13 Sept 2026, 04:38 UTC9 views1 reactionsread 13 September 2026 Photo
Diyaaqon: Kadhadhaa waa'ee nageenyaaf(for the PERFECT PEACE), fi waa'ee jaalalaaf, walii walii keessan nageenya adda taateen harka wal qabaa/wal dubbisaa.
Uummata: Kiristoos Waaqa keenyaa, walii walii keenya nageenya adda taateen(holy salutation) akka wal dubbisnuuf kan geenye nu taasisi🙏!
Qiddaasee😍
❤1
12 Sept 2026, 04:31 UTC25 viewsread 13 September 2026 Seensa Fulbaana kanaatti ayyaana yaadannoo wareegamuu qulqulluu Yohaannis Cuuphaa kabajuun jalqabna.
Maaliifi?
Kanneen gadii kun faayidaa hafuuraa argachuu dandeenyu keessaa muraasa:
1. Of-beeksisuu irra kasoomina qabaachuu fi Goofticha beeksisuu barachuudhaaf
Addunyaa of beeksisuun guutte keessatti qulqulluun Yohaannis dursa isa dursu sanaaf kenne. Ofiisaa dhoksee ifa addunyaa sana mul'ise.
“Inni sun guddachaa …
11 Sept 2026, 04:54 UTC38 views5 reactionsread 13 September 2026 Photo
Baga Booqaa Birraa Nagaan Geessan✨🌻!
Ayyaana Gaarii💖!
❤5
10 Sept 2026, 17:31 UTC38 views4 reactionsread 13 September 2026 Yeroo kamitti haara'uu qabna?
Barri haaraa gaafa dhufu, jechamni "Barri haaraaf moofaa hin qabu, kan haara'u nama" jedhamu jira. Jechamichi dhugaadha.
Garuu, namni bara haaraa eeggatee haara'a hin jedhamu. Namni hafuura moofa'a. Cubbuu wajjin michoomuu, jal'inatti jiraachuu, Waaqayyoo irraa fagaachuutu moofummaadha. Kana irraa haara'uuf garuu yeroo dhaabbataan hin jiru, hin eeggatamu.
Namni yeroo itti moofa'uu isa…
❤3🔥1
10 Sept 2026, 17:30 UTC33 viewsread 13 September 2026 Photo
Yeroo kamitti haara'uu qabna?
(Barreeffama itti aanu dubbisaa!)
10 Sept 2026, 15:51 UTC41 views3 reactionsread 13 September 2026 Guyyaa ayyaanaa irratti wanti baratamaan tokko nyaata filatamoodha jedhamanii yaadaman nyaachuudha. Akka carraa ta'ee guyyaan borii akka kiristaanota Ortodoksiitti guyyaa soomaa irra oole. Kanaafuu kiristaanotni nyaata kanneen irraa of daangessu jechuudha.
Gaafa akkas ta'u yeroo baay'ee namoota jireenya akkasii hin hirmaanne biratti jireenya bilisummaa dhabuu, seeraaf bitamuu/garboomuu fakkaachuu danda'a. Kana sirri…
❤2🥰1
10 Sept 2026, 15:51 UTC35 viewsread 13 September 2026 Photo
Ayyaanni guyyaa soomii irra gaafa oolu maaltu nutti dhaga'ama?
(Barreeffama itti aanu dubbisi)
9 Sept 2026, 18:11 UTC57 views6 reactionsread 13 September 2026 Osoon sichan Yuunivarsiitii seenuuf jedha ta'ee wantootan godhu shanan(5)
1. Jalqaba irratti hundumaa kan dursu waa'ee Waaqayyoo beekuuf amantaa sirriittan qo'adha, yaa'iiwwan hafuuraa mooraa jiran dammaqinaan hirmaadha. Kennaan qabuun jalqabaa kaaseen tajaajila. Inumaa mooraa yuunivarsiitii akka 'gadaamii'ttan fayyadama.
2. Sodaa fi bakkan ofiif qabun sirreessa. Jalqaba gaafan yuunivarsiitii seene namni hundi akka…
❤5😭1
9 Sept 2026, 18:10 UTC51 viewsread 13 September 2026 Photo
Osoon sichan Yuunivarsiitii seenuuf jedha ta'ee wantootan godhu shanan(5)
(Barreeffama itti aanu dubbisaa)
9 Sept 2026, 14:10 UTC63 views4 reactionsread 13 September 2026 Photo
Gooftaa koo sin marara🙏
🔥3🥰1
9 Sept 2026, 12:35 UTC63 viewsread 13 September 2026 Photo
"Because we are confident in the Church, we do not replace its teachings and guidance with our individual opinions."
7 Sept 2026, 18:37 UTC65 viewsread 13 September 2026 Forwarded from @Soteriamedia
✔️Dhangaa Qabna✔️
Dhangaa Ayyaana Bara Haaraaf siniif qopheessine irraa viidiyoo gadii daawwachuun damdhammadhaa! Guutuu isaaf guyyaa ayyaanaa nu eegaa!
https://youtu.be/Iww3QGQRgxI
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Amantii27. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.