2 Aug 2026, 18:27 UTC68 views4 reactionsread 7 August 2026 Barattoonni keenna maatiin keenna hundi keessanuu baga guyyaa firii keessan itti argitan geettanii argitan baga gammadanii waliin gammanne.
Jajjabina keenna isin keessaan arginaa wlh hundi keessanuu galatoomaa obsa keessaniif jaalala isin nuu fi mana barumsa keennaaf qabdaniif tokkummaan keenna akkanumatti itti haa fufu isiniin jedhaa.
Namoonni muraasni sababa yerootiin qophiin keessan isin irraa hafe dhiifama gud…
❤3🔥1
2 Aug 2026, 18:06 UTC71 views3 reactionsread 7 August 2026 Har'a aduun ifa addaa baafte,Qilleensi gammachuu hafuura ta'ee nu marse.Imimmaan kaleessaa har'a gara kolfaatti jijjiirame,Abjuun keenya har'a dhugaa ta'ee fuula keenya ibse.
Yaa Family Language School,Mana beekumsaa, mana abdii, mana egeree,Balbala milkaa'inaa nuuf bantee,Ifa jireenyaa harka keenya keessa kaa'te.
Guyyaan har'aa dhuma miti,Jalqaba karaa dheeraa fi abdii guddaa ti.Kitaabni cufame tokko,Kitaabni haar…
❤3
31 Jul 2026, 14:33 UTC170 viewsread 7 August 2026 https://vt.tiktok.com/ZS4Mq9YAW/
Video keenna eebbaa Page family jala seenaa share godhaa hundi keessanuu yoo xiqqaate nama 10 oliif nama hedduu bira gahuu qaba sagantaan keenna
20 Jul 2026, 19:11 UTC186 viewsread 7 August 2026 Now please let’s all go at once to my tiktok page and Facebook page and FAMILY LANGUAGE SCHOOL page and MR YASSIN IMAMUS page to share the videos at least to 10 people let’s goo😇🫡🫡🫡
20 Jul 2026, 19:02 UTC180 views2 reactionsread 7 August 2026 Mee isin cinaa jirraa namoonni Jettan 111 naaf barreessaa just to make sure😁
👍2
20 Jul 2026, 19:02 UTC179 views0 reactionsread 7 August 2026 Post koo qofa osoo hin taane post namni kamuu waayee mana barumsa keennaa irratti hojjatu hundaa akka repost share nuuf gootan isin gaafadha ammas gargaarsi keessan yeroo kamuu caala amma nu barbaachisa kanaafuu yeroo nu isin barbaannu kanatti nu cinaa dhaabbadhaa isiniin jedha guddaa galatoomaa 🙏🙏
20 Jul 2026, 18:59 UTC174 views1 reactionsread 7 August 2026 Dear all my students
I hope you are all doing well.
As many of you know, we are preparing to open MATI Academy(FAMILY ACADEMY) and this is an important milestone for us. I would like to ask for your support.
Whenever I post our promotion videos on TikTok, Facebook, Instagram, or other social media platforms, please help by sharing them with your family, friends. Your support can help us reach more parents who are …
❤1
18 Jul 2026, 20:03 UTC171 viewsread 7 August 2026 https://vt.tiktok.com/ZSXuaG7JB/
18 Jul 2026, 19:59 UTC170 viewsread 7 August 2026 https://vt.tiktok.com/ZSXuaYWMA/
Video keenna fuula tiktok irratti gad dhiifamu jiru hundi keessanuu seenaa share namootaaf godhaa thanks
14 Apr 2026, 15:01 UTC361 viewsread 7 August 2026 https://vt.tiktok.com/ZSHsDppeW/
Copylink share guys🙏
14 Apr 2026, 14:57 UTC170 viewsread 7 August 2026 https://www.facebook.com/share/v/1TLGNnXb7h/?mibextid=wwXIfr
Copylink our video
14 Apr 2026, 14:57 UTC189 viewsread 7 August 2026 https://youtube.com/shorts/tpqqYNy2rdE?feature=share
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @familylanguagschool. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.