21 Jun 2026, 15:27 UTC353 views4 reactionsread 18 September 2026 Dhimma jiruuf jireenya dhala namaa, mudannoowwan, kaayyoo fi dhugaa jireenyaa irratti xiyyeeffachuudhaan jechoota miira fidan fi ergaa gadi fageenya qaban 10:
1. Waamicha Kaayyoo
Jireenyi kuftanii ka'uu qofa miti; kufranii ka'anii namoota kofatan kaasaa deemudha. Kaayyoon kee jireenya kee qofa caalaa Addunyaa kanaaf ifa ta'uu dha.
2. Turnee fi Rakkina
Jireenya keessatti gufachiisni si mudatu si kuffisuuf osoo …
❤3👍1
Signed Oliyad Ararsa
24 May 2026, 13:42 UTC571 viewsread 18 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Oliyad Ararsa
20 May 2026, 08:52 UTC620 views2 reactionsread 18 September 2026 Photo
Congratulation To The Gunners 🙏🙏🙏
❤2
Signed Oliyad Ararsa
Posted without readable text
20 Mar 2026, 12:00 UTC958 viewsread 18 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Oliyad Ararsa
18 Mar 2026, 05:30 UTC932 views7 reactionsread 18 September 2026 Photo
CAF Senegaal tapha xummuraa adda kuttee bahuu isheen qabxii 3fi0 Morokoof kennamuun abbaa geeba akka ta'an murta'ee jira.
👍4❤1🤬1😢1
Signed Oliyad Ararsa
26 Oct 2025, 09:52 UTC≈1,320 viewsread 18 September 2026 https://t.me/Beekuumsaaf/101
Signed Oliyad Ararsa
26 Oct 2025, 09:52 UTC≈1,290 views1 reactionsread 18 September 2026 HOW TO RESPECT YOUR SELF
(1) Stop looking for who is not looking for you.
(2) Stop begging.
(3) Stop saying more than is necessary.
(4) When people disrespect you, confront them immediately.
(5) Don't eat other people's food more than they eat yours.
(6) Reduce how you visit some people, especially if they don't reciprocate it.
(7) Invest in yourself. Make yourself happy.
(8) Stop entertaining gossip about o…
❤1
Signed Oliyad Ararsa
28 Sept 2025, 18:16 UTC≈1,330 views15 reactionsread 18 September 2026 Bara dargaggummaakee dafqa yoo hin buufne,
Bara dullumaa imimmaan buuftaa!
❤10👍5
Signed Oliyad Ararsa
16 Aug 2025, 04:43 UTC≈1,720 views7 reactionsread 18 September 2026 Addunyaan sirraa maal eegdi?
Addunyaa uumamteef, gatii kennaa jirta moo gatii kee awwaalaa jirta? Yoom dhalatta? Guyyaa dhaloota kee kaawwatteettaa?
Akka dhalattee lafa jirtu nan arga. Dhalachuun dhalachuu jijiiramaafi milkaa’inaa miti. Ofitti amanamummaa ati waa'ee jireenya keetiif qabdu, dhugaa eenyummaa kee uumuuf humna qaba. Har'a dhalattee lafarraa jiraatteef, dhaladheera yoo jette sun deebii egaalee hirkataa t…
👍7
Signed Oliyad Ararsa
3 Jul 2025, 09:23 UTC≈1,670 views9 reactionsread 18 September 2026 Photo
Taphataan Liveerpuul Diyaagoo Jootaa lubbuun darbuun ibsame. Taphataan sarara fuulduraa Liveerpuuliifi garee biyyaalessaa kubbaa miilaa dhiirotaa Poorchuugaal balaa konkolaataan lubbuun darbuun himameera.Diyaagoo Jootaa taphataa gahumsa qabu yoo tahu bara wal dorgommii darbee Liveerpuul waliin shaampiyoonaa pirimeerliigii Ingilaandi ture. Taphatichi obboleessa isaa waliin lubbuun akka darbes beekameera.
Obboleessi is…
❤7👍2
Signed Oliyad Ararsa
23 May 2025, 05:14 UTC≈1,670 views9 reactionsread 18 September 2026 " Cidha Hoteelatti qophaa'e irratti afeerameen, yeroon achi gahu barreeffamni seensaa kara lama barraa'ee jira;
1. Maatii Intalaa
2. Maatii Gurbaa
Kara ol-seensa 'Maatii Intalaa' jedhuu ol seeneen, ammas seensa haaraa lamattin bahe;
1. Dubartoota
2. Dhiirota
Ammas Kara seensa lammaffaa 'Dubartootaaf' jedhuu ol seeneen, keessoon seensa lamatti bahe;
1. Namoota kennaa qabatan
2. Namoota kennaa hin qabanne
Kara ol…
👍8❤1
Signed Oliyad Ararsa
Showing the 12 most recent of 18 posts we hold for @Beekuumsaaf. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.