12 Aug 2025, 07:14 UTC604 views10 reactionsread 7 August 2026 JAALALA DHUGAA!
"Obbolaan lama maasaa abbaa isaanii irraa hojjetantu turan. Inni tokko fuudhee maatii hedduu qaba ture. Inni tokko immoo hin fuune. Galgala hunda midhaan maasaa irraa argatan wal-qixa hirmaatu.
Gaf tokko obboleessi inni kophaa jiraatu sun, "midhaan kana wal-qixa hirmaachuun keenyi sirrii miti. Ani kophaakoon jiraadha wanti na barbaachisu baay'ee miti" jedhee yaade. Kanaaf galgala hunda midhaan isa g…
🔥8🥰2
Signed Sool💞
16 Apr 2025, 06:19 UTC≈1,000 views4 reactionsread 7 August 2026 Photo
Hospitaala jalqabaa Areerootti
🔥3👍1
Signed Sool💞
29 Mar 2025, 19:33 UTC≈1,020 views11 reactionsread 7 August 2026 Dorgommii!
Dorgommiin kun addatti ijoollee shanan Giddaa qofaaf kan qophaa'udha! Bor galgala saatii 12 irraa kaasee ni eegala.marsaa lamaaf itti fufa.marsaan tokkoffaa qarshii 5000 yoo tahu.marsaan lammaffaas qarshii 5000 taha.
Carraa nama sadii of keessatti hammata.Kan marsaa jalqabaa...
1ffaa kan ba'eef qarshii 2500
2ffaan qarshii 1500
3ffaan qarshii 1000 taha.
*Maal irratti dorgomna kan jedhuuf..... waggoota afran…
❤8🔥3
Signed Sool💞
2 Mar 2025, 20:16 UTC≈1,240 views15 reactionsread 7 August 2026 1,Waa sadii eegi
✅Biyya
✅Haadha
✅Ija
2,Waa sadii qophaa'i
✅Dirqama sitti laatamu
✅Beekumsaaf
✅Gaa'ilaaf
3,Waa sadii kabaji
✅Waadaa ke
✅Hiriyaa ke
✅Gaa'ila ke
4,Waa sadii too'adhu
✅Arraba ke
✅Dallansuu ke
✅Miira ke
5,Waa sadii dinqisiifadhu
✅Bareedina
✅Jireenya
✅Uumama
6,Waa sadii jibbi
✅Komii
…
🥰10❤5
Signed Sool💞
12 Sept 2023, 20:13 UTC≈4,240 views40 reactionsread 7 August 2026 Namoonni tokko tokko salphaatti kan dureeyyii taʼan, kaan immoo jireenya qabsoo maallaqaatiin kan murtaaʼe fakkaatu maaliif jettee yaaddee beektaa? Garaagarummaan jiru barnoota isaanii, sammuu isaanii, dandeettii isaanii, yeroo isaanii, amala hojii isaanii, qunnamtii isaanii, carraa isaanii ykn filannoo hojii isaanii, daldala isaanii ykn invastimantii isaanii irratti argamaa? Deebiin nama rifachiisu: Kanneen armaan…
👍23❤14👎3
Signed Sool❤️
12 Aug 2023, 06:39 UTC≈3,880 views31 reactionsread 7 August 2026 Waan barbaaddu ta'u irra wanta ta'uu qabdu ta'u qabda jedheen amana. Waan barbaadde ta'uu barbaadda taanaan miira keeti kan si oofaa jiru. Miiraan oofamta taanaan fedhiinkee daangaa hin qabaatu. Miirrikee immoo yeroo tokko ni oo'a yeroo tokko ni qabbanaa'a. Kana jechuun wanti ta'u barbaaddu sitti heddumaata jechuudha. Kanaaf bakki geessu hin jiru. Wanti ta'u qabdu garuu wanta tokkodha. Wanti tokko immoo xiyyeeffanno…
👍21❤7👏3
Signed Sool❤️
30 Jul 2023, 17:34 UTC≈3,460 views30 reactionsread 7 August 2026 Gammachuu argachuun salphaadha. Gammachuu argachuuf wanti sirraa eegamu ofiikeetti deebi'uudha. Mee ofiikee fi naannookee ilaali? Jireenya kee keessatti haaloota keessa dabartee as geesse yaadadhu! Ati nama har'a yookiin sadarkaa kana gahu turtee? Guyyoonni rakkisoon hin turree? Har'a sana hunda keessa dabartee boriikeef maaliif dhiphattee gammachuu kee har'aa dhabda. Dhabuu hin qabdu! Boriikeef karoorsi malee hin dh…
