10 Aug 2025, 10:30 UTC≈2,080 viewsread 12 August 2026 Group Telegram hedduu kan Fuulbana 2024 A.L.A dura banaman, Fayyadamtoota telegram irraa bita jira. 📅 Group Telegram keessaan yoo dhuunfaa (private) ta’e mul’achuu(visible) qaba 👁🗨 yookaan ammoo ifaa (public) ta’uu qaba 🌐. Group akkasii yoo qabaattan, nu qunnamaa @abdiiAb68. 🤝 Gatii madaalawan isinirraa bitna. 💬
Signed Abdii Abbiyyoo Eda'oo
1 Jul 2025, 18:03 UTC≈2,930 viewsread 12 August 2026 HIRIYAA SOBA
Dubbartii tokkotu Jawwee mana keessatti guddifattu tokko qabdi. Jawween kun baay'ee dheerata ture. Guyyoota muraasa booda Jawween kun nyaata nyaachuu dide. Dubartiin kun yaaddoftee nyaata akka nyaatuuf Dhangaa nyaataa filatamoo gosa adda addaa dhiyeessituuf illee nyaachuu ni dide.Furmaata biraa barbaacha gara Doktora Bineensootaa deemte. Doktoriin kun gaaffii tokko tokko gaafachuun jalqabe. Akkas jechuun…
Signed Wameran!
1 Jul 2025, 16:49 UTC≈6,030 viewsread 12 August 2026 Amma yeroo ATI kadhatafi waamannadhan fuulla waaqayyooti of dhiyeessitu Akka ta'e beekadhu! Waaqayyoon qabachuun nama hundumayyuu qabachuu jechuudha. Yoon siin jedhu Waaqayyo yeroo siif barbaachiseeti nama case ati irrati nama barbaadde sanaf ta'u kallaati ta'en siif Kenna jechuu koti. Qoomon sagadduuf qoomon kdhattu hin baddu jedhan. Waaqni nama isaa jaallatufi kadhatuu kamiinu ni gargaara. Bara kana nama harkasaa …
Signed WameranTolera
1 Jul 2025, 16:49 UTC≈1,800 viewsread 12 August 2026 Waqti hubatamu dhabu...............
#HAALAA JIREENYAA
. Ba'aan inni baate jiru hammam Akka itti ulfaata jiru isumaa baate jirutu bekaa. Dammii inni nyaata jirus hammam Akka itti mi'aawe jiru isumaa nyaata dhandhaama jirutu bekaa. Waan arge maal Akka inni ta'e isumaa arge qofatu bekaa. Brother! Jireenyis akkasumaa! Waa'een jireenyake sumasaa jireenyicha keessa jiraata jiru sana qofaf gala dhugaa Waaqa…
Signed WameranTolera
21 Mar 2025, 11:18 UTC≈2,670 viewsread 12 August 2026 Photo
Carraa Leenjii Ajaa'ibaa Online Bilisaan iddoo jirtanitti waraqaa ragaa Addunyaalessaa waliin❕❕
Riiskiliing Revolution Afrikaan, sagantaa dandeettii cimsachuu Waldaan Tattaaffii Tola Ooltotaa Adunyaa(IAV), IBM waliin ta'uun qopheesse yoo ta'u, Koorsiwwan gara garaa akkasumas waraqaa ragaa bilisaa kan ofkeessatti qabateedha.
📌 Jalqaba asitti galmaa'uu 👉 Liinkii
📌 Koorsiwwan as keessa barbaaduu 👉Liinkii
📌Koors…
Signed Abdii Abbiyyoo Eda'oo
21 Mar 2025, 11:18 UTC≈2,060 viewsread 12 August 2026 Photo
Carraa Leenjii Ajaa'ibaa Bilisaan❕❕
Riiskiliing Revolution Afrikaan, sagantaa dandeettii cimsachuu Waldaan Tattaaffii Tola Ooltotaa Adunyaa(IAV), IBM waliin ta'uun qopheesse yoo ta'u, Koorsiwwan gara garaa akkasumas waraqaa ragaa bilisaa kan ofkeessatti qabateedha.
Maaf nutti makamtu?
📌Waraqaa ragaa beekkamtii adunyaawaa qabu
📌Carraawwan tola ooltummaa
📌Leenjii fi workshooppii Addunyaalessaa
Ammuma galmaa'uud…
Signed Abdii Abbiyyoo Eda'oo
20 Dec 2024, 18:10 UTC≈2,900 viewsread 12 August 2026 JECHOOTA BEEKTOTAA
1, "Mo'attoonni waan adda ta'e hojjetu miti waanuma jiru karaa adda ta'een hojjetu." (Shiiv keeraa)
2, "Muka ija qabdutti dhagaan darbatamu itti baay'ata." (Shiiv keeraa.)
