4 Sept 2026, 15:46 UTC278 views2 reactionsread 4 September 2026 Jijjiirraan Barsiisotaa Gad-dhiifame!
--------
BBO - Hagayya 29/2018 Jijjiirraan Barsiisota Naannoo Keenyaa Gana 2018 'Online'n Gaafatamaa Ture Har'a Gad-dhiifameera.
Haaluma kanaan, barsiisotni jijjiirraaf 'online'n iyyattan(apply) gootan liinkii asii gaditti kenname banuun ilaallachuu ni dandeessu.
Liinkichis: https://www.tmis.oeb.gov.et
#Hubachiisa:- Barsiisan komiin qaba jedhu yoo jiraate bakka "Complain" …
👍2
4 Sept 2026, 06:37 UTC396 views6 reactionsread 4 September 2026 YUUNIVARSIITII KAM FILACHUU BARBAADDA?
Filannoo Kee Sirrii Godhuuf Maal Beeku Qabda?
Barattoota qabxii Entrance Exam ykn Remedial irratti milkooftaan hundaaf Yuunivarsiitii filachuun murtee guddaadha.
Garuu yuunivarsiitii filachuun maqaa yuunivarsiitii qofa ilaaluun hin ta’u.Kaayyoo Barnootaa,Gosa Barnootaa,Carrara hojii fi haala jireenyaa kee waliin walqabsiisuun filannoo sirrii taasisuu qabda.
1️⃣ GOSA BARNOOTAA…
❤4👍1👏1
3 Sept 2026, 11:04 UTC540 views2 reactionsread 4 September 2026 Mooraa Guddaa Yuunivarsiitii Walaayittaa Sooddoo keessatti balaa ibiddaa cimaan mudate
Dhugaa Media Finfinnee, Fulbaana 03, 2026:
Guyyaa har'aa Hagayya 28, 2018 naannoo sa'aa 6:00 irratti Mana Kitaabaa Saayinsii Hawaasaa mooraa guddicha Yunivarsiitii Walaayittaa Sooddoo keessatti sababa hin beekamneen ibiddi ka'e.
Akka gabaasa Televjiniin Walaayittaa'tti, bakka balaan ibiddaa kun itti dhaqqabe mana kitaabaa kan wi…
❤2
3 Sept 2026, 09:47 UTC540 views1 reactionsread 4 September 2026 PLACEMENT GUUTAA!💥
Barattoonni bara kana kutaa 12ffaa qoramuun qabxii seensa yuunivarsiitii argattan PLACEMENT-Yuunivarsiitii ammumaa eegaluun guutaa!
Hagayya 28-Qaammee 05/2018A.L.I'tti jedhamee jira; galmeef liinkii kanaan seenuun guutaa!https://student.ethernet.edu.et/
❤1
3 Sept 2026, 06:46 UTC555 views1 reactionsread 4 September 2026 Qormaati Ba'uufi Wanti Barattooti Dubbisan Wal Hin Argu Jedhame. Barattootni hedduunis qormaatichi jireenya keenya dukkaneesseera jechuun komii isaanii ibsataniiru.
Qorannoon haaraa dhiheenya kana Ministeera Barnootaa fi Yuunivarsiitiiwwan gurguddoo biyyattii tiin qophaa'e akka ifoomsetti, Qormaatni Ba'umsaa (Exit Exam) dhaabbilee barnoota olaanoo keessatti kennamaa jiru qabxii barattootaa fi sanadoota dubbisaaf ken…
❤1
2 Sept 2026, 15:55 UTC573 views9 reactionsread 4 September 2026 Photo
Turtii waggaa dheeraa booda Luba Balaay hidhaa bahaanii jiru.
Baga gammaddan
❤9
1 Sept 2026, 09:34 UTC718 views7 reactionsread 4 September 2026 🚨 SABABOOTA IJOO BU'AAN QORMAATA REMEDIAL DISQUALIFIED TA'EEF 🚨
Barattoota bu'aan qormaata isaanii "Disqualified" jedhuuf sababoota ijoo fi furmaatawwan isaa akka armaan gadiitti tooraan dhiyeessineerra:
📌 1. Seera Qormaataa Cabsuu (Malleen Seeraan Ala Ta'an)
Biiroon Qormaataafi Ministeerri Barnootaa (MoE) barattoota qormaata irratti wal-fakkaattii kopyi ta'aniin, meeshaa teeknoolojii (fkn. bilbila harkaa) fayyadam…
❤7
1 Sept 2026, 09:19 UTC784 viewsread 4 September 2026 Barattoonni Remedial bu'aan qormaata keessanii maal fakkaata mee
1 Sept 2026, 08:29 UTC830 views3 reactionsread 4 September 2026 Barattoonni qabxii yoo ilaaltanii disqualified isin jedhu obsaan yaala.
Barattoonni yakka tokko malee disqualified sin jedhe mee maqaa keessan waliin inbox nuf godhaa kan Yuunivarsiitii Salaalee.
Barattoonni muraasni naaf ergaa jirtu.
❤3
1 Sept 2026, 07:19 UTC851 viewsread 4 September 2026 Bu'aan qormaata Remediyaalii ifoomeera
https://result.ethernet.edu.et/
31 Aug 2026, 16:31 UTC886 views2 reactionsread 4 September 2026 Photo
Liyoonel Meesii ofitti murteesse
- Hagayya 25/2018
Liyoonel Andirees Meesii urjiin kubbaa miilaa addunyaa kana booddee garee biyyaalessaa Arjeentinaaf akka hin taphanne murteessuu beeksise.
Meesiin karaa toora Inistaagiraam isaa akka beeksiseetti barri Arjeentiinaaf taphachuu koo xumurameera jedheera.
Urjiin kubbaa miilaa Meesiin addunyaa kubbaa miilaan rikoordiiwwan hedduu kan qabu yoo tahu garee kubbaa miilaa b…
❤2
30 Aug 2026, 16:02 UTC900 views8 reactionsread 4 September 2026 #Barsiisotni 40, 384 Jijjiirraa Kan Gaafatan Yoo Ta'u, Bu'aan Isaa #Guyyaa_ Roobii Kan Ibsamu Ta'uun Beekame.
------------
BBO - Hagayya 24/2018 Biiroon Barnootaa Oromiyaa jijjiirraa barsiisotaa ganna 2018 'online'n akka iyyatan haaluma gaafatameen, barsiisotni MBBB -3,374 MB. Sad. 1ffaa - 28,513 MB Sad. 2ffaa - 8, 497 walitti barsiisotni 40 384 kan iyyatan ta'uun beekameera.
Barsiisota iyyatan keessaa 35,5…
❤7👍1
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @tulamaamedia2. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.