22 Aug 2026, 05:52 UTC594 viewsread 25 August 2026 የፈተና ቀን ማስታወቂያ
👉 የኢፋ ቦሩ የልዩ አዳሪ ትምህርት ቤቶች (#MBIBBA)፣ የኦሮሚያ ልማት ማህበር የልዩ አዳሪ ትምህርት ቤቶች (#MBBA_WMO) እና የልዩ ትምህርት ቤቶች (#MBA) የ9ኛ ክፍል መግቢያ ፈተና ለመውሰድ የተመዘገባችሁ ተማሪዎች በሙሉ፣
የፈተናው ቀን ወደ ነሐሴ 26 ቀን 2018 ዓ.ም. መራዘሙን የኦሮሚያ ትምህርት ቢሮ (BBO) አሳውቋል።
ስለዚህ ነሐሴ 26 ቀን 2018 ዓ.ም. የመረጣችሁት የፈተና ማዕከል (Exam Center) ላይ ከጠዋቱ 1፡00 ሰዓት ላይ የመታወቂያ ወረቀታችሁን ይዛችሁ እንድትገኙ ይገለጻል።
📌 ከትምህርት ጋር የተያያዙ ማንኛውንም መረጃ ለማግኘት፣ የFacebook ገጹን Gammachiis Oromoo.et በመከ…
Signed F.S
21 Aug 2026, 15:49 UTC653 viewsread 25 August 2026 Forwarded from @barsiisotaafPhoto
#Beeksisa_Guyyaa_Qormaataa
👉Barattootni Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa (#MBIBBA), Manneen Barnootaa Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaa (#MBBA_WMO) fi Manneen Barnootaa Addaa (#MBA) Sadarkaa 2ffaa Qormaata Seensa Kutaa 9ffaa fudhachuuf galmooftan Hundi Guyyaan Qormaataa Gara Hagayya 26/2018tti waan dheerateef , #Hagayya_26_2018_Gara_Giddu_Gala_Qormaataa (Exam Center) Filattan Ganama Sa'aatii 1:00 irrat…
Signed F.S
19 Aug 2026, 17:50 UTC887 viewsread 25 August 2026 File
student ID
Signed Nabektaa Malee Nanbeektuu
19 Aug 2026, 16:31 UTC918 viewsread 25 August 2026 ማስታወቂያ
ለተማሪዎችና ለተማሪ ወላጆች
ቀን፦ 13/12/2018 ዓ.ም.
ለቱሉ ዲምቱ 1ኛ ደረጃ ቁጥር 1 ትምህርት ቤት ተማሪዎችና የተማሪ ወላጆች በሙሉ፦
1. ከ6ኛ ክፍል ወደ 7ኛ ክፍል የተዘዋወራችሁ ተማሪዎች፣
2. ከ7ኛ ክፍል ወደ 8ኛ ክፍል የተዘዋወራችሁ ተማሪዎች፣
ሁላችሁም ነገ፣ 14/12/2018 ዓ.ም.፣ የትምህርት ቤቱን ዩኒፎርም ለብሳችሁ ከጠዋቱ 2፡30 ሰዓት ላይ በቱሉ ዲምቱ 1ኛ ደረጃ ቁጥር 1 ትምህርት ቤት ግቢ እንድትገኙ እናሳውቃለን።
ማሳሰቢያ፦
ነገ 14/12/2018 ዓ.ም. በትምህርት ቤቱ የማይገኝ ተማሪ፣ በ2019 ዓ.ም. የትምህርት ዘመን የትምህርት ቤታችን ተማሪ እንደማይሆን እንደሚቆጠር እናሳውቃለን።
ስለሆነም የተማሪ ወላጆች…
Signed Nabektaa Malee Nanbeektuu
19 Aug 2026, 07:16 UTC882 viewsread 25 August 2026 Guyyaa 13/12/2018
Beeksiisaa
Barattootaa fi Maatii barattootaaf.
1. Barattoonni kutaa 6ffaa irraa gara kutaa 7ffaatti dabartan
2. Barattoonni kutaa 7ffaa irraa gara kutaa 8ffaatti dabartan hundi guyyaa borii(14/12/2018) uffata yuunifoormii keessaan uffachuun ganama sa'aatii 2:30 irratti mooraa mana barumsaa Tulluu Diimtuu Sad.1ffaa Lakk.1 akka argamtan.
