4 Aug 2026, 20:24 UTC159 views1 reactionsread 7 August 2026 Photo
🇪🇹 Tajaajila passport hunda nu biraa ni argattu
➡️Gatii barbaachisu suuraa kanarraa ilaalaa
➡️Gatii paaspoortiif barbaachisu kana ofuma keessaniin kallattiidhaan dhaabbata paaspoortiif kaffaltu
➡️Gatii tajaajilaa qofa nu biratti kaffaltu
●Wantoonni isin barbaachisan👇
❤️ Haaraa baasuuf
✅Waraqaa eenyummaa
✅Waraqaa dhalootaa
❤️ Haaromsuuf
✅Suuraa gurdii
✅Koppii(Suuraa passport)
❤️ Passport …
❤1
4 Aug 2026, 19:58 UTC145 views1 reactionsread 7 August 2026 Photo
#Oduu_Gammachiisaa
Warreen Dheebuu umraa qabdan maraaf dheebuu isin baasuuf dhufnee jirra.🕋
Dhaabbanni keenya Jebel Bright Tour and Travel paakeejii umraa bareedaa gatii madaalaawaan ustaaza addaa waliin qopheessee isin eegaa jira
Hawaasni keenya kan umraa deemuu barbaaddan nuuf bilbila haala jiru hunda isiniif mijjeessinee afaan barbaaddaniin isin keessummeessuf qophii keenya hunda xumurree jirra
Tajaajilli nuti…
❤1
4 Aug 2026, 18:02 UTC141 views3 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @MubeTech1
#ODUU_GAMMACHIISAA 🥰🇺🇸🕋
🚨 TAJAAJILA PAASPOORTII BARBAADDAN NU BIRA NI ARGATTU
#Tajaajila_Paaspoortii gosa barbaaddan fi yeroo barbaaddanitti, bakka jirtan irraa isin gargaaruuf dhufnee jirra.
🏠 Mana keessan taa’uun nu biratti galmaa’aa!
📘 e-Paaspoortii waggaa 10f isin tajaajilu argadha
💰#Gatii#Paaspoortii barbaachisu kallattiidhaan dhaabbata Paaspoortii ilaallatutti ofuma keessaniin kaffaluu dandeessu.
💵 Nu birat…
❤3
31 Jul 2026, 10:52 UTC399 views3 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @MubeTech1Photo
Qabxiin Qormaata Kutaa 6ffaa Bara 2018 Ibsame.
----------------
BBO - Adoolessa 24/2018 Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. 1ffaa Kutaa 6ffaa Bara 2018 Waxabajjii 08- 09/2018 kennamee tura har'a qabxiin barattootaa ifoomeera.
Qabxiin darbiinsaas 50%fi ol ta'uun murtaa'eera.
Qormaata kan fudhatan barattoota dhiira 267,307
dubara 249,902
#walitti :517,209 ta'an keessaa qabxii darbiinsaa (50…
❤2👎1
27 Jul 2026, 18:55 UTC562 views9 reactionsread 7 August 2026 Photo
"Duniyaan Tun Qananii Xiqqoodha irraa Caaltuun Duniyaa #Jaartii_Gaariidha"
Jedhan #Nabi_Mohammed_ﷺ
•Rabbiin #Jaartii_Gaarii🧕 Nuuf haa kennu.🥰
•Shamarran Keenyaafis #Jaarsa_Gaarii 🥰 haa keennuf.🤲
@Mubarakshksiraj
❤7🥰2
22 Jul 2026, 11:36 UTC797 views4 reactionsread 7 August 2026 Photo
✔️Qabxiin Qormaata Kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa Ifa Ta'eera - Haala Itti Ilaallattan!
Biiroon Barnootaa Oromiyaa bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 8ffaa ifatti kan gadi dhiise yoo ta'u, barattoonni fi maatiin karaa sarara intarneetiin qabxii isaanii ilaallachuu ni danda'u. Qabxii keessan haala salphaa ta'een ilaallachuuf, jalqaba irratti weebsaaytii ofiishaalaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa 👇
oromia.ministry.et jedhu b…
👍3❤1
21 Jul 2026, 21:08 UTC743 views1 reactionsread 7 August 2026 Warri du'an akkamitti du'uu isaanii beeku?
#Inalillaahi Wa'innaaileeyhi Raaji'uun!!!
