2 May 2026, 12:33 UTC≈3,550 views29 reactionsread 29 August 2026 Hojiileen misoomaa Bulchinsa Magaalaa Shaggar ogeeyyii miidiyaatiin daawwatameera.
Bulchinsi magaalaa Shaggar kutaalee magaalaa 12fi aanaalee 36n Onkololeessa, 2022 A.L.A kan hundeeffamte yoo ta'u, bal'ina lafaa heektaara Kuma 160 ol irratti bu'uuramte.
Magaalittiin erga hundeeffamtee waggoota sadii qofa ta'us, hojiileen amma dura hojjataman waan waggoota soddoma keessatti hojjatamuu maludha! Akkaatuma kanaan hojii…
❤14👍11👎3👏1
Signed Naol Dammaqsaa
1 May 2026, 16:47 UTC≈3,260 views10 reactionsread 29 August 2026 Oduu Gammachiisaa🖤❤️🤍
Namoota Dubbisa jaalattaniif kitaabota dubbisuu barbaaddaniif,
Manni Kitaabaa Finfinnee Daalattii (4 kiilootti) isiniif banameera. Itti goruun iyyaafadhaa. Kitaabota gabaa irraa dhabdanji akka isiniif maxxanfamu barbaaddanis eeruu kennuun nii dandaa’ama.
https://vt.tiktok.com/ZS9aW4qPu/
❤10
Signed Naol Dammaqsaa
19 Apr 2026, 07:12 UTC≈4,180 views17 reactionsread 29 August 2026 Video
https://vt.tiktok.com/ZSHK2pPdg
❤12👏3🤔2
Signed Naol Dammaqsaa
9 Apr 2026, 20:13 UTC≈4,360 views20 reactionsread 29 August 2026 https://www.facebook.com/share/p/18AfUaFWxW/?mibextid=wwXIfr
Waldaan Qorannoo Oromoo Fooramii Wixinee Qorannoo Kitaabaa gaggeesse.
Waldaan Qorannoo Oromoo har'a Ebla 9/2026 mata dureewwan gurguddoo jaha (6) irratti qorannoowwan hojjachiisuuf hayyootaafi barsiisota Yuunivarsiitiilee garagaraa waliin fooramii gaggeesseera. Fooramiin kunis kitaabilee qorannoowwan mata duree armaan gadii jaharratti xiyyeeffatu ilaalchi…
❤16👍2🥰2
Signed Naol Dammaqsaa
8 Feb 2026, 09:32 UTC≈5,070 views11 reactionsread 29 August 2026 https://www.facebook.com/share/1M1S2zgpDa/?mibextid=wwXIfr
❤10🔥1
Signed Naol Dammaqsaa
6 Jan 2026, 16:03 UTC≈8,780 views11 reactionsread 29 August 2026 Sirni Gadaa Sirna guddaa ganamaa kan Oromoon ittiin wal bulchaa turee fi jirudha. Sirni Gadaa qe'ee Karrayyuu Fantaalle Tarree Leeditti, tuuti Gadaa Michillee tuuta Gadaa Halchiisatiif sirna Goobaa kennuu yeroo geggeessu!
https://vm.tiktok.com/ZMDMYCfGq/
👏5❤3🔥3
Signed Naol Dammaqsaa
9 Nov 2025, 05:40 UTC≈9,270 views19 reactionsread 29 August 2026 Video
Maqa-Najjoo 👉 መቀናጆ🤦🏽♂️
https://www.facebook.com/share/r/17J9vPnsZy/?mibextid=wwXIfr
❤19
Signed Naol Dammaqsaa
8 Nov 2025, 12:42 UTC≈6,230 views8 reactionsread 29 August 2026 Photo
Yuunivarsiitiin Amboo Waldaa Qorannoo Oromoo waliin waliigaltee mallaatteesse
Yuunivarsiitiin Amboofi Waldaan Qorannoo Oromoo hojiiwwan qorannoo Oromoo irratti xiyyeeffataniifi biyyaafis bu’aa buusan irratti waliin hojjachuuf waliigalanii jiru.
Waliigaltee kana kan mallatteessan gama Yuunivarsiitii Ambootiin itti aanaa Pirezidaantii Yuunivarsiitichaa Dr. Salamoon Maashoo yoo ta’an; isaanis haala waliigala Yuunivars…
👍7❤1
Signed Naol Dammaqsaa
6 Nov 2025, 15:05 UTC≈4,850 viewsread 29 August 2026 https://www.instagram.com/stories/obsabdisa/3759950282323706101?utm_source=ig_story_item_share&igsh=cTBzZm93cnVqZWNp
Signed Naol Dammaqsaa
5 Nov 2025, 19:24 UTC≈5,590 views5 reactionsread 29 August 2026 Photo
We’re Hiring — Join the Digital Transformation Journey at Kerchanshe Group!
As Ethiopia’s leading agro-industry group, Kerchanshe is expanding its Enterprise Systems and Applications Department — and we’re looking for passionate tech professionals to join our growing team! 🚀
Open Positions:
🔹 Manager, Enterprise Solutions and Applications – Lead enterprise-level ERP and digital transformation projects across the Gr…
❤5
Signed Naol Dammaqsaa
26 Oct 2025, 20:40 UTC≈5,810 views16 reactionsread 29 August 2026 Photo
Deggersa/filannoo daqiiqaa tokko nutti hin fudhanneen, obboleessa keenya badhaafamaa miiliyoonaa haa taassifnu🖤❤️🤍
Dargaggoonni keenya dorgommii irratti argamu, dorgomichis badhaasa maallaqaa gurguddaa qaba.
Fakkeenyaaf kan Obboleessi keenya Miinaa Mul(Astemari Mokonnin) irratti Chilalo Award irratti dorgomaa jiru, qarahii 1,000,000(miiliyoona tokko nama injifate badhaassisa.
Qajeelummaan sagalee keenya haa kennin…
❤14👍2
Signed Naol Dammaqsaa
26 Oct 2025, 11:34 UTC≈5,500 views10 reactionsread 29 August 2026 Photo
Dargaggoonni keenya dorgommii irratti argamu, dorgomichis badhaasa maallaqaa gurguddaa fi beekkamtii kennuu qaba.
Rache Tesfayes, garee/category best live streamer jalatti kaadhimamaa dorgommii kanaa ta’ee argama,
Qajeelummaan sagalee keenya haa kenninuufi. Vote haa goonu, vote gochuuf,
Jalqaba Liinkii kana👇 tuqa https://www.tca2025.com/category/16
Gaafa tuqxan suuraa fi maqaakoo Tartiiba Qubee(alphabetically) dha…
👏4❤2👍2👎2
Signed Naol Dammaqsaa
Showing the 12 most recent of 18 posts we hold for @obsaabdiisaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.