26 Aug 2026, 17:17 UTC163 views5 reactionsread 27 August 2026 Phaawuloosiif yaa'iqob akka loltoota lama dugda isaanii walitti galagalchanii kallattii lamaan meeshaa isaanii qabatanii fiixeewwan og-waaqummaa(theology) lamaan irraa barsiisa sobaa faccisaa/lolaa/ jiraniiti.
Yaadonni lamaan Roomaa 4:3-5 fi Yaa'iqob 2:24 irratti caqasaman kan wal faallessan osoo hin taane, lamaanuu bowwaa lamaan fiixeewwan og-waaqummaa gamaaf gamanaarra jiran keessatti akka nuti hin kufneef kan nu …
❤5
17 Aug 2026, 19:00 UTC534 views4 reactionsread 27 August 2026 https://youtu.be/GVow8rSQwiA?si=HTNt5ryYvK_drLWZ
❤4
8 Aug 2026, 09:09 UTC930 views6 reactionsread 27 August 2026 Cubbuu ofiif gadduu:- Cubbuu keenyan Waaqayyoon akka gaddisiisne yakkama fi cubbama tau keenya hubannee gad of deebisuun gaddu qabna. Sababni isaa Abbaa keenya isaa gaarii, eega fi tiksa keenya tae Waaqayyoon waan yakkinef. Luq 18:9-14
Cubbuu keenya Waaqayyootti himachu:- Cubbuun keenya fuula Waaqayyoo duraatti beekama waan taef Waaqayyoon yakkinee dhokachu hin dandeenyu. Fuula nama duraa dhokachu in dandeenya taa g…
❤6
8 Aug 2026, 09:09 UTC652 views2 reactionsread 27 August 2026 Akkumaan armaan olitti ibsuf yaale Qajeelaa taanerra jechuun nun mudaa maleessa, dadhabina kan hin qabne jechu miti. Qajeelota taannerra jechun madda oftuulummaa osoo hin taane karaa nuun Waaqayyoo faana nagaatti jiraachuf karra argannedha. Kunis hojii dinqisiisa ayyaanni waaqayyoo hojjetedha malee waan nu keessa maddee fi maddu tokko illee hin jiru. Kanaf Kahumsa Qajeelummaa isa tahe Waaqayyoo abbaa, maddaa fi buuur…
👍2
6 Aug 2026, 15:35 UTC607 views9 reactionsread 27 August 2026 QALBII JIJJIIRRANNAA
Ibsa gabaabaa/article/ kana dubbisuukeen booda Qalbii jijjiirrachuu dhiisuukeef akka qalbii
jijjiirrattu abdii guddaan qaba.
Waaqayyoo yeroo ofii isaa yaade fi karoorsetti ulfinaa isaaf dhala nama uume. Dhala nama kana gaafa uumes kakuu wajjin gale, kakuun kunis Waaqayyo dhala namaf abboommota kennuun akka isaan isaaf abboomamnif ajaje, yeroo isan waan abboomaman raawwatan jiree…
❤9
4 Aug 2026, 08:52 UTC570 views1 reactionsread 27 August 2026 #Focus Wallaggaa university
Waa'ee Foon uffachuu gooftaa keenyaa Wantoota Beekuutii Qabnu 10
Giddu-galeessa amantii kiristaanaa fi giddu galeessa wangeelaa keessatti Eenyummaa fi hojii Gooftaa keenya yasuus Kiristoosin argina “sagalichi nama foonii ta’e” Yoh 1:14. ilmi Waaqayyoo foon uffatee bakka keenya fayyisaa keenya ta’ee jiraachuu fi du’uu irraan kan hafe fayyinni hin jiru. Dhufaatii Ilma waaqayyoo isa bara ba…
❤1
4 Aug 2026, 08:52 UTC563 views4 reactionsread 27 August 2026 • Foon uffachuun guutummaatti gocha uumamaan ol ta’e akkasumas agarsiisa olaantummaa, ayyaana fi oolchuu Waaqayyo keenya sadan-waaqayyo tokkoo uummata isaa furuuf kaka’umsa qabu kan agarsiisu ture Mat. 1:18- 25; Luq. 1:26-38.
