2 Jun 2022, 21:13 UTC554 viewsread 9 August 2026 -Goofataa fi Buhaartii halaal arkuuf👇
@Riyaduljanna khoottu
-Odeeffannoo Islaamaa saffisaan arkachuuf 👇
@Riyaduljanna hordofi
-Oduu dinqisiisoo fi dhaamsa babbareedaaf 👇
@Riyaduljanna filadhu
-Da'awaa haala yeroo arkachuuf 👇
@Riyaduljanna seeni
-Walaloo fi seenaale mimmiooytuu dhagahuuf 👇
@Riyaduljanna bani
-Waan hundaafu ammuma join godhii miseensa Media @Riyaduljanna tahi.
Signed Haafizo Haafize
26 May 2022, 09:45 UTC490 viewsread 9 August 2026 Forwarded from @RiyaduljannaPhoto
Allaahu Akbar
Oduu Gammachiisa
Hooggantoota Majlisa Fedraalaa tahanii
warra muudaman #Sheek_Hajjii_Ib
raahim_Tufaa
pirizdaantii Majlisa fedraalaa.
#Abdalkariim_Sheek_Badraddiin
itti aanaa pirizdaantii Majlisa fedraalaa
Alhamdulillaahi
isaaniis warra tokkummaa muslimaa irratti
hojjatu rabbiin isaan haa taasisu.
Odeeffanno islaama saffisan arkachuf @Riyaduljanna join godhi.
Signed Haafizo Haafize
19 May 2022, 20:16 UTC376 viewsread 9 August 2026 Oduu namni hundi dhagahuu qabu atiis ammuma dhagahi.
.
.
.
.
.
.
Odeeyfanno Islaama saffisaan arkachuuf @Riyaduljanna dadhabbii tokko male buhaaraa barachuf @Riyaduljanna sagantaale itti gammaddu dhagahuuf @Riyaduljanna waan hundaafu filannoon kiyyaa fi kee @Riyaduljanna tahu isaa mirkaneeysuuf ammuma join godhi laali.
Signed Haafizo Haafize
6 May 2022, 00:02 UTC366 viewsread 9 August 2026 Forwarded from @Riyaduljanna
Goofata kana share godhi.
Gaaf tokko maraataan tokko ibidda 🔥 qabatee mana citaa tokko cinaa daddeemu jira. Ummanni laalaniiti osoo inni humaa hin balleessin maraataan kun manuma kana gubuu baatu ja'an. Hogga kana maaraataan kuniis waan isaan ja'an dhagahee anumaahu yaadachiiftan ja'ee ibidda saniin mana citaa san gube.😃😃
Adeeroo anaa fi atiis yaada namaa osoo hin beyne hamtuu inni quba hin qabne yaadachiisuurraa …
Signed Haafizo Haafize
3 May 2022, 16:26 UTC307 viewsread 9 August 2026 Forwarded from @RiyaduljannaPhoto
Heddummina nama bakka takkatti iida salaatuun; makkaa fi madiinatti aanee Finfinneen akka addunyaatti 3ffaa tahuun galmoytee jirti Allaahu Akbar.
#Media @Riyaduljanna
Signed Haafizo Haafize
29 Apr 2022, 21:49 UTC301 viewsread 9 August 2026 Forwarded from @RiyaduljannaPhoto
Hiriira jummaa arraa godhame irratti namni du'ee jira.
Media Riyaadul Jannaa
Ramadana 28/1443
Guyyaa arraa Hiriirri nagayaa kan gocha gareen shoorarkeysitoota Fanno Gondar kessatti rawwatani balaaleyfatu bahamee jira. Hiriirri kun Magaaloota heddu kessatti kan godhame yoo tahu Magaalaa Dirre Dawa fi Shaashamannetti tarkaanfii qaama mootummaatin lubbun namaa badde jirti.
@Riyaduljanna Diin keenyaaf Qabsaa'u qabna.
Signed Haafizo Haafize
18 Feb 2022, 19:38 UTC357 viewsread 9 August 2026 Forwarded from @RiyaduljannaPhoto
Share waliif godhaa eeggadhaa.
Signed Haafizo Haafize
16 Feb 2022, 12:34 UTC332 viewsread 9 August 2026 Forwarded from @RiyaduljannaPhoto
Dhiira akkanaa hunda jira. Garuu yoo deeggarsa hin arkatin akkuma agartu kanatti hafa.
#Media @Riyaduljanna
Rabbiin hidhamtoota kenya Saudi Arabia jiran nuuf haa baasu.
Signed Haafizo Haafize
19 Jan 2022, 11:28 UTC300 viewsread 9 August 2026 Forwarded from @RiyaduljannaVideo
Adeero Nuuhoo manzuma isaa kessattille miidhaa oromo dubbata hanga kana caqasaame 🦻
#Media @Riyaduljanna
Signed Haafizo Haafize
16 Jan 2022, 09:12 UTC297 viewsread 9 August 2026 Oduu simbirtuu
Sagantaan guddoon magaalaa Harar galma Calanqootti gaggeyfamuuf ture maalif dhoorkame? Konkolaataan Sh Amiin Ibro maalif hidhame? Ballina isaa eeggadha.
#Media @Riyaduljanna
-Manni murtii gurraacha Alii Sufiyan maalif qeeqa? Odeyfannon biraatis jira.
Signed Haafizo Haafize
15 Jan 2022, 14:23 UTC268 viewsread 9 August 2026 KFO,ABIYYI FI IZEMA maal irratti haasawaa jiran? #Media @Riyaduljanna join godhun dubbisi. Arra Dhimma Xoophiyaa haasawu eegalle. Sababni isaas Haaji fi Ustaaz Hamza sababeyfanne.
Signed Haafizo Haafize
14 Jan 2022, 13:25 UTC271 viewsread 9 August 2026 Forwarded from @RiyaduljannaPhoto
Champions league Europe daawwachu jiran fakkata mii? Wly akkasi miti maali nibeyta wanni isaan laalu jiran? Hin Beytu eekha? Waldorgommii Qur'aana tan biyya Taanzaaniyaatti gaggeyfamte irratti namni dilli kun hirmaate. Maashaa Allah jatte naffakaata. Gaarii gooti waan hundaafu Rabbin nasrii dhugaa nuuf haafidu. Odeyfanno Islaamaa saffisaan arkachuf #Media @Riyaduljanna hordofi.
Signed Haafizo Haafize
Showing the 12 most recent of 19 posts we hold for @inshaaAllaahinshaaAllaah. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.