13 Nov 2025, 06:06 UTC497 views3 reactionsread 6 August 2026 Forwarded from @beya_quotePhoto
Jaalala keessati "game" jiru.❤️🩹
Namni tokko nama tokko haalaan jaalata, nama saniif waa hunda ni dhaba, akka tasaa deebi'ee nama san yoo dhabe, ni miidhama, akka tahe tahee miidhama san irraa ni fayya, nama isa miidhee kute san wajjiin deebi'ee hin tahu, nama san garuu hin dagatu !
Namni isa miidhee kute san garuu nama akka nama sanii isaanif tahu dhabeeti barabaraan sheenaan jiraata.
Maal jachuun fadhe beeytaa?…
👍2❤1
13 Nov 2025, 06:06 UTC410 views1 reactionsread 6 August 2026 https://t.me/Dhandhama_jaalalaa
❤1
2 Nov 2025, 04:16 UTC489 views4 reactionsread 6 August 2026 Akkam bultan hundii maatii☀️ dhandhama jaalalaa ❤️
@Dhandhama_Jaalalaa
❤2👏2
18 Oct 2025, 21:57 UTC583 views1 reactionsread 6 August 2026 🌿 Seenaa Nama Buhaarsuu: Nama Jaalala fi Hafuura Gaarii Qabu
Maqaa: Oromiyaa
Bakka dhalootaa: Oromiyaa, Ethiopia
Oromian nama sammuu qulqulluu, yaada gaarii fi ilaalcha jaalalaan guutame qabu ture. Inni yeroo hunda nama biraa gammachiisuuf yaala ture. “Nama gammachiisuun of gammachiisuu dha,” jechuudhaan, wanti inni hojjatu hunda jaalala fi kabajaan kan guutame ture.
Sammuun isaa yeroo hunda ifa ture waan badaa ir…
❤1
18 Oct 2025, 19:58 UTC433 views2 reactionsread 6 August 2026 Halkkan kun carraa tokko qabate sii dhufe innis waa hundaa caalaa fayyaa qabaachu keetii gammadu qabda caraaa ati fayyaa qabaachu keti galata hin galchin ,meeqaatu jira kan dhukkubsaacha galata rabbii galchu kan boruu rabbiitu beeka wan ta'ef boru fayyisu danda’a, waaqa kee galatoomfacha jiraadhu 🤲🥰
❤2
18 Oct 2025, 18:46 UTC424 views1 reactionsread 6 August 2026 Jirra jirttu ,akkam jirttu marti keessanu , turtti yeroo dheera booda ngy walitti deebine jirra , welcome isiinin jedha 🤝🤝🤝🤝
👍1
26 Sept 2024, 11:20 UTC900 views1 reactionsread 6 August 2026 https://t.me/the_capybara_meme_bot/start?startapp=fb9ec218b006477126f4d1cf1a100848
🌟 Click here to boost me to win a 0.04 TON reward! ASAP
👍1
21 Jul 2024, 17:15 UTC≈1,220 views10 reactionsread 6 August 2026 AARII FI DHIIFAMA
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
AARII 💥
Aariin wanta darbe yookiin waan keessa jiran tokkoof miira sirrii hin taane argisiisuun gocha raawwatamu ta'uu danda'a. Addunyaan libsuu ijaatti nama gantu kun libsuu ijaaf akka namni boqotu hin feetu. Isa darbeef aaruun isa har'aa osoo hin raawwatin nama hambisa. Aariin akka qiinqaniin keessa mukaa nyaatee fixuudha. Kanaaf waan si hin fayyadneef jettee, qoraattii aariitin sam…
👍6❤4
21 Jul 2024, 16:58 UTC976 views4 reactionsread 6 August 2026 8. Iddoo olmaa dargaggoota fi ispoorti godinaa Harargee baha, magalaa Mayaa fi lixa akkaa xiyyeeffannaa argatu .
9. Rakkoo gabaa jimaa furmaata fi xiyyeeffannaa akkaa argatu
Mottummaan gaafilee kana fi kaneen biroo karoora bara 2017 keeysatti xiyyeefannaa kannee akka irratti hojatu gaaftanii jiruu .
👉Gaaffiin ummaataa haayyoota beekkumsa sayiinsawa qabanin hoggaa dhiyaatu heddu namatti tola. 👌
✍️Nama quuqama biyyaa …
❤2👍2
21 Jul 2024, 16:58 UTC909 views1 reactionsread 6 August 2026 Photo
✍️Dr Abdi Mohammed itti aanaa yuuniversiitii haramaayaa akkasuma Nama qorannoo hedduu gaggeeyse fi Miseensa Caffee yoo tahu har'a Gaaffii Ummata Harargee takka osoo hin hanbisini harcaasin Miseensa Caffee irratti kaasuudhaan bakka bu'ummaa ummaata isaa hojiin mirkaneeseeti jira .
1.Rakkoo Bishaan Dhugaati Aannaale hararghe Baha fi Lixaa keessaa jiraan Bakkanisa oromooti hangaa bishaan Awaashiti .
2. Rakkoo Ijaarsi X…
❤1
19 Jul 2024, 19:18 UTC777 views6 reactionsread 6 August 2026 📍Namichis gammachuudhaan fuula kitaabichaa isa itti aanu bane, akkaataa xiyyaaricha lafa irraa ol kaasuun balali'uu itti jalqaban irratti ajaja barreeffamaa biroo akka argatuu abdate.
📍Akkuma tilmaame qajeelfama "xiyyaara lafa irraa kaasuun balali'uuf furtuu magariisa gadi qabaa" jedhu argate. Achumaan funyaan xiyyaarichaa lafa irraa gara samiitti ol ka’ee, hoggasuma qaamni xiyyaarichaa guutuun qilleensa keessa saff…
❤4👏2
19 Jul 2024, 19:18 UTC664 views2 reactionsread 6 August 2026 Photo
Si Fayyadaa Dubbisi‼️
🛬🛫🛩✈️🛬🛫🛩✈️🛬🛫🛩✈️🛬🛫🛩
📍Namni suuraa irratti mul'atu kun nama xiyyaara qulqulleessu yoo ta'u suuraan kun yeroo hojii idilee isaatiin kutaa balaliistotaa qulqulleessu kan kaafamedha.
📍Qulqulleessaan kun osoo hojii isaa hojjataa jiru kitaaba "How to Fly an Airplane - For Beginners, Volume 1" jedhu kutaa balaliisaa keessaa arge.
📍Kitaabicha yommuu banu, fuula jalqabaa irratti "Motora xiyyaarichaa kaa…
👍2
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Dhandhama_jaalalaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.