26 Aug 2022, 16:23 UTC≈20,700 viewsread 7 August 2026 Mootummaan Federaalaa Itoophiyaa humnoonni Tigraay haleellaa isaanii cimsani itti fufan jedhe
Tajaajilli komunikeeshinii mootummaa federaalaa ibsa baaseen, humnoonni Tigraay haleellaa isaanii itti fufuu hime.
Kana waan ta'eef tarkaanfiin humna waraanaa humnoota Tigraay irratti xiyyeeffate akka fudhatamu beeksiseera.
Kun kanaan otoo jiruu har'a guyyaa walakkaa magaalaan Maqalee xiyyaarota waraanaan reebamuu mootumm…
Signed Mamadamiin
26 Aug 2022, 15:32 UTC≈15,400 viewsread 7 August 2026 Photo
Mootummaan iddoolee filatamoo humna waraanaa ABUT kan haleelu ta'uu beeksiise.
Mootummaan iddoolee filatamoo humna waraanaa ABUT kan haleelu ta'uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise Mootummaan hang ammaatti rakkoo ture karaa nagaan furuuf balbala isaa banaa taasiisee eegaa turus, ABUT haleellaa isaa itti fufuu eereera Mootummaan federaalaa haalduree tokko male marcha'uuf qophummaan qabu akkuma jirutti ta…
Signed Mamadamiin
25 Aug 2022, 16:41 UTC≈11,400 viewsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Mamadamiin
25 Aug 2022, 16:41 UTC≈10,400 viewsread 7 August 2026 Hagayya.25/2022-Waldaan sikkoo Mandoo biyya yaman Magaalaa Adan jiraatan Deeggarsa lammiilee hoongeen miidhamaniif taasisan.jedhame
Waldaan sikkoo mandoo biyya yaman Magaalaa Adan hawaasa baqataa magaala adanii fi nannawa isii wajjiin ta’uun sagantaa Lammiitu lammiif tumsa jedhu qopheessuun lammiilee keenna sababa hoongeetiin gammojjii baalee keessatti balaa beelatiif saaxilamaniif, deeggarsa maallaqaa tasisuuf sag…
Signed Mamadamiin
23 Aug 2022, 05:09 UTC≈9,010 viewsread 7 August 2026 Godina Kaaba Shaggar aanaa Dagam keessatti waraanni garee maafi'a bilxiginnaa manguddoo tokko ajjeesuun dhaga'ame
ONM-ABO Hagayya 22,2022 Oromiyaan dachee abbaan irree akka barbaadetti ajjeesuu, hidhuu, saamuu fi reebuu erga taate addatti waggoottan afur lakkoofsistee jirti.
Waraanni ilmaan Oromoof naasuu hin tokko hin qabne godina kaaba Shaggar aanaa Dagam ganda Hannaa Jirruu Gadam keessatti kaleessaa jechu…
Signed Mamadamiin
22 Aug 2022, 20:30 UTC≈7,150 viewsread 7 August 2026 Eebba Kitaaba Ulee Gabrummaa Cabsite Kan Ustaaz Umaralfaaruuq Sheikh Aliyyii barreefame kaleessa haala hoo'aan biyya Jarmanitti adeemsifamee jira.
Dhugaa dubbachuuf hawaasa biyya Jarmaniif galatatu barbaachisa. Galatooma haala akka kanaatiin kitaabicha eebbisuu keessaniif.
Kitaaba bitachuu fi eebbisuun qofti gahaa miti. Kitaaba barreessaan bareesse dubbisutuu kitaabicha kitaaba taasisa. Kitaaba kana bittani mana h…
Signed Mamadamiin
22 Aug 2022, 20:30 UTC≈7,500 viewsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Mamadamiin
22 Aug 2022, 13:38 UTC≈6,440 viewsread 7 August 2026 Hagayya.22/2022-Atileetonni Itiyoophiyaa dorgommii fiigichaa walakkaa maraatoonii Biraaziiliifi Arjentiinaatti gaggeeffameen milkaa’an.
Dorgommii fiigichaa walakkaa maraatoonii Biraaziil Riyoo Dii Jeneri’oo fi Arjentiinaa Boonas Ayirasitti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa milkaa’aniiru.
Dorgommii figicha walakkaa maraatoonii dhiiraa Riyoo Dii Jeneri’ootti gaggeeffameen Atileet Asaffaa Baqqalaa sa’aatii 1fi d…
Signed obsii oromoo
22 Aug 2022, 13:38 UTC≈6,830 viewsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed obsii oromoo
22 Aug 2022, 06:19 UTC≈5,730 viewsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed obsii oromoo
22 Aug 2022, 06:19 UTC≈5,750 viewsread 7 August 2026 ODUU HAARAWA:Hagayya.21/2022
Magaalaa Gudaritti ummanni ajjeechaa nu gaha jechuun daandiilee cufuun dhagahame.
Godina Shawaa Lixaa magaalaa Gudar keessatti Yakka ajjeechaa dargaggoota lama irratti loltootni mootummaa geggeessaniin wal qabatee magaalaa gudar keessatti ummanni daandii gara lixaa fi finfinnee deemu cufuun mormii gaggeessaa jiraatuu maddeen keenna ifoomsanii jiru.
Signed obsii oromoo
Showing the 11 most recent of 11 posts we hold for @keeloomidiyaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.