6 Jul 2024, 10:25 UTC≈1,000 views4 reactionsread 6 August 2026 Photo
Eebbifaama Gulaantaa Olaanaa Qaro Dhabeessaa fi Qaamaa Miidhamaa
Wagaayyoo Waraajoo Yuunivarsitii Finfinneetti Muummee barnootaa Afaan Amaaraa, Ogbarruu fi Fooklooriin digirii jalqabaan eebbifameera.
Wagaayyoon, qaro dhabeessaa fi qaamaa miidhamaa ta’us dargaggeessaa kennaa hedduu qabuu fi tattaafataadha.
Wagaayyoon, imala barnoota isaa qormaata heddummaatu injifachuun gulantaa olaanaan Yuunivarsiistii Finfinneerr…
❤2👍2
Signed Nao_L
3 Jul 2024, 14:19 UTC885 views1 reactionsread 6 August 2026 Photo
"Marii tokko malee Mana keenya nurratti hin diigdanu" jechuun har'a Adaamaatti mormii eegaleera. Ganna keessa filannoo tokko osoo namaaf kenniin uummata maatii qabatee qaala'insa jireenyaa dandamachuu dadhabe irratti mana diiguun cubbuu guddaadha.
https://t.me/malkaapost
👍1
Signed Nao_L
25 Jun 2024, 13:19 UTC≈1,050 views1 reactionsread 6 August 2026 Somaaliyaan loltoonni Itoophiyaa ''seeraan ala'' daangaa biyyattii cabsanii seenuu UN’tti himatte
Somaaliyaan loltoonni Itoophiyaa “seeraan ala” daangaa ce'uun biyyattii seenuu fi humnoota Somaaliyaa waliin waldura dhaabbannaa keessa galuu walgahii Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UN) kaleessa gaggeeffame irratti himatte.
Manni marichi dhimma Somaaliyaa irratti walgahii kaleessa gaggeesse irr…
👍1
Signed Nao_L
11 Jan 2022, 10:36 UTC≈4,260 viewsread 6 August 2026 Photo
Jawar Mohammed fi Baqqalaa Garbaa erga mana hidhaa bahanii suura Hacaaluu Hundeessaa fi Abduljabbaar Huseen uuffatanii!
Telegram 👇👇👇
t.me/malkaapost
6 Jan 2022, 08:52 UTC≈3,580 views1 reactionsread 6 August 2026 Photo
"Seera ittiin bulmaata biyyattiin qabdurratti naannoo jedhamee kaa’ame malee anaaf Oromiyaan biyya!"
"Ani gaafan Taaddasaa Birruu kaasu Waaqoo Guutuun keessatti arga. Gaafan Nadhii kaasu gootota Oromoo biroos isa keessattin arga. Gootni kutaa hin jiru hunduu gootota Oromiyaati"
Taaddalaa Gammachuu
Telegram 👇👇👇
t.me/malkaapost
👍1
31 Dec 2021, 15:24 UTC≈2,630 viewsread 6 August 2026 Forwarded from @naolelectronicsPhoto
Hp notebook
Processor - Intel core i3
Generation - 4th generation
Storage- 500gb HDD
Ram - 4gb
Screen - 12.5 inch
Graphics - intel hd graphics
👉mini size
Battery - 3hrs and above
Price - 14000 (Fixed) 😮 😮
⭐️ with orginal charger and bag
Call: 0972865444
Telegram t.me/naolelectronics
31 Dec 2021, 13:15 UTC≈3,510 viewsread 6 August 2026 Photo
Guyyaa dhaloota goota oromoo Hacaaluu Hundeessaa Sabbataatti kabajame!
Waggaa 38ffaa qaalii oromoo Hacaaluu Hundeessaa mana barumsa qaroo dhabeeyyii sabbataatti barattoota qaroo dhabeeyyii nyaachisuun haadha mana Hacee Faantuu Damisoon durfamuun haala bareedan kabajame.
Haceen onnee Oromootaa keessatti siidaa isaa dhaabbate bara baraan yaadatama.
HBD Haceekoo ❤
Telegram 👇👇👇
t.me/malkaapost
26 Nov 2021, 12:25 UTC≈2,890 viewsread 6 August 2026 Photo
Muummichi ministiraa Abiy Ahimed adda waraanaa erga deemee yeroo jalqabaaf ibsa laate.
Bakkeewwan diinaan qabamanii jiran gadi lakkisiisaa jirra jedhe muummichi ministiraa.
Ministirri muummeen Itoophiyaa adda waraanaa irraa ibsa kenneen waraana cimaa kaleessa taasifameen bakka murtessaa diinan qabamee ture gadi dhiisisuu hime.
Ammaas bakkeewwaan diinan qabaman keessaa cifraa fi burqaa to'achuuf waraana gaggees…
23 Nov 2021, 08:54 UTC≈2,610 views1 reactionsread 6 August 2026 Qaallittiitti maaltu ta'e?
Jidduu kana nageenya hidhamtoota siyaasaa Qaallitti jiran ilaalchisee yaaddoowwan adda addaa calaqqisaa turani jiru. Dhimma kana adda baafachuuf yaalii gooneen, wantoota armaan gadii hubannee jirra.
Kamisa Sadaasa 9, 2014 halkan keessaa sa’aa 2:40tti Konkolaattoonni hidhattoota yunifoormii Poolisii federaalaa uffatan fi namoota uffata sivilii uffatan sadii fe’anii beekamtii fi hayyama hog…
👍1
20 Nov 2021, 15:15 UTC≈2,200 viewsread 6 August 2026 Galmee baankiin daldala Itoophiyaa baase online galmaa'uf viidiyoo kan ilaalaa
https://www.youtube.com/watch?v=aBBz_86yNek
19 Nov 2021, 08:12 UTC≈8,830 viewsread 6 August 2026 Baankiin daldala Itoophiyaa muuxannoo waggaa zeeroon nama 200 qacaruu barbaada dorgomaa waliif dabarsaa!
Online apply akka itti gootan viidiyoo kanaa gadii link tuquun ilaaluu dandeessu
https://www.youtube.com/watch?v=aBBz_86yNek
Commercial Bank of Ethiopia Management Trainee Vacancy
Job Title 1: Management Trainee
job requirements
Essential Educational Qualification & Work Experience: MA Degree in Economics or Man…
6 Nov 2021, 05:21 UTC≈2,630 viewsread 6 August 2026 Photo
Ameerikaan lammiileenshee hundi Itoophiyaa dhiisanii akka bahan waamicha dhiyeessite
----------------
Oduun kun kan dhagahame wayita waraanni kaaba biyyattiitti eegale babal'achuun guutuu biyyattiif yaaddoo ta'aa dhufeefi wayita gareeleen finciltootaa sagal mootummaa Itoophiyaa kuffisuun, mootummaa ce'umsaa ijaaruuf qindoomina uumuu wayita beeksisanitti.
Embaasiin US marsariitii isaa gubbaatti waan jedhe: ''Haalli n…
Showing the 12 most recent of 16 posts we hold for @malkaapost. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.