18 Dec 2024, 04:29 UTC≈1,370 viewsread 7 August 2026 #Reeffi Ishee Biyya dhaloota isheetti haa Awaalamu maatii koof naa ergaafi adaaraa.
Obboleettinkoo baayyee dhukkuubsaatte waajjira poolisiitii baasaani mana yaalaa Shagaar Furii ciistee jirti.
Jalqaaba gaafa qabaan reebicha hamaa irraan gaa’aani akka turaan qubaan qaba. Amma immoo maal akka isheen nyaatte ykn nyaachisaan waanan beeku hin qabu garuu dhiigni irraa dhaabbaachuu akka dideen dhagaa’e.
Eegaa hoomaa iyyuu …
Signed 🎧 Damoo
18 Dec 2024, 04:28 UTC≈1,070 viewsread 7 August 2026 https://www.facebook.com/100084697113977/posts/555853823914517/
Signed 🎧 Damoo
11 Dec 2024, 11:01 UTC≈1,210 viewsread 7 August 2026 https://youtu.be/MqM6SD73RmQ?si=Zqxeh_xSHY3bzv-m
Enjoy it 👌👌
Signed 🎧 Damoo
11 Apr 2024, 06:31 UTC≈2,460 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @segnigudetaPhoto
Never depend on a single income, make an investment to create a second source.” Warren Buffett @WABIISG
Signed 🎧 Damoo
22 Sept 2023, 09:37 UTC≈3,980 viewsread 7 August 2026 Finfinneetti Ragaa Gaa'eelaa malee Dhiiraafi dhalaan siree buluu hin danda'an jedhame.
Waliif TV ( Fulbaana 22/2023) Finfinnee
Dhiiraa fi dhalaan waraqaa ragaa fuudha yoo hin qabaanne siree Hoteelaa kirreefachuu akka hin dandeenye himame.
Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti waraqaa ragaa dhiirsaafi Niitii mirkanneesssuu yoo hin qabaanne dhiiraaf dubartiin Siree Hoteelaa qabatani buluu akka hin dandeenye seerri ba…
Signed 🎧 Damoo
12 Sept 2023, 14:41 UTC≈3,160 viewsread 7 August 2026 #Baga_Geessan
Kabajamtootni fi hordoftootni chaanaalii keenyaa hundi keessanuu baga bara haraa bara 2016'n isin gahe isiniin jechaa barri haaraan;
Kan gammachuu,
Kan jaalalaa,
Kan milkii,
Kan badhaadhinaa,
Kan itti sooramtan,
Kan itti quuftan,
Kan kaayyoo qabattan galmaan ittiin gahattan...isiniif akka ta'u hawwii qabnu isiniif ibsina.
#2016
#Ayyaana_Gaarii
#like #share
#join_us 👇
share💯share💯share
@furtuu_jire…
Signed 🎧 Damoo
11 Sept 2023, 17:15 UTC≈2,800 viewsread 7 August 2026 🌻🌼🎄🎄
Baga jala bultii geessani
🌿🎋🪴🌾🌻🌻🌼🌼
@furtuu_jireenyaa
Signed 🎧 Damoo
24 Aug 2023, 04:36 UTC≈2,980 viewsread 7 August 2026 https://t.me/+vvQ2JJ22bIk4MWM0
Signed 🎧 Damoo
24 May 2023, 11:34 UTC≈3,950 viewsread 7 August 2026 HAADHA MANAA
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Halkan tokko utuu barattoonni ga'eessonni barataa jiranii ogeessi xinsammuu tokko kutaa seenee, har'a tapha qabna jedhe.
■ Barattoonnis tapha akkamii jedhanii gaafatan. Barsiisaanis
barataan fedhii isaatiin ka'u jennaan barataan dhiiraa tokko ka'e. Barsiisaanis barataa sanaan namoota baay'ee
jaalattu 30 gabatee gurraacha kana irratti barreessi jedheen.
■ Baratichis maatii isaa irraa eegalee, …
Signed 🎧 Damoo
2 Feb 2023, 11:51 UTC≈3,930 viewsread 7 August 2026 Gaafan corroqaa dhugee
Daaraa keessaa ciisee
Miilan fagaadhus sirraa
Yooman sii yaaduu dhiisee
Siifan okkolaa deema
siifan dhukkubsadha
Siif fayyuu dadhabeen
onnee kulkulfadhaa
Yaaddoo jaalala keetiif
mataan naa nanna'aa
Coba bishaan jaalala keenan
Akkatti mama'aa
Ekamee sareetoo elamee yaa tiruu
Kan akka koo sii jaalatuu-
kan biraan hin jiruu
Gaafa dogoggortuu harkaa-sii rukutuu
Duuban Akka saree-dhoksee siin kukku…
Signed Boontuu 𝕶
3 Dec 2022, 17:56 UTC≈3,840 viewsread 7 August 2026 Yaa ummataa dhiffamaa rakkoo nuu mudddatee hundaaf
Signed Boontuu 𝕶
19 Feb 2022, 08:27 UTC≈7,880 viewsread 7 August 2026 Jechoota mimmiidhagoo
✍Jireenyi patternii mataa ishee qabdi,Hack gochuun gahee keeti.
✍Namoonni hedduun osoo eenyummaa kee hin hubatin jireenya kee karaa heddutti hiikkatu.
👌Namni biraa akka si jaallatuuf of hin jijirin;Namni dhugaa akka si jaallatuuf of tahi.
👉Gatii osoo hin baasin kaayyoon ati galmaan geessu hin jiraatu.
✍iImi namaa gaafa gad jettuuf si tuffata. Garuu, Waaqni gaafa jinbilfattuuf ol si qaba.
…
Signed ̶B ̶e ̶ ̶y ̶o ̶u ̶r ̶ ̶s ̶e ̶l ̶f 🌹🌹
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @furtuu_jireenyaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.