18 Jul 2026, 17:42 UTC217 views3 reactionsread 19 September 2026 Photo
💡 Gorsa 5 — Maallaqa Online Argachuuf:
1️⃣ Barreessuu — Fiverr, Upwork irratti
2️⃣ Hiikkaa — Afaan Oromoo + Amharic + English
3️⃣ Social Media Management — daldaloota gargaari
4️⃣ Graphic Design — Canva baradhu
5️⃣ Telegram Bot — daldaloota gargaari
Kana hunduu mana keessaa hojjechuun ni danda'ama!
Beekumsa qofatu barbaachisa — maallaqa miti.
Eessaa eegaltu? 👇
#OnlineWork #Itoophiyaa #Gorsa #Carraa
🎉2👌1
29 Jun 2026, 13:31 UTC352 views3 reactionsread 19 September 2026 👥 Namoota shanan yeroo baay'ee waliin dabarsitu fakkaatta jedhu. Mee of gaafadhu... Namoonni naannoo kee si guddisaa jiru moo duubatti si harkisaa jiru?
Jireenya keessatti milkaa'ina kee kan murteessu keessaa tokko namoota ati waliin deemtu dha. Yoo yeroo kee namoota kaayyoo qaban, hojjetan, baratan fi si jajjabeessan waliin dabarsite, atiis akka isaanii guddachuuf kakaata.
Garuu yoo yeroo kee hunda namoota abdii s…
🎉2❤1
25 Jun 2026, 08:29 UTC251 views3 reactionsread 19 September 2026 Photo
💼🚀 Freelancing keessatti hojii argachuun qofti gahaa miti.
Namoonni hedduun online earning jalqabuuf yaalu. Garuu namoonni muraasni qofa yeroo dheeraa keessatti milkaa'u. Maaliif? Sababni isaa skill qofa osoo hin taane, amanamummaa fi qulqullina hojii isaanii irraa kan ka'e dha.
Freelancing keessatti maamilaan hojii kee yeroo ilaalu, wantoota lama irratti xiyyeeffata:
✅ Hojii qulqullinaan xumuruu
✅ Yeroo irratti ho…
❤1🎉1👌1
11 Jun 2026, 14:55 UTC163 views3 reactionsread 19 September 2026 🛠️ ቢዝነስህን ለማሳደግ ነፃ Tools:
✅ Canva — ምስል ንድፍ
✅ Telegram — ደንበኛ አስተዳደር
✅ Google Forms — ቅጽ መሰብሰብ
✅ ChatGPT — ጽሑፍ ማዘጋጀት
💡 ምንም ወጪ የለም — ዛሬ ጀምር!
Share @ZemenByte
👌2❤1
10 Jun 2026, 23:29 UTC142 views3 reactionsread 19 September 2026 Photo
📥📝Hubannoof.
₿ Crypto maal jechuudha? — Salphatti ibsuuf:
Crypto = Maallaqa dijitaalaa Baankii malee fayyadamuu dandeenyu jechudha!
Fakkeenyaaf:
→ USDT ≈ Dollar 1 — gatiin isaa hin jijjiiramu.
→ Bitcoin = Warqee dijitaalaa — kan gatiin isaa ol guddaa ta'e
Itoophiyaa keessatti maaliif fayyadamu?
✅ Biyya alaatti erguuf salphaa
✅ Dollar qusachuuf/bitachuug
✅ P2P — namoota gidduutti gurgurtaa raawaachuuf
⚠️ Beekumsa…
👌2❤1
10 Jun 2026, 15:36 UTC90 views3 reactionsread 19 September 2026 Photo
💡 የዛሬ ምክር | ZemenByte
📵 ስልክዎን ፈጣን ለማድረግ 5 ቀላል መንገዶች:
1️⃣ የማይጠቀሙበትን አፕ ሰርዙ
2️⃣ Background App Refresh አጥፉ
3️⃣ ማከማቻ (Storage) ቢያንስ 20% ክፍት ያቆዩ
4️⃣ ስልኩን በሳምንት 1ጊዜ (Restart) አደርጉ
5️⃣ የቆየ Software Update ያድርጉ
🔖 ለኋላ ያስቀምጡ!
🚀🚀🚀🤖🚀🚀🤖🚀🚀
📵 Bilbila kee ariifachiisuf karaa salphaa 5:
1️⃣ App hin fayyadamne haqi
2️⃣ Background App Refresh cufi
3️⃣ Kuusaa (Storage) yoo xiqqaate 20% banaa taasisi
4️⃣ Bilbila kee torbaanitti yoo xiq…
🎉2👌1
9 Jun 2026, 15:33 UTC68 views4 reactionsread 19 September 2026 Photo
📱 Social media fayyadamuun daldaluu ni dandeenyaa?
EEYYE sirritti!
1.✅ Telegram channel bani
2.✅ Meeshaa fi tajaajila kee beeksisi
3.✅ Maatii fi hiriyoota kee sirnaan itti fayyadami
💡 Namoonni hedduu Telegram irratti guyyaatti qarshii 500–2000 ni argatu.
Ni eegaltuu???
Namoota eegaluu feetaan like godhaa natti argisiisaa. Roadmap isaa isiniif ergaa🤖🤖🤖.
@ZemenByte
🎉4
9 Jun 2026, 07:44 UTC242 views2 reactionsread 19 September 2026 File
#ExitExam 2018 Schedule
የ2018 ዓ.ም የዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች የመውጫ ፈተና መርሐግብር (Exit Exam Schedule)
የቅድመ-ምረቃ የመውጫ ፈተና ከሰኔ 04-12/2018 ዓ.ም እንደሚሰጥ ይታወቃል።
@ZemenByte
🎉1👌1
ZemenByte pinned a photo
8 Jun 2026, 20:19 UTC71 viewsread 19 September 2026 Photo
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
8 Jun 2026, 14:24 UTC170 views3 reactionsread 19 September 2026 File
Free Internet 🛜
Best speed
App Http Injector 🔥
Ethiotelecom sim
React ግን የለም እኮ ጠቅ ጠቅ አድርጉት እንጂ 🙏
🔥TIKTOK ያስጠቅማል🤖🤖🤖🤖
👌2🎉1
8 Jun 2026, 11:17 UTC52 views2 reactionsread 19 September 2026 Photo
ቴሌግራምን ለንግድ እንዴት መጠቀም ይቻላል?
ብዙ ሰዎች ቴሌግራምን የሚጠቀሙት ለመልእክት ብቻ ነው።
ነገር ግን ቴሌግራም ገንዘብም ይሰጣል። እንዴት👇:
✅ ቻናል ይክፈቱ - ማህበረሰብ ይፍጠሩ
✅ ቦት ይጠቀሙ - ጥያቄዎችን በራስ-ሰር እንዲመልስ ያድርጉት
✅ ቡድን(group) ይክፈቱ - ማህበረሰብ ይገንቡ
✅ ክፍያ ይቀበሉ - በክሪፕቶ፣ በዲጂታል wallet በኩል
💡 በኢትዮጵያ ውስጥ ብዙ ሰዎች በቴሌግራም ይገበያያሉ - ያውቃሉ? "
ጥያቄ አለዎት? 👇 በአስተያይት መስጫ ውስጥ ፃፉልን!
እዚህ ላላቹ group ወይም ቻናል ላላቸው 10 ሰዎች አስተያየት ይስጡ እና እኔ ለእርስዎ እለጥፍዎታለሁ።
#ቴሌግራም #ቢዝነስ #Ethiopia #MakeMoneyOnline …
🎉2
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @zemenbyte. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.