1 Nov 2024, 17:16 UTC771 views6 reactionsread 10 August 2026 إِنَّمَا الصَّدَقَاتُ لِلْفُقَرَاءِ والمساكين…
Garaagarummaa Faqiiraa/فقير fi Miskiinaa/مسكين gidduu jiru:
Lamaanuu hiyyeeyyiidha…garuu xiqqoo walirra jiru….
✍️ Faqiira jechuun hiyyeessa tahee kan homaan qabneedhaan jedhama.
Miskiina jechuun Ni qabaa garuu haajaa isaa guutuufii hin dandeessu…kanaafuu Faqiiratu irra hiyyeessa jechuudha…
#Hubachiisa: Faqiiraa fi miskiinni iddoo tokkotti Yoo dubbataman hiika garagaraa …
❤4👍2
13 Oct 2024, 15:38 UTC541 views5 reactionsread 10 August 2026 An fakkeessuun beeku
Dhugaan sitti hima
Si godhachuuf ture
Michuu kiyya cimaa
Kabajaan siif qabu
Ija biroon laaltee
Gaarii An siif godhe
Gowwummaa koo seete
Gaafan An siif yaadu
Ati natti qooste
Gaafan sitti siqu
Ati narraa fagaatte
Wanta dhugaan taane
Soba fafakkaattee
Irra keessa Kolfaa
Miira kootiin xabatte
Ati addaan hin beektu
Kabajaa fi sodaa
Nattin siqin gonkumaa
Ati Arra booda
👇👇👇👇
https://t.…
❤2👍2🥰1
13 Oct 2024, 13:47 UTC368 views4 reactionsread 10 August 2026 ﴿وَيَدْعُ ٱلْإِنسَٰنُ بِٱلشَّرِّ دُعَآءَهُۥ بِٱلْخَيْرِ ۖ وَكَانَ ٱلْإِنسَٰنُ عَجُولًۭا﴾
Ilmi namaa (yeroo aarii) akkuma toltuu (Rabbiin)kadhatutti hamtuu kadhataIlmi namaa jarjaraa ta’eera.
-----------------------------------------
[ الإسراء]-(11 : 17)
👍2🥰2
Channel name was changed to «Bilaal Sheikh Xaha 𝕆𝕗𝕗𝕚𝕔𝕚𝕒𝕝💎»
13 Oct 2024, 12:26 UTC369 views7 reactionsread 10 August 2026 ✍️ Badii tantee hunda altokkotti delete gochuu ni dandeessa…!!
📂 قال الشيخ صالح الفوزان حفظه الله:
(Shehk Saalih Alfowzaan akkana jedhan)
Ati ammaan tana jecha takka qofaan…Ikhilaasaa fi dhugaadhaan onnee qulqulluun jecha takka tana qofa jennaan badii tantee hundaa haquu ni dandeessa…inumaa badiin tantee toltutti ol siif guddattiihu….!!. Jechi sunis:
أستغفر الله وأتوب إليه
” Astagfirullaaha wa’atuubu ileeyhi….” Ra…
🏆4👍2❤1
13 Oct 2024, 12:05 UTC321 views7 reactionsread 10 August 2026 "إن الله ليؤيد هذا الدين بالرجل الفاجر"
Rabbiin yoo fedhe nama Faajiraan diinii kana jabeessa (Tumsa, deeggara)
Hadiisi kun Sahiiha lamaan keessatti caqafamee jira!!
Faajira jechi jedhu nama jallataa fi nama kaafiraa illee ni haammata.
JOIN US:》 https://t.me/+WSkGDhOEKi40YmNk
⚡3❤2👍1🥰1
12 Oct 2024, 19:44 UTC296 views7 reactionsread 10 August 2026 Onneen Jaalala qofa miti
#Dagachuus ni danda'a!!
◇
ልብ ማፍቀር ብቻ ሳይሆን
#መርሳትም ይችላል!!
JOIN US: ❯❯ @ https://t.me/+WSkGDhOEKi40YmNk ♡
👍3🥰2⚡1❤1
12 Oct 2024, 18:43 UTC301 views6 reactionsread 10 August 2026 Photo
Allahu Akbar Allahu Akbar Oduu Ammee.
Akka Ethiopiatti abbootii qabeenya daldaltoota gibira kaffalan Kuma 36 fi dhaabbilee gurguddaa baankiilee Ethiopia hundaa dabalatee jiran keessaan Ustaaz Jemal Aliy Abdula sadarakaa 19ffaan badhaasa daldaltoota amanamummaadhaan gibira kaffalan keessaa 1 tahuun M M Ethiopia Dr Abiy Ahmed Ali harkaa badhaasa fudhatan.
Kana jechuun akkuma guutuu Ethiopiatti nama 18 qofatu afoo j…
🏆2🥰2👍1🙏1
18 Sept 2024, 19:21 UTC≈2,140 views11 reactionsread 10 August 2026 Photo
Kitaabni Abbaa Hawaasaa Gara Godina Harargee lixaa dhufaa jira
Hawaasni magaalaa Ciroo Guyyaa Alhadaa Ganama sa'atii 2:30 irraa jalqabee galma koolleejjii barsiisoota cirootti (TTC) tti Wal Agarra inshaallah
Rabbiin Achiin nu haa gahu!!
https://t.me/+kdzNJCUwoUY4YWI0
❤4👍4🥰2⚡1
4 Sept 2024, 19:10 UTC330 views3 reactionsread 10 August 2026 Gooftaa keenya
Niitolii keenya fi sanyii keenya irraa gammachuu ijaa kan ta’an nuuf kenni. Warra Rabbiin sodaataniifis imaama (fakkeenya fi hogganaa) nu taasisi.”
Suuratu Al-Furqaan
https://t.me/Bilaalsheikhxaha
👍2❤1
30 Aug 2024, 21:15 UTC315 views1 reactionsread 10 August 2026 🌿 Yoo argatteef akka si harkaa hin baane... (#Shamarran_islaamaaf)👇
👉 Kan salaatu,
يصلي،
👉 kan xaaratee dafqa ufii nyaatu,
يأكل حلالًا،
👉 kan dhugaan ibaadaa isaa irratti jabaatu,
يعبد الله حق عبادته،
👉 Nama laafaa.. amalli isaa namatti hin jabaanne, nama tasgabbii qabu, kan namni irraa hin dheessine....
هينٌ،
👉 Kan amalli isaa ufitti nama harkisu,layyina namaa jechuun; nama amala gadhee irraa hin argine jechuudha …
👍1
23 Aug 2024, 17:59 UTC233 viewsread 10 August 2026 🔗 Invite your friends and get 25% of the CLAIM amount.
https://t.me/HIXweb_bot?start=8881242371442
🧑🧒🧒 You invited: 0
Showing the 12 most recent of 16 posts we hold for @Bilaalsheikhxaha. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.