseverance over despair.
Despite countless challenges, he continued his education with unwavering determi…
❤11
Signed 𝐉𝐚𝐟𝐞𝐫 🦋
Showing the 11 most recent of 11 posts we hold for @GDASAOYJMH5. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.