10 Jul 2026, 14:03 UTC27 viewsread 9 August 2026 Photo
Yeroo garii fataa ja'aa.😁
"Jaalallee too qaalii
Faaya ija khuulaa
Boonsituu saba ofii
Jaalattuu Rasuulaa
Si argachuu kiyyaafin
Rabbi faarsaa oolaa*2
Burtukaana Bilchoo
Yaa dagalee jiruu
Osoo ati jirtuu
An ija hin hiruu
Tasgabbii jiruudhaa
Onnee too yaa tiruu
Ati naaf uumamte
Anis keeti duruu
Olin si kaayadha
Si godhee shururuu
Naaf jiraadhu qashtii
Yaa waahila jiruu*2
Giifti-Duree qaalii
Kabajamtuu namaa
Yaa ta Ra…
Signed Muslim Sheikh Hassen
27 Aug 2025, 10:05 UTC97 views1 reactionsread 9 August 2026 Photo
"Waan Salaata hin salaanneen milkii takkallee hin barbaadin" ja'a barreeffamne kun. Salaata dhiisanii milkiin kajeelan hin jirtu jechuu isaati. Yaa Rabbi nuuf laaffisi.🤲🤲
t.me/qoraasumajannataa
❤1
Signed Muslim Sheikh Hassen
26 Aug 2025, 17:59 UTC86 viewsread 9 August 2026 Photo
Footoo hin kaasin👇
🏝Miskiina gaargaari malee hin waraabin.
🍀Nama du'e kafanii awwaalii araarama kadhadhuuf malee suuraa hin kaasin.
🪷Yeroo ibaadatti jirtu of hin waraabin.
🍓Nama balaan isa mudatte rakkoo san keeysaa baasi malee nama madaawe Camera📱 itti hin baafatin.
🌸Keeysummaa afeertee Qorii nyaataarratti hin waraabbatin.
➡️Wantoota armaan kana keeysatti of eeggannoo godhi.
🌷Yoo Miidiyaa taate Ykn Yoo yakka dalagam…
Signed Muslim Sheikh Hassen
24 Aug 2025, 18:28 UTC59 viewsread 9 August 2026 Photo
🏵Waa qabaachuu baattus waan qabdurraa kennachuu of barsiisi. Xiqqoo kennitee guddoo argatta. Ammas waan qabnurraa kennachutti ajajamne malee qabeenya guddaa qabaachuun sharxii miti.
🪴Keeysi kee gubachaa jiraatus sesseequu baay'isi. Ykn namaatu ajandaa si godhatee kaayyoo kee dhiiftee bakka takka dhaabbattee ofirra naannoyta. Kanaafuu waa hundi ni dabraa obsaan seeqaa duratti deemi.
🍁Obboleeysa keetiif du'aa'ii duubaa…
Signed Muslim Sheikh Hassen
24 Aug 2025, 18:26 UTC51 viewsread 9 August 2026 Photo
Waanin dubbiserraa👇
🌷 Nama sitti balleeyses hin jibbin. Isa jibbuun osoo isa xiinxaltuu Kaayyoo fi ajandaa mataa keetii akka dagattu si godha waan taheef irraanfadhuu gama fuula duraa gulufi.
🪷 Rakkattullee humnaa ol hin cinqaminii Rabbi kadhadhu. Humnaa ol busy taatee mataan shak shak si je'ee hojii dadhabda. Rabbi kadhachullee dagatta. Kanaafu hin hiraarin.
🌸Sadarkaa addaa qabaattus ol if fuutee hawaasa keeysaa if …
Signed Muslim Sheikh Hassen
23 Aug 2025, 18:15 UTC56 views2 reactionsread 9 August 2026 Photo
Waanin dubbiserraa👇
🍀Yeroo namni gaddu gammaddee lafa hin dhiitin.
🪷Hoji-Dhabaa biratti hojii teetiin hin dhaadatin.
🌸Hiyyeeysa biratti qabeenya kee haasahuu hin heddummeeysin.
🌴Nama ilmaan hin qabne biratti ilmaan kee duubbachaa hin oolin.
🌹Nama maatiin irraa aakhiraman biratti waa'ee haadhaa fi abbaa keetii dubbachaa hin oolin.
✅️Of maddii laalii miira namaa too'achaa jiraadhu.