Hub:-barattoonni guyyaa borii hin argamne bara barnnootaa 2019 b…
Signed F.S
13 Aug 2026, 08:09 UTC≈1,570 viewsread 25 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
11 Aug 2026, 07:29 UTC≈1,710 viewsread 25 August 2026 File
File, posted without a caption
11 Aug 2026, 07:29 UTC≈1,740 viewsread 25 August 2026 Waajjira Barnoota kutaalee Magaalaa Shaggar hundaaf .Walta'iinsa Biiroo Barnoota Magaalaa Finfinnee fi Waajjira Barnoota Magaalaa Shaggariin Barattoonnii carraa barnoota bultii addaa shamarranii Etege Meneenii fi Galaan dhiirotaa Damee Afaan Oromoo qofaan magaalaa keenya keessatti baratanii qorumsa seensaa online gaafa 7/12/2018 waan qoramaniif ramaddii isaanii akka armaan olitti beeksisuun ganama keessaa sa'aa 1…
10 Aug 2026, 07:12 UTC≈1,850 viewsread 25 August 2026 Barattoota #MBBAfi_MBA Kutaa 9ffaa Seenuu Barbaadan Hundaaf:
---------------------
BBO- 03/12/2018 Akaakuu Barnootaafi Qabxii Madaallii Qormaata Seensa Kutaa 9ffaa MBBAfi MBA ilaallata.
#1_Akaakuu_Barnootaa Qormaata Seensaa Kutaa 9ffaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa 2ffaaf Kennaman:
1 - Afaan Oromoo
2 - Ingiliffa
3 - Herregaafi
4 - Saayinsii Walii Galaa keessaa kan qophaa'an waan ta'eef itti qophaa'aa kan jedhu …
7 Aug 2026, 19:00 UTC≈1,790 viewsread 25 August 2026 ቀን፡ 01/12/2018 ዓ.ም
ማስታወቂያ
ለሁሉም ተማሪዎችና ለተማሪ ወላጆች
ከዚህ በፊት የምዝገባ ቀን 26/11/2018 ዓ.ም. እንደሚጀምር ተገልጾ ነበር። ሆኖም የምዝገባ መርሃ ግብሩ ስለተሻሻለ፣ በሚከተለው መሠረት ማስተካከያ ተደርጎል ።
የምዝገባ ቀናት
1. 7ኛ እና 8ኛ ክፍል፡ ከ04/12/2018 እስከ 06/12/2018
2. 5ኛ እና 6ኛ ክፍል፡ ከ07/12/2018 እስከ 11/12/2018
3. 2ኛ፣ 3ኛ እና 4ኛ ክፍል፡ ከ12/12/2018 እስከ 15/12/2018
4. 1ኛ ክፍል፡ ከ04/12/2018 እስከ 29/12/2018
5. አዲስ ተማሪዎች (ከ2ኛ እስከ 8ኛ ክፍል)፡ ከ18/12/2018 እስከ 21/12/2018
ለነባር ተማሪዎች ለምዝገባ የሚያስፈልጉ ሰ…
7 Aug 2026, 15:46 UTC≈1,800 viewsread 25 August 2026 #SIRREEFFAMA
Galmee Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Addaa Sad. 2ffaa Dorgommiin Galuu Barbaadan Hundaaf
-------------
BBO - Hagayya 01/2018 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barattoota Bara Barnootaa 2018 Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fudhachuun qabxii olaanaa galmeessisuun gara kutaa 9ffaatti darbaniifi #Manneen_Barnootaa_Ifa_Boruu_Bultii Adaa Sad. 2ffaa, Manneen Barnootaa #Bultii_Addaa_WMOfi #Manneen_Barnootaa_…
5 Aug 2026, 18:29 UTC≈1,690 viewsread 25 August 2026 Forwarded from @OromiaeducationbureaucenterFile
Beeksisa Ulaagaa Simannaa MBBA.PDF
Tolaa Bariisoo Gadaa 💠
Showing the 12 most recent of 19 posts we hold for @tuludimtuno1. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.