3, "Namni Kamillee miilla dhoqqeedhaan Sammuu koo irra akka ejjetu hin eeyyamu."(M. Gaandii)
4, "Hin danda'amu kan jedhamu wanta hin hojjetamne qofadha." (N. Maandellaa. )
5, "Dukkanni dukkana hin ibsu; Ifatu dukkana ibsa. Jibbi…
Signed Tølíï Bñtï
20 Dec 2024, 18:10 UTC≈3,900 viewsread 12 August 2026 Nama Milkaa'ina ta'uf waantoota sadan kanatu si barbaachiisa:
A, Mul'ata Qabachuun
B, Mul'ata ofi galma gahuf hojjechuu
C, Amala Gaarii Qabachuudha.
1 Mul'ata Qabachuun:
Nama muldhaata ykn abjuu qabu ta'un, karaa jireenya ofii argachuudha. Nama abjuu qabu ta'unkee Kaayyoo milkeessuuf jiraattu tokko akka qabaattu si godhan. Kaayyoo galman gahunis ofiike hamma maatiikee, biyyaa addunyaa ittin jijjjirtu gaariis…
Signed Tølíï Bñtï
4 Nov 2024, 10:08 UTC≈3,240 viewsread 12 August 2026 Forwarded from @milkaaina_jireenyaaPhoto
🇺🇸🇺🇸🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲🇺🇲
DV Guutuuf guyyaa tokko qofatu hafee hamma yoonaatti hin guutne yoo ta'e carraan kun akka isin jala hin dabarre.
Namoota 150 ol ta'aniif karaa online amanamummaan guunnee "certificate" ergineerra. Carraan kun akka isin jala hin dabarre!
👇👇
1️⃣Footoo kee gurdii kan yeroo dhihoo kaatee
2️⃣Maqaa kee guutuu
3️⃣Bakka fi bara dhalootaa
4️⃣Email
5️⃣Lakkofsa bilbilaa
6️⃣Sadarkaa barnootaa
7…
Signed Abdii Abbiyyoo Eda'oo
2 Nov 2024, 19:59 UTC≈3,220 viewsread 12 August 2026 "Major star" Tapha airdrop dhaabbanni telegram nuuf fide Akka coin tti jijjiranuuf , gift adda itti walii kenninuuf nu fayyaduudha. Garuu xumuramuuf guyyaa 5 qofatu.
Akka salphati hin lalinaa
Waan nama fayyadu kamuu yaaluun gaarima!
Link gadii kanaan seenuun #star walitti qabatu dandeessu warri dura hin seenne
👇👇
https://t.me/major/start?startapp=7396731465
Signed Abdii Abbiyyoo Eda'oo 🍅
31 Oct 2024, 18:17 UTC≈3,130 viewsread 12 August 2026 Airdrop Kana kan hundeessa nama notcoin hundeesse fi Ton waliin hojjetudha
Hojii kana irratti task haaraan dabalamee jira
Hojiin kun waan biizii nama godhu hin qabu
Start gootanii task 4 qofa hojjettanii dhiiftu
Yoo coin dabalataa argachuu barbaaddan immoo linkii keessan nama affeertu
namni hin jalqabne yoo jiraate ammuma jalqabaa
Jalqabuuf👇👇👇👇
https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=7z8yjDkE
Signed Abdii Abbiyyoo Eda'oo 🍅
25 Oct 2024, 12:57 UTC≈3,030 viewsread 12 August 2026 Forwarded from @milkaaina_jireenyaaPhoto
uyyan itti DV n bara 2026 itti guutamu xumuramuuf guyyoota muraasa qofatu hafe warren carraa kana yaaluu barbaaddan fii guutachuu feetan yeroo hafte kanatti fayyadamaa Guutadhaa. Akkaataa itti guuttan kan kana dura isiniif barreessine ilaaluu nu dandeessu 👆
Akka nuti isiniif guunnu yoo feetan ammoo, Qarshii 100 qofa kaffaluun manuma keessan teessanii guutuu dandeesu
👉👉👉@Me_vs_Me_1 ykn @abdiiAb68 irraan nu dubbisaa
Signed Abdii Abbiyyoo Eda'oo
Showing the 12 most recent of 15 posts we hold for @gorsa_jireenya. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.