22 Aug 2026, 20:55 UTC12 views6 reactionsread 23 August 2026 https://t.me/tewedajbingo_bot?start=ref_7087143122
https://t.me/tewedajbingo_bot?start=ref_7087143122
https://t.me/tewedajbingo_bot?start=ref_7087143122
👆👆👆👆
Oduu adda Tewadajbet irraa Ammuma seenun telegram keessaan irratti taphachuun qarshii kana hin jedhamne tewadaj Bingo waliin injifadha
Yeroo seentani START jetaan qarshii 10 Bonus ni argatu yemmu nama afeertan qarshii 5.
Go and play good luck❤️❤️❤️
❤2👍2🥰1😘1
22 Aug 2026, 19:57 UTC18 views8 reactionsread 23 August 2026 Photo
“Falmiif qophii hin turre,” Roobartoo Di Zerbi
Leenjisaan Tootinaam Roobartoo Di Zerbiin kufaatii garee isaatiif ifatti dhiifama gaafateera.
“Qaamaan rakkanne,” jedhe Di Zerbiin, “garuu tapha dura falmuuf qophii akka hin taane ni beekna turre.”
Leenjisaan kun gareen kun dhiibbaa keessatti dogonggora baay’ee akka raawwate amanee, “isaafis mo’amuu isaatiif baay’een gadda” jedheera.
Itti dabaluudhaanis gareen kun ta…
👍4😘4
22 Aug 2026, 19:07 UTC19 views8 reactionsread 23 August 2026 Photo
Taphoota baniinsa liigii dirree isaanii irratti Brentford bara dorgommii 3 darban keessatti taphate
2021/22- Bireenfoordi Arsenaal 2-0n injifate
2022/23- Bireenfoordi 4-0 Maan Yunaayitid injifate
2025/26- Bireenfoordi Tootinaam 3-0n injifate
Breentfoord tapha baniinsa irratti kilaboota gurguddoof ulfaatodha
ⓈⒽⒶⓇⒺ⭐️ @Oro_tottenham1
ⓈⒽⒶⓇⒺ⭐️ @Oro_tottenham1
❤️ ⎙ ㅤ ⌲ ✉️
😘4❤2👍2
22 Aug 2026, 19:06 UTC16 views8 reactionsread 23 August 2026 Photo
Tootinaam bara kanaa fi bara darbee taphoota Piriimiyerliigii Ingiliiz 39 taphate keessaa 18 mo'ameera.
🥰5🤔1😍1😘1
22 Aug 2026, 18:56 UTC17 views8 reactionsread 23 August 2026 Photo
Taphoota kilaaba keenya itti aanan Jahan
Qabxii meeqa waan argatu isiiniiti fakkata👇
😍4👍2🥰2
22 Aug 2026, 18:50 UTC20 views9 reactionsread 23 August 2026 Photo
✅By the way, rifachuun nu hin barbaachisu, taphattoota idilee 11 keessaa 8 dhaabbataa hin turre! Garee haaraa ammallee walitti makamuu qabudha. Roomaan guyyaa tokkotti hin ijaaramne👍
👍3❤2🥰2😍2
22 Aug 2026, 18:47 UTC18 views8 reactionsread 23 August 2026 Brentford seenaa Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti yeroo jalqabaaf dirree isaa irratti Tootinaam injifate.
👍2😍2😘2🤔1🥰1
22 Aug 2026, 18:45 UTC19 views7 reactionsread 23 August 2026 Photo
Rating taphattoota tapha har'a irratti
Robo 🤝 senesi 👏👏👏
👍3😍2❤1🤔1
22 Aug 2026, 18:43 UTC19 views7 reactionsread 23 August 2026 Photo
Gabaate Sadarkaa Priimierligii Ingilaand tapha har'a booda
😍3🥰2❤1👍1
22 Aug 2026, 18:33 UTC25 views7 reactionsread 23 August 2026 Photo
Tootinaam mo'amuun liigiicha jalqaabe jira!
Kilabiin Kaaba Landan Tootinaam tapha Brentford waliin taasise 3 fi 0n mo'ame.
Gooliiwwan Kaayode, Luwiis Pootar fi Jaaneelt Bireenfoordiif galchaniiru.
Tapha torbee 2ffaan Tootinaam Sanbaata xiqqaa Niwukaastil Yunaayitid waliin taphata.
Brentford immoo dilbata Liidsi Yunaayitid waliin ni taphata.
ⓈⒽⒶⓇⒺ⭐️ @Oro_tottenham1
ⓈⒽⒶⓇⒺ⭐️ @Oro_tottenham1
❤️ ⎙ ㅤ ⌲ ✉️
🥰2😍2😘2❤1
22 Aug 2026, 18:27 UTC28 views8 reactionsread 23 August 2026 Photo
Deeggaara kilaaba keenya tokkoo😢😢😢😭
🥰3😘2👍1🤔1😍1
22 Aug 2026, 18:23 UTC28 views8 reactionsread 23 August 2026 Photo
🏆 Tapha Piriimiyerliigii Ingiliiz torbee 1ffaa!
⏰ Xumurameera
Bireenfoordi 3 - 0 Tootinaam
#Luuwiis_Pootar
#Janelt
#Kaayode
🏟 Community gtech
ⓈⒽⒶⓇⒺ⭐️ @Oro_tottenham1
ⓈⒽⒶⓇⒺ⭐️ @Oro_tottenham1
❤️ ⎙ ㅤ ⌲ ✉️
😘4🤬2❤1😍1
Showing the 12 most recent of 18 posts we hold for @oro_tottenham1. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.