28 Sept 2025, 12:22 UTC137 viewsread 11 August 2026 Dhukkuboota akkaan yaaddessaa fi lubbuu ilma namaa bay'inaan galaafataa Jiran kanneen Beektuu?:
▰▰▰▰
1. Kaansarii: Kaansariin Oromiyaa fi Itoophiyaa guutuu keessatti saffisaan babal'achaa jira. Sababoonni isaa haala jireenyaa, bifa nyaataa jijjiiramaa ykn nyaataa keemikaalaan kunuunfame nyaachuu fi dhibeen kun dafee nama irratti baramuun rakkisaa ta'uu fa'i.
▰▰▰▰▰
2. Dhukkuba Onnee fi Dhiibbaa Dhiigaa (Cardiovascu…
Signed Aman Melba 2024
5 Apr 2025, 16:37 UTC393 viewsread 11 August 2026 Aanaa Dabalaa Eebbisoo (Cabin Creaw) Godina Arsii Aanaa Muunessaa Magaalaa Qarsaa iddoo Addaa naannoo Addaa Aannoo “Lutheran Mission” Jedhamuutti Abbaan ishee obbo Dabalaa Eebbisoo Tufaa fi harmee ishee Aaddee Bashaa Hedatoo Obsee irraa dhalate.
Aanaa Dabalaa akkuma dhalateen ji’a 3(sadiin booda) gara Godina Booranaa maatii wojiin deemte jetteen booda waggaa tokko fi walakkaa yeroo ta’uuf achuma jiraata turtee booda …
26 Mar 2025, 02:55 UTC40 viewsread 11 August 2026 SBO Press:
Gaazexessaa Margaa Angaasuu
Margaan gaazexesssaan baayyee jaaladhuudha. Gaazexessaa maqaas mataas qabuudha. Dhiyeenya kana haasaa miidiyarratti taasiseera. Miidiyaa Habtamu Lamu, Bokkuu media irratti.
Waan baayyee kaasanii haasa'an. Waan muraasa Margaan kaase keessa
Seenaa jireenya isaa; baadiyyaa Amboo kaasee waan dabarse
Seenaa Manneen barnoota sadarkaa tokkoffaafi lammaffaa keessatti dabarse
Seenaa …
26 Mar 2025, 02:55 UTC47 viewsread 11 August 2026 Ilaa waa hunda hin beekan, waa hundas hin wallaalan jedha magarsaan
Beektonni Oromoo ofiif jecha osoo hin taane Saba kanaaf jecha waliif galuu qaban jedha. Beekan beekkumsaan yaa bulu, wallaalan beekaa jalatti yaa bulu jedha
Seera Oromoos kaaseera margaan: Seera dhoksaa fi seera ifaa
Kitaaba sadi barreesseen qaba jedhe, Maxxansuuf garuu akka turu hime. Oromoon ilmoo isaa dhaggeefachuu barsiise jedhe.
Har'ammoo nam…
23 Feb 2025, 17:07 UTC43 viewsread 11 August 2026 Dhiirti maalif dubartii hudduu guddaa qabdu barbaaddi?
Saayinsiin kanarratti maal jedha?
Addunyaa tanarratti dhiironni 99% ol miidhaginni fuulaa akkuma jirutti ta'ee, huddu guddaa baay'ee barbaadu. Maalif kana jedhu qorannoon amansiisaan jiraachuu baatus yaada dhiirota hedduu irraa walitti qabame cuunfuun akkaata armaan gaditi....
1. Dubartiin hudduu guddaa qabdu yeroo walqunnamtii saalaa dubartii hudduu qal'aa qabdu…
21 Feb 2025, 10:52 UTC32 viewsread 11 August 2026 Google translate beektuu?
Biyya tokko keessaa jiraachuuf Afaan biyyi sun dubbattu beekuun dirqama. Yoo Afaan baayyee beekte, Addunyaa tanarra lafa feete jiraachuu dandeessaa. Mana keessan teessanii karaa online Afaan Oromoo, Afaan Engiliffaa, Afaan Amaaraa, Afaan Arabaa dabalatee Afaanota 33 ol kan isiin barsiisuu application learn Language jedhu kana .
21 Feb 2025, 02:45 UTC33 viewsread 11 August 2026 Barattoota kuma 100 fi kuma 50’f qormaata oonlaayiniin kennuuf qophiin taasifamaa jira.
Guraandhala 13, 2017 - Barattoota kuma 100 fi kuma 50’f oonlaayiniin qormaata akka fudhataniif qophiin taasifamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Ministirri Ministeera Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaan Waltajjii marii damee misooma Barnootaarratti haasawaa taasisaniin, damecharratti milkaa’uuf hojii qindoomina qa…
17 Feb 2025, 13:20 UTC34 viewsread 11 August 2026 Hiriyaakee dubaraa jaalalaan jilbeeffachiisuu( Winning women in love.
Jaalala keessatti shamara injifachuun dandeettii akka barbaachisu namni hedduun waan hubate hin fakkaatu. Dubartiin dhiira isheerratti xiyyeeffatee sagal isheerratti bilbilaa oolu osoo hin taane kan ofiif yeroo sagal irratti bilbilaa ooltu barbaaddi.
Akkamitti akka isheen kallattii sanarra siif galtu taasista kan jedhu irratti ibsa haa goonu.
1)…
9 Feb 2025, 19:10 UTC35 viewsread 11 August 2026 https://t.me/boost/reaserchinfo
21 Jan 2025, 06:07 UTC347 viewsread 11 August 2026 Bajaataa fixxee university danbidoll
18 Jan 2025, 07:54 UTC55 viewsread 11 August 2026 Deebi'ee Ciisuu Diduu Qaama Saalaa Dhiiraa/Dubaraa Maaltu Fida??
Deebi'ee CIISUU diduu qaama saalaa dhiiraa(PRIAPISM) jechuun Si'aayina walqunnamtii saalaa ykn fedha saal qunnamtii malee qaamni saala dhiiraa ka'uudhaan otoo Deebi'ee hin ciisin yoo xiqqaate sa'aa 4 fi sanaa ol yoo turu jechuudha. Ta'iin kun yeroo baay'ee halkan afoo barii qaamni isaanii dhaabbatee otoo Deebi'ee hin ciisin akkuma dhaabatetti oola. Dhu…
18 Jan 2025, 07:51 UTC30 viewsread 11 August 2026 Dur gaafa fiilmii irratti namni wal ajj-eesu haadholiin keenya rifatanii ija qabatu, 'irra dabarsaa' jedhu. Yookaan wajjin boo'u. 'Lakki bar kun fiilmiidha, dhugaa miti' gaafa jennu illee nu hin amanan. 'Utuma fiilmii ta'eyyuu maaliif wal ajj*eesu?' jedhanii nu mormu. Garaa haadhaa😥 Har'a garuu haadholiin Oromoo du'a ilma isaanii akka fiilmiitti taa'anii ilaalaa jiru...😥
Yaa nu’ii 💔
https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?sta…
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @reaserchinfo. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.