🍓️Nama cal je'ee si waliin koflu kan …
👍2
Signed Muslim Sheikh Hassen
20 Aug 2025, 18:04 UTC56 viewsread 9 August 2026 Photo
Yeroo waan bareedaa tokko agarte ykn dhageeyse "Maashaa'allaah" jechuu amaleeyfadhu.
Hoggaa waan nama gamachiisu argan ykn dhagayan "Maashaa'allaah! Rabbiin barakaa haa godhu, Bakkaan haa gahu, Hamtuu irraa haa qabu...." jechuun hedduu bareedaadha.
Ammoo warri muuziqaa fi waan qullaa dhadhaabbatu hunda jala dheeyxanii "Maashaa'allaah iajarraa hafi, minxirqishoo, minaamin..." jattan osoo dhiiftanii irra gaariidha. Maa…
Signed Muslim Sheikh Hassen
12 Aug 2025, 15:55 UTC67 viewsread 9 August 2026 Photo
✍️✍️Dhaamsa✍️✍️
Sahaabtichi tokko Ergamaa Rabbiititti dhufee "Qiyaamaan yoomi?" je'ee Rasuula Gaafate.
Rasuulli S.A.W. deebiseeti "Qiyaamaadhaaf maal qophooyte?" je'ee gaafateen. Innis deebisee "Jaalala Rabbii fi Jaalala Rasuula isaatin qopheeffadhe" je'een.
Rasuulli Rabbiitis deebisee "Ati nama jaalattu waliin taata" je'een.
Rabbii fi Rasuula jaalachuun sababaa milkaa'ina biyya lachuuti. Rabbiin jaalala isaa nu haa …
Signed Muslim Sheikh Hassen
10 Aug 2025, 15:16 UTC64 viewsread 9 August 2026 Photo
✍️Dhaamsa✍️
Hojiiwwan ibaadaatirraa Mana keetiif qoodi.
Manni kee onee qabroota akka hin fakkaanneef Salaata Sunnaa, Qaraatii Qur'aanaa, Azkaaraa fi Du'aa'ii adda addaa mana keeysatti gaggeeyfadhu. Yoo akkas goone waan qabnu hundaatu nuuf barakata. Rabbiin jireenya biyya lamaanii nuuf haa bareechu.
Signed Muslim Sheikh Hassen
9 Aug 2025, 14:06 UTC67 viewsread 9 August 2026 Photo
✍️Dhaamsa✍️
Waan sirraa dhokate hunda bantee laaluuf hin rakkatin.
Nama tokko fuula isaa kan sirraa dhokate baruuf hin yaalin. Si biratti qajeelaa tahee yoo bakka birootti faallaa tahes jala hin qoqqotin. Si kabajee hamtuu sirraa dhooysuu isaa san qofa irraa qabadhu.
Rabbiitu nu sattare malee namni hundi hanqina mataa ofiitu zigaalu qaba.
Kanaafuu mirqaantee waan si hin fayyanne hin xiinxalinii fataa ji'ii jireenya k…
Signed Muslim Sheikh Hassen
27 Jul 2024, 16:51 UTC143 viewsread 9 August 2026 Photo
Haafiza Qur'aanaa
Jechuu hiikkaan isaa
Akka fakkeenyaattin
Xiqqo irraa siif ibsa *2
Soddomman Qur'aanaa
Qomatti galfattee
Addaan baaftee beekuu
Hiikkaa isaa hubattee *2
Ati isa beeytee
Innis si beekuudha.
Qaraatee hubattee
Ittis hojjachuudha.
Qur'aana tiiyfattee
Innis si tiisuudha. *2
Malee Hifzii jechuun
Maqaa Qofaa mitii
Rabbiin nama argaa
Of sobuun way taatii?
Obboleeysa kiyya
Atis obboleettii
Mullachuudha qabd…
Signed Muslim Sheikh Hassen
22 May 2024, 15:59 UTC127 viewsread 9 August 2026 Photo
Sammuun daa'imaa waraqaa adiidha. Amala bareedaadhaan barsiisi. Yoo balleeysanis lolaa fi uleedhaan osoo hin taane haala gaariidhaan sirreeysiif. Itti iyyitee joollee hin baareeysin. Yoo lolaa fi uleedhaan feeddagaa oolte joolleen ni harroomti. Booda dhegelaa/duudaa taatee si dhagahuu diddi. Ammas joollee akka gabraatti hojii humnaa olii hin hojjachiisin. Tooftaa bareedduudhaan daa'ima karaa gaarii irratti guddisi. R…
Signed Muslim Sheikh Hassen
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @qoraasumajannataa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.