6 Aug 2026, 07:50 UTC28 viewsread 7 August 2026 π« "BORUN HOJJEDHA" JECHUU DHAABI: Akkamitti Procrastination Mo'anna? πβ³
Akkam jirtu maatiiwwan 'Nan Baradha'! π
Meeqa keenyatu "Amman jalqaba" jennee, daqiiqaa muraasa booda "Egaa boru..." jedhee beeka? Procrastination ykn wanta tokko yeroo isaatti hojjechuu dhiisuun abjuu keenyaaf gufuu guddaadha. Garuu, hin sodaatinaa! Har'a akkamitti amala kana mo'annee gara hojiitti akka ceenu, fakkeenyawwan waliin ilaalla!
πSABβ¦
Signed πyyuu ππ’ βοΈ
Jechoota Saayikoloojii π§ pinned Β«πDHUGAALEE JIREENYAA HADHAA'OO GARUU DIRQAMA BEEKUU QABNU β‘οΈ Akkam jirtu maatiiwwan 'Nan Baradha' jaalatamoo! π Jireenyi yeroo hundumaa mi'aawaa/mijataa miti. Yeroo tokko tokko dhugaalee hadhaa'oo, kanneen fudhachuuf nutti ulfaatan, nu mudatu. Garuu, akkumaβ¦Β»
28 Jul 2026, 19:38 UTC108 views2 reactionsread 7 August 2026 πDHUGAALEE JIREENYAA HADHAA'OO GARUU DIRQAMA BEEKUU QABNU β‘οΈ
Akkam jirtu maatiiwwan 'Nan Baradha' jaalatamoo! π
Jireenyi yeroo hundumaa mi'aawaa/mijataa miti. Yeroo tokko tokko dhugaalee hadhaa'oo, kanneen fudhachuuf nutti ulfaatan, nu mudatu. Garuu, akkuma qorichi hadhaa'aan dhukkuba fayyisu, dhugaaleen kunniinis yoo hubannee fudhanne, gara guddinaa fi ciminaatti nu geessu. Har'a mee dhugaalee jireenyaa muraasa kanβ¦
β€2
Signed πyyuu ππ’ βοΈ
3 Jun 2026, 10:25 UTC290 views5 reactionsread 7 August 2026 β
Faayidaafan si jaaladha
Ani sin jaaladha taanaan faayidaafan si jaaladha.
Eeyyeen kanaan alatti si jaallachuu hin danda'u. Yeroon akkana jedhu nan amana akka yaanni kee gara qarshiitti deeme.
Ani garuu waa'ee sammuu keessa milkaa'ina fiduuti malee waa'ee qarshii keessa sammuudhaan dhufu miti kanan haasa'aa jiru.
Yeroo kamiyyuu haala kamiyyuu irratti akkaataa kamiiniyyuu nan fayyaddu taanaan ati anaaf balaadβ¦
π5
Signed πππͺπ·πΌπͺ
4 May 2026, 18:21 UTC381 views5 reactionsread 7 August 2026 1.Danqamaan danqaraa cabsa.
2.Jaartii karaa barte awwaaratu itti urgaa'a.
3.Garaa okkolurra miila okkolu wayya.
4.Hiyyumaarra ulfaatti? Jedhe namichi ashaboo mataatti baate.
5.Ergaa lama himuun irraanfachiisuudha.
6.Maraatu fi soreessi akka barbaadetti dubbata.
7.Kan hiyyeessa silaa hin tole lukkuutu gatata.
β€4π₯°1
Signed πππͺπ·πΌπͺ
2 May 2026, 17:31 UTCβ1,280 views10 reactionsread 7 August 2026 Jechoota_Hayyootaa
1. Farda lagaan ga'uu ni dandeessa; garuu obaasuu hin dandeeessu
(Ingilizoota) jedhu.
2. Saroonni lama; lafee tokko irratti, waliif galanii hinbeekani
(Faraansaayootaa)
3. Kan arrabni yaabee dhalchu, kormi yaabee hin dhalchu!
(Oromoota)
4. Miilli sochoonaan afaan agabuu hin bulu!
(Afrikaanota)
5. Bareedinni fuudhaa fi heerumaaf wabii hin ta'u!
(Ariyaanotaa)
6. Iddoo yeroo dulloomtu teessβ¦
β€8π₯°2
Signed πππͺπ·πΌπͺ
1 May 2026, 12:59 UTC275 views2 reactionsread 7 August 2026 "Rakkoon jira jechuun bu'aan hin argamne jechuu osoo hin taane hubannaa haaraan barbaadamu dhabamuu isaati"
Albert Einstein
π1π₯1
Signed πππͺπ·πΌπͺ
23 Apr 2026, 06:01 UTC349 viewsread 7 August 2026 Photo
Akkan sin baqanne,
Hidhaa mormaatti natti maramte π
Akkan sin arganne,
Iddoo hin mulβannetti maxxante
Teessoon kee liqimsituu ol,
Hudhaa mormaa jala
Eessaan baβee,
Ijji koo akka fedhiisaatti si ilaala π
Siif taβeeraβ¦
Naaf gameeraβ¦
β€οΈβπ₯π«Ά
Signed πππͺπ·πΌπͺ
23 Apr 2026, 05:58 UTC293 views1 reactionsread 7 August 2026 Osoo funyoon hin jirree
Maaltu muka yaabbata
Damma nyaachuuf Abdata!
Osoo seenaan hin jiree
Maaltu hadha of yaadata
Eenyummaa-saa dubbata !!
@saayikoloojii
β€1
Signed πππͺπ·πΌπͺ
12 Apr 2026, 04:30 UTC326 viewsread 7 August 2026 Hordoftoonni amantaa kiristaanaa marti baga ayyaana du'aa ka'uu YESUS Isa bara 2018'n isin gahe, ayyaanni Kan nagaa fi jaalalaa isiniif haa ta'u.
YESUS DU'AA KA'EERA!
Signed πππͺπ·πΌπͺ
12 Apr 2026, 04:30 UTC377 views1 reactionsread 7 August 2026 Photo
Hordoftoonni amantaa kiristaanaa marti baga ayyaana du'aa ka'uu YESUS Isa bara 2018'n isin gahe, ayyaanni Kan nagaa fi jaalalaa isiniif haa ta'u.
YESUS DU'AA KA'EERA!
β€1
Signed πππͺπ·πΌπͺ
4 Apr 2026, 19:42 UTC434 views6 reactionsread 7 August 2026 Wantoota Ati Jireenya Keessatti Gonkumaa Gochuu Hin Qabne 10n:
1. Icciitii fi dadhabina kee namoota hundumatti hin himiin. Eenyu akka icciitii fi dadhabina keetti fayyadamee si miidhuuf deemu hin beektu. Dammaqi!
2. Gonkumaa nama hin amaniin. Nama amanuun dhumarratti gaabbii fida. Nama kamiyyuu jaalladhu garuu nama tokkollee hin amaniin.
3. Warra kee fi maatii kee hiriyoota kee biratti hin tuffatiin. Hiriyootni keβ¦
β€6
Signed Ayansa πΏ
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @saayikoloojii. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked β was rounded by Telegram before we ever saw it β t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so β1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.