18 Apr 2024, 23:18 UTC≈40,400 views759 reactionsread 15 August 2026 Forwarded from @ArraataabiyyoolessaaoromiyaaVideo
Kutaa 2'ssoo Gaaffii fi Deebii Ajalaa Ol'aanaa ABO-WBO, Jaal Marroo fi Itti Aanaa Ajajaa Ol'aanaa ABO-WBO Jaal Gammachuu Abbooyeetitti dhiyaadhaa !
Dhaamsiif waamichi isaan Oromoof taasisan Oromoo hunda bira akka ga'uuf namuu karaa danda'e qoqqoodee waliin haa ga'u !
❤396👍212👏45😁31🤔26🥰21🔥14😢14
Signed Odaa Tarbii WBO
29 Feb 2024, 01:07 UTC≈62,500 views518 reactionsread 15 August 2026 Photo
Waraanni Bilisummaa Oromoo zoonii GG mooraa barnoota garagaraa keessatti barnoota siyaasaa, waraanaa fi ogummaa fayyaan barsiisaa ture eebbisiise.
https://fb.watch/qvgr5kaam8/
❤266👍165👏29🤔24🤩15🤬13🥰6
Signed Odaa Tarbii WBO
29 Feb 2024, 01:07 UTC≈43,300 views185 reactionsread 15 August 2026 Forwarded from @ArraataabiyyoolessaaoromiyaaPhoto
Photo, posted without a caption
❤104👍65🥰16
Signed Odaa Tarbii WBO
27 Feb 2024, 10:29 UTC≈34,700 views165 reactionsread 15 August 2026 Forwarded from @jabeessaawboPhoto
★ #Gadda😥😥
Aana Qarsaa Maallimaa keessa Gafaa Guraandhala 22/2024 ykn 12/06/016 Namoota 4 Dhiira 4 fi Dubartii tokko Daandii Gubbaati osoo hawwaasni ilaalu ajjefye Kan Maqaa Amma Nu gahe Kunooti
1). #Geetuu
2). #Dajanee
3). #Shittoo Yoo ta’an Nama Lama immoo maqaan nun geenye. Gumaan keessan Dachaan baati. Maatifi Firootaf Jajjabina Hawwina.
መረጃ፦አሁን በደረሰን መረጃ ይህ ድርጊት የተፈጸመው በቀርሳ ማሊማ ወረዳ በ22/02/24 እንደሆነ ታውቀዋል የተያዙት…
😢70👍58❤31👏2🔥2😁2
Signed Odaa Tarbii WBO
27 Feb 2024, 10:29 UTC≈29,700 views31 reactionsread 15 August 2026 On February 22nd, a young woman and 4 young men were summarily executed in front of the public by regime forces in Qarsa Malima, Southwest Shawa.
👍20❤8😢3
Signed Odaa Tarbii WBO
23 Feb 2024, 16:44 UTC≈36,200 views120 reactionsread 15 August 2026 "Gorsaan Shimelis duraanii Rooyitarsiif akka himanitti, “dhimma barbaachisoo, kan akka ajjeechaa namoota beekamoo” keessatti ajajni kan dhufu Shimelis Abdisa ykn Ararsa Mardasa, komishinara poolisii Oromiyaa, hanga bara darbe itti gaafatamaa nageenyaa ta’ee guddatutti."
https://www.reuters.com/investigates/special-report/ethiopia-violence-committee/
👍70😢25❤22🔥2🥰1
Signed Odaa Tarbii WBO
23 Feb 2024, 16:04 UTC≈30,200 views117 reactionsread 15 August 2026 "Akka qorannoo Rooyitars gaggeessetti koreen dhoksaa kan Shimelis Abdisaa, Awalu Abdu, Ararsa Mardasaa, Fiqaaduu Tessemaa fi qondaaltota nageenyaa fi siyaasaa biroo 6 kan maqaan isaanii hin dhahamne of keessaa qabu jira.
Koreen kun yeroo yerootti walga’ee eenyu akka ajjeefamuu fi eenyu akka hidhamu irratti mari’ata. Ajaja isaanii malee ajjeechaan Oromiyaa keessatti hin raawwatamu. Abiy Ahmad walga'iiwwan kanneen irr…
👍81❤14😢14👏4🤔2🤬2
Signed Odaa Tarbii WBO
23 Feb 2024, 14:42 UTC≈29,600 views83 reactionsread 15 August 2026 “A secretive committee of senior officials in Ethiopia’s largest and most populous region, Oromiya, has ordered extra-judicial killings and illegal detentions to crush an insurgency there, a Reuters investigation has found.
Reuters interviewed more than 30 federal and local officials, judges, lawyers and victims of abuses by authorities. The agency also reviewed documents drafted by local political and judicial auth…
❤41👍34🤔7🔥1
Signed Odaa Tarbii WBO
17 Feb 2024, 19:56 UTC≈35,200 views235 reactionsread 15 August 2026 NEWS: Graduation Ceremony of New Trainees in the OLA Central Zone (February 2024)
https://www.olf-olahq.org/post/news-graduation-ceremony-of-new-trainees-in-the-ola-central-zone-february-2024
❤162👍51🥰13🔥6🤔3
Signed Odaa Tarbii WBO
2 Feb 2024, 22:46 UTC≈60,500 views202 reactionsread 15 August 2026 Photo
This Facebook account is impersonating me and creating a lot of confusion. Please click the link below and report it:
https://www.facebook.com/OdaaTarbii?mibextid=LQQJ4d
👍119❤38😢18🔥16👏6😱5
Signed Odaa Tarbii WBO
9 Jan 2024, 21:04 UTC≈54,300 views368 reactionsread 15 August 2026 Forwarded from @Arraataabiyyoolessaaoromiyaa
https://rumble.com/v4615xw-qophii-arraata-biyyoolessa-oromiyaa-amajjii-9-2023.html
❤211👍111🔥46
Signed Odaa Tarbii WBO
9 Jan 2024, 21:04 UTC≈54,700 views126 reactionsread 15 August 2026 Hubadhaa: Facebook irratti namni maqaa kiyyatti fayyadamee burjaajii uumaa akka jiru dhaga'eera. Peejiin maqaa "Odaa Tarbii" fayyadamu kamiyyuu soba. Fuula Facebook kan koo isa kana:
facebook.com/Sagalee.Gaachana
👍91❤20🥰6🤔4😁4🔥1
Signed Odaa Tarbii WBO
Showing the 12 most recent of 15 posts we hold for @odaatarbii. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.