Namni du’e tokko jalqaba irratti du’uu isaa hin hubatu. Abjuun du'a akka waan arge takkatti itti dhaga'ama, boo'uu, dhiqachuu, of hidhuu fi awwaalatti gad bu'uu isaa akka abjuutti arga.
Yeroo hunda namni yeroo lafa irra ciisu miira abjuu qaba. Sana booda ni iyya garuu namni isa dhaga'u hin jiru.
Booda yeroo namni hund…
❤1
21 Jul 2026, 15:21 UTC627 views4 reactionsread 7 August 2026 Photo
#Beeksisa
Barattoota #Qormaata_Naannoo_Kutaa_8ffaa Bara 2018 Fudhatan Hundaaf
----------
BBO - Adoolessa 14/2018 Qormaatni Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Waxabajjii 11-12/2018 tti kennamaa ture qabxiin/firiin/ isaa guyyaa boruu Adoolessa 15/2018 Waaree Dura Sa'aatii 4:00 -6:00 keessatti kan ibsamu ta'a.
Kanaafuu, Obsaan eega asumaan nu Hordofaa
#Hubachiisa:- #Qabxiin_Qormaata_Kutaa_6ffaa guyyoota kudhan booda kan ib…
👍4
8 Jul 2026, 18:59 UTC907 views2 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @MubeTech1Photo
#Oduu_Gammachiisaa
Warreen Dheebuu umraa qabdan maraaf dheebuu isin baasuuf dhufnee jirra.🕋
Dhaabbanni keenya Jebel Bright Tour and Travel paakeejii umraa bareedaa gatii madaalaawaan ustaaza addaa waliin qopheessee isin eegaa jira
Hawaasni keenya kan umraa deemuu barbaaddan nuuf bilbila haala jiru hunda isiniif mijjeessinee afaan barbaaddaniin isin keessummeessuf qophii keenya hunda xumurree jirra
Tajaajilli nuti…
❤2
19 Jun 2026, 14:05 UTC≈2,210 views23 reactionsread 7 August 2026 Qormaata Biyyooleessaa kutaa 8ffaa bara 2018.✅️
Nagayan Xumuramee Jira.
Barattoota keenya waliin qabsaawun Milkiin Xumurree jirra.
Waan hafe Rabbiitti Ol kannina.
Nuti Qormaata baasu qofan professional osoo hin taane.
Du'aa'ii godhuu dhaanis professional dha.🥰
Kana booda Du'aa'ii teenya qofti isin dabarsiti.
isin natti dhiisa An Rabbitti dhiisa.
Rabbiin Ofiif dalagee gurra isinitti haa godhu.
Qabxiin teessan gaa…
❤21👍2
18 Jun 2026, 19:49 UTC≈2,230 views86 reactionsread 7 August 2026 Hubachiisa👇
Qormaanni Bahe jedhame gad dhiifama jiru fi nuf ergamaa jiru bayyeedha.
Haa tahuu garuu san keessaa ka dhugaa Barbaanne isiniif erguuf.
Hanga Ammaa eega jirra.
Qormaata boru kan sirrii
Hanga Amma nu bira hin geenye.
Kanaaf Akka nu bira gaheen Check goone isiniif Maxxansina.
Hangasu obsaa, hin burjaja'ina.
Yoo bahe Walumaan baha
Yoo hafees Walumaan hafa guuututti.jechu.
Bahe nu bira gahu hin oolu.
Abshi…
❤45👍17🙏8👎7🔥4🥰4😁1
18 Jun 2026, 18:39 UTC≈1,710 views83 reactionsread 7 August 2026 Facebook keenya kana Follow gootani Achiin nu Hordofuu hin dagatina.
1ffaa.👇👇
Facebook Kanan nu eega.
Mubarak Sheikh Siraj
Yoo dubbiin jajjabaatte.
Achiin dhufna.
👇👇👇
https://www.facebook.com/share/18m9WACWQA/
Warri reefu Follow gootan san ka.
2ffaa.kanaas Follow godha.
Page keenya ka Qormaata
Kanaas Follow godha.👇
https://www.facebook.com/share/1C6saAMUW1/
Hundii keessan daqiiqaa 10f achi dhaqa Facebook lachu fo…
❤47👍14🙏11🥰6😁5
Showing the 12 most recent of 14 posts we hold for @mubarakshksiraj. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.