❤21👍7🔥2
Signed Sool❤️
23 Jul 2023, 15:52 UTC≈3,020 views36 reactionsread 7 August 2026 Intala bareedduu takkaan wal barte. Guyyaa lama hin turree yeroo gaaffii jaalalaa dhiyeessituuf. Ishiinis sin dinne tole siif jette. Guyyaan lakkaa'amaa deeme, ishiinis jaalala keetin si harkatti baqaa deemte. Ati yaaduma akka amala keetii gaaffii jaalalaa dhiyeessiteef malee baay'uma jaalala ishiidhaf hin qabdu. Yeroo hunda ishumatu siif bilbila. Atimmoo yoo barbaadde hin kaastuyyuudha. Message siif barreessitee oso…
🥰14👍12❤10
Signed Sool❤️
23 Jul 2023, 10:51 UTC≈2,380 views12 reactionsread 7 August 2026 "Daa'imni karoora maatiin ala dhalate jiraachuu mala. Garuu daa'imni karoora waaqayyoon ala dhalate tokko hin jiru." #Riik_Waareen
Riik Waareen karoora waaqayyoon ala namni dhalate hin jiru. Sababni isaas dhalachuunkee karoora waaqayyoo miti taanaan siluma hin dhalattu turte. Jechuu isaati.
Yoos ati maaf akka nama waa'ee hin baafneetti of ilaalta? Amma yoomitti akka nama sababa malee dhalateetti of ilaalta? Wanti gu…
👍6❤5🥰1
Signed Sool❤️
20 Jul 2023, 21:27 UTC≈2,400 views19 reactionsread 7 August 2026 Milkaa'inni halkan tokkotti dhufu hin jiru. Garuu kufaatiin halkan tokkotti dhufuu danda'a.
Milkaa'inni tattaaffii gaafata. Milkaa'uuf wanti hedduun si barbaachisuu danda'a. Atis wanta milkaa'inni gaafatu hedduu raawwattetta ta'a. Garuu naamusa (discipline) hin qabdu yoo taate tasa milkaa'uu hin dandeessu. 100 irraa milkaa'inni yoo ilaalame 90 discipline dha. 10 tattaaffii ati gootuu dha. Nama milkaa'aa tahuu namni …
❤14👍4🥰1
Signed Sool❤️
13 Jul 2023, 15:39 UTC≈3,050 views17 reactionsread 7 August 2026 Ilaamee....!
1. Daandiin suuta jedhu kiyyoodha. Daandiin suuta jedhu daandii mormii xiqqaa qabuudha. Daandii namoonni baay'een itti deemanidha. Garuu daandii gara giddu galeessatti geessuus. Yoo miliyeenara ta'uu barbaadde daandii saffisaa fudhachuu qabda.
2. Maallaqni galma miti. Maallaqni meeshaadha. Meeshaa xumura tokkotti geessudha. Kaayyoon dhugaa bilisummaadha. Bilisummaa maallaqaa, bilisummaa yeroo, …
👍14❤3
Signed Sool❤️
7 Jul 2023, 18:29 UTC≈2,620 views18 reactionsread 7 August 2026 Harka namaa ilaalluurra, halkan ka'anii hojjachuu wayya," jedhu Chaayinoonni.
Dhuguma, ofii cimanii yoo hojjetan, kan argatanis gundunfachuun dirree hojii biraatti yoo cee'an milkaa'ina.
Walitti fufinsaan jabaatanii yoo hojjetan, maallaqa furdaa kuufatu; mallaqni sunimmoo;
Mana akkamii keessa akka jiraattu murteessa
Gosa nyaataa akkami akka soorattu murteessa.
Hiriyyoonni kee eenyu akka ta'an murteessa.
Milkaa'…
❤10👍6🥰2
Signed Sool❤️
Showing the 12 most recent of 19 posts we hold for @sabummaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.