7 Aug 2026, 20:53 UTC51 views3 reactionsread 8 August 2026 Jaalalleen kee bareedduudha tanan guyyaattii yoo xiqqaatee dhirri sadii (3) gaaffii jaalala ni dhiyyessaaf!
ππ½ Torbettii dhiraa 21
ππ½ Ji'attii dhiraa 84
ππ½ Waggaattii dhirrii 1008
Carraa isaanii ni yaaluu ; Brother jaalallen kee hammam yoo si jaalatteyyuu dhirootaa 1008 kessaa Dhiraa 1f tole hin jettu jette yaddaamee ?π€
#Bohaartii_KOLFA
#Bohaartii_KOLFA
π1π₯°1π1
Signed π¦. . Typhing π¦
7 Aug 2026, 20:46 UTC14 views2 reactionsread 8 August 2026 Utuu bareedinni cubbuudha ta'ee garuu ATI inni dubbisaa jirtu si qofati jennata gala ture. π
Ni Beekta turtee garuu πππ
#Bohaartii_KOLFA
#Bohaartii_KOLFA
π1π1
Signed π¦. . Typhing π¦
7 Aug 2026, 20:32 UTC14 views3 reactionsread 8 August 2026 Fuula guuruΓΉ caalaa kolfaatu oddeffanno ga'aa namaaf kenna πβ¨. Kanaaf adabu caalaa jajjabeessutu nama barsisa π. #React
#Bohaartii_KOLFA
#Bohaartii_KOLFA
π―1π€1π1
Signed π¦. . Typhing π¦
7 Aug 2026, 20:25 UTC14 views3 reactionsread 8 August 2026 Wantoota argachuuf namatti ulfaatan
WiFi password hin qabne π
Dubartii jaalalle hin qabne π
Dargaggeessa suusi hin qabneπ
Kaabinee gubboo hin nyaanneπ
Akkam wayya π€π₯±
React
#Bohaartii_KOLFA
#Bohaartii_KOLFA
π1π₯1π1
Signed π¦. . Typhing π¦
7 Aug 2026, 20:23 UTC14 views3 reactionsread 8 August 2026 Obbolessakoo durba kubbaa ilaaluu jaallattu fuudhi yooma amala hin qabdu tahellee daqiiqaa 90f hafuura fudhattaatii!ππ
#Bohaartii_KOLFA
#Bohaartii_KOLFA
π1π₯1π1
Signed π¦. . Typhing π¦
6 Aug 2026, 18:35 UTC83 views2 reactionsread 8 August 2026 Amala Chiikota faaraa
1) Dhiira 3,5 faana haasa'u ulaagaa Araadummaatti lakkooftiπ
2) jaalallee isheef amanamuu akka gowwu--mmaatti ilaaltiπ
3) Kaayyoon ishee inni guddaan dhiira qarshii qabu gaaduudhaπ
4) Maallaqa argattu hunda har'uma ittiin miidhagdee arrumutti fixxiπ
5) Maallaqa argachuuf ofii ishee hanga gurguruutti nii geessiπ°
6) jaalalleen ishee yoo ishee dhiise, na dabbarraanan dhiise jettee afuuftiπ€
7) Boriβ¦
β€1π1
Signed π¦. . Typhing π¦
6 Aug 2026, 18:26 UTC60 views2 reactionsread 8 August 2026 Password bilbila keetii gaafa namni si gaafate......
1L2A3K4K5i jedhiitii kenniif
Sana booddee qubee qofa keessa dubbisi ja'iinππ
π₯1π1
Signed π¦. . Typhing π¦
6 Aug 2026, 18:25 UTC20 views2 reactionsread 8 August 2026 Faranjiifii Ethiopia be likeπ
Yeroo qoosaan haaraan chaanaalii irratti gadi lakkifamu
.
#Faranjii:- Wow! kun #like argachuun isaaf mala jedhee ππ
.
#itoophiyaanota:- Arrr Laash (yoo #Like godheef qarshii ittiin argachuuf deema) ππ
React π€
π1π1
Signed π¦. . Typhing π¦
6 Aug 2026, 18:16 UTC20 views2 reactionsread 8 August 2026 Namni takka yeroo hunda waa'ee kee akka yaaddu barbaaddaa? π€
Deemii qarshii Namicharraa liqeeffadhu. Dhiitee bariitu hanga ati deebistutti si yaadataa π
Karaa gaaridha taanaan react godhi aaboo π€£π€£ #Bohaartii_KOLFA #Bohaartii_KOLFA π€£
π1π1
Signed π¦. . Typhing π¦
5 Aug 2026, 11:03 UTC32 views3 reactionsread 8 August 2026 Dubartiin gowwaa yoo taate, san gubbaan Abbaa manaa irra humna yoo qabaatte...Yaa sattaarπ₯Ήπ₯±
π
Natti haa hafuu dhiisi.
#Bohaartii_KOLFA
#Bohaartii_KOLFA
π₯1π₯°1π1
Signed π¦. . Typhing π¦
3 Aug 2026, 20:45 UTC40 views5 reactionsread 8 August 2026 Let's go guys πͺπͺπͺ
Copy link Share Like godhaa maalooππ
Ah edaa kun Telegramiidhaaππ«£ Sorry π π
ππ€£π #Bohaartii_KOLFA
#Bohaartii_KOLFA π€£
π€£2π2π1
Signed π¦. . Typhing π¦
3 Aug 2026, 20:31 UTC85 views7 reactionsread 8 August 2026 Haala kessa jirtu Emojidhanπ
1,π³
2,π
3,π
4,π₯Ή
5,π
6,π
7,π
8,π€
9,π
10,π
Meπ
9
#Bohaartii_KOLFA
#Bohaartii_KOLFA
π4π»1π1π1
Signed π¦. . Typhing π¦
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Bohaartii_KOLFA. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked β was rounded by Telegram before we ever saw it β t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so β1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.