• Durbi ulfaa'uun karaa ittiin Ilmi waaqayyoo Eenyummaa namummaa ofitti fudhate ture. Ulfa'uu durbaatiin sadan-waaqayyo tokkootu yesuusif eenyummaa namummaa haaraa uume, bu’aa gocha kanaatinis …
❤4
4 Aug 2026, 08:52 UTC689 views3 reactionsread 27 August 2026 • Ilma waaqayyoo qofaatu murtii Waaqayyo ofii isaa nurraa dabarsuu akkasumas gaaffii abboomamuu guutuu "perfect obedience" waaqayyo barbaadu sana raawwachuu danda'a Rom. 5:12-21, isa qofatu nu faakkatee bakka bu’aa keenya ta’uu danda’a Ibr. 5:1.
• Kaffaltii cubbuu keenyaaf abdiin fayyinaa keenyaa akkasumas Akka Bifaafi fakkattii Waaqayyootti guutummaatti deebinee deebi’uun keenya kan raawwatamu Yesuus Kiristoos Goo…
❤3
30 Jul 2026, 09:40 UTC894 views9 reactionsread 27 August 2026 Guddina jireenya hafuuraaf illee M/qulqulluun barbaachisaadha. Mat 4:4, FROM K/D 8:3 1phex2:2 Kanaafuu caaffanni qulqullaa’an buddeena jireenya hafuuraa isa namni Kristoositti amane ittiin jiraatu,guddina jireenya hafuuraaf barbaachisaa ta’edha. Fedha Waaqayyoo isa mul’ifame (the revealed will of God) hubachuuf illee barbaachisaadha. Kes 29:29
D) sufficiency of scripture
M/qulqulluun nu barsiisuuf,nu qajeelc…
❤9
30 Jul 2026, 09:40 UTC714 viewsread 27 August 2026 AMALOOTA(ATTRIBUTES) MACAAFA QULQULLUU
A) Authority of scripture
Dhimmi Aangoo macaafaa dhimma baay’ee murteessaadha waan ta’ef, sirriitti hubachuuti qabna. Sababni isaa dubbii Waaqayyoo akkasumas hafuura baafannaa(GOD BREATHED) Waaqayyooti waan ta’ef. 2XIM3:14-17 Caaffatichi Waaqayyo isa aangoo guutuu qabu biraa kenname waan ta’ef aango qabeessadha. (It’s source) Amantii amantootaaf, jireenya Kristiyaanotaa murte…
25 Jul 2026, 06:53 UTC≈1,130 views9 reactionsread 27 August 2026 Jechi BIBLIOLOGY jedhu jecha afaan Greek Lamarraa kan dhufeedha. Innis, Biblion: Book i.e BIBLE Logos: Study (Study about the book or Bible) Kanaaf Walitti gaafa dhufu BIBLIOLOGY jechuun Qo’annaa waa’e M/qulqulluu jechuudha.
WHY DO WE STUDY BIBLIOLOGY? To understand God. (Waaqayyoon hubachuudhaaf). Karaa sirrii ta’e Waaqayyoon akka barruuf nu gargaara. Gosoota Ogwaaqummaa biroo(Christology,soteriology,Ecc…
❤9
23 Jul 2026, 05:45 UTC≈1,120 views13 reactionsread 27 August 2026 BIBLIOLOGY
PART 1
📖 1phex2:1-3
“ THE MOTTO OF ALL TRUE SERVANTS OF GOD MUST BE, ‘WE PREACH CHRIST; AND HIM CRUCIFIED”. CHARLES HADDON SPURGEON
Qo’annaa hafuuraa yeroo taasifnu yoo xiqqaate gosoota ogwaaqummaa(Theology) armaan gadii kana sadan beekuutii qabna.
✓ Biblical Theology;
Fakkeenyaf Macaafa Efesoniin beekuu yoo barbaanne,
• Seenduubee macaafa Efesoon, yeroo sana magaalaan Efeson maal a…
❤13
Showing the 12 most recent of 18 posts we hold for @focusour. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.