15 Apr 2025, 09:36 UTC106 viewsread 9 August 2026 Photo
GGO Ebla 15 Baga Geessan..!!
Ilmaan sikkoo mandoo fi oromoon guutun
Gootonni Oromoo gabrummaa Saba isaanii irraa fonqolchuuf aarsaa jajjabduu kaffalan Nu Oromoota biraa oolmaa guddaa fi kabajaa ol'aanaa qabu.
Ilmaan Oromoo guutuu Addunyaa keessatti argamtan baga guyyaa Gootota keessanii geessan.
Ebla 15 Guyyaa seena-qabeessa Qabsaa'onni keenya Kutaa fi Amantaan osoo wal hin qoodiin boolla tokkotti awwaalamani dha,…
Signed 🍅Bilaa Smart
17 Aug 2024, 17:27 UTC230 viewsread 9 August 2026 Photo
Mucaa waggaa 7 namichi waggaa 25nii bifa suukanneessaan dirqamsiisee gudeedee ajjeeseefi haqummaa.
Haati Narsiidha, hojiif ollaatti mucaa ishee amantee naaf ilaalaa jettee dhiistee adeemte. Namichi kunis karaa lamaan dirqamsiisee gudeede. Hanga lafee dugdaa cabsutti. Mucaan harkatti laafnaan mucaa ajjeesee.
Mucaanis lubbuun dabarte, namichis balbala biratti fidee gate. Osoo taphattuu kuftee duute jedhe.
Nama kana …
Signed Bilaa Smart
24 Jun 2024, 20:54 UTC608 viewsread 9 August 2026 Video
Haacee💔😥😥😥
@Biladin_oro
Signed Bilaa Smart
20 Nov 2023, 08:27 UTC346 viewsread 9 August 2026 Video
Video, posted without a caption
Signed Bilaa Smart
5 Nov 2023, 14:01 UTC747 viewsread 9 August 2026 Video
Balaa gizee jette na yaamti jarri
Nut Abbaa biyyaati jaalattus jibbittus
@Biladin_oro
@Bilaasmart
Signed Bilaa Smart
5 Oct 2023, 03:16 UTC282 viewsread 9 August 2026 Video
Video, posted without a caption
Signed Bilaa Smart
4 Oct 2023, 11:31 UTC350 viewsread 9 August 2026 AADAA
Aadaa ofii gatuun
Kan biraa hordofuun
Kun sirrii mitii
maaloo hin dagatinii (2)
Aadaa keenya boontuu
Kan nama hawwatuu
Ishee ganamaa sanii,
ishee baha biiftuu(2)
Aadaa hin qabnu jennee
Olii gadi kaanee
Ishee durii san
…
Signed Bilaa Smart
4 Oct 2023, 11:28 UTC≈2,390 viewsread 9 August 2026 Photo
OROMOON;
⚫ Odaa Shan
🔴 Gadaa Shan
🔴 Horte Shan
⚪ Bokku shan qaba❗
🔑 ODAA SHANAN
➊ Odaa Nabee - G/Sh/
Bahaa
➋ Odaa Bisil - G/Sh/Lixaa
➌ Odaa Bulluq - G/H/
Guduruu
➍ Odaa Roobaa - G/Baalee
➎ Odaa Bultum - H/ Lixaa
🔑 GADAA OROMOO
SHANAN
➀ Gadaa Birmajjii
➁ Gadaa Duuloo
➂ Gadaa Michilee
➃ Gadaa Meelbaa
➄ Gadaa Roobalee
🔑 DAMEE OROMOO
SHANAN
❶ Maccaa fi…
Signed Bilaa Smart
3 Oct 2023, 16:32 UTC≈2,220 viewsread 9 August 2026 Photo
KAN SEENAA HIN BEEYNE!
nama seenaa hin beeynetu
seenaa namaa dhoysaa
yoo wollaalaaf taate
walitti qabaa gorsaa
seenaan koo dhokatee
akka wallaalamu
eenyumaaf sabummaan
akka awwaalamu
jarri ni barbaaduu
hin hayyamuuf lamuu
ol keenyee jirraa
hundaa barreesinee
dubbii dhugaa qofa
walitti qindeessinee
nu dheessitan malee
isin hin dheessinee!
Oromticha hayyuu
Dhukkubsatus fayyuu
link keenyas ergiif
Haa arkuu namayyuu…
Signed Bilaa Smart
2 Oct 2023, 07:16 UTC≈1,850 viewsread 9 August 2026 Photo
Irreecha loading...
Oromoo
✓Gadaa qaba,
✓Amantii qaba,
✓Aadaa qaba,
✓ Duudha qaba,
✓ Seenaa qaba,
✓Bookuu qaba,
✓Caaccuu qaba,
✓Kallachaa qaba,
✓Hokolee qaba...
@Biladin_oro
@Bilaasmart
Signed Bilaa Smart
17 Sept 2023, 18:33 UTC213 viewsread 9 August 2026 Video
Video, posted without a caption
Signed Bilaa Smart
Showing the 11 most recent of 11 posts we hold for @Biladin_oro. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.