Kadhanna Bara Haaraa Yaa Gooftaa bara ebbifamaa taasisi.Bara qulqulluu fi itti si gammachiisnu haa ta'u. Bara hafuurri qulqulluu itti mul'atu fi itti nu gargaaru haa ta'u. Harka keenya nu qabiitii jalqaba bara kanaa hanga dhumaatti nu waliin deemi. Akka itti gammadduuf barichi kan kee haa ta'u. Barri kun bara haaraa waan ta'eef cubbuudhaan akka hin balleesine nu eegi. Yaa waaqayyoo bara kanatti hojii nuti hojjechuu…

Channel
ᴇʟᴏʜᴇ ᴛᴜʙᴇ-ኤሎሄ ትዩብ
@elohe_tube
On this record: Topic · Growth · Engagement · Posts · Citations · Telegram's recommendations · Cite this entry
1,809subscribers
-83 since we began measuring on 13 September 2026
Risers and fallers across the register · movement among entries of 1,000–3,162.
Register entry
| Telegram ID | -1001182660074 |
|---|---|
| Type | Channel |
| Username | @elohe_tube |
| Created | Between 1 April 2018 and 31 July 2021 — estimated from Telegram’s id allocation, not measured. How this range is calculated. |
| First recorded | 13 September 2026 |
| Last confirmed live | 16 November 2026 |
| Measurements held | 17 |
| Confirmed unchanged | 1 time, most recently 16 November 2026 |
| On Telegram | t.me/elohe_tube |
Topic
Religion — a classification, not a measurement. An on-box language model (Qwen3.6-35B-A3B-FP8, prompt version 1) read this channel’s own recent posts on 27 September 2026 and assigned it the closest of 31 fixed categories, at 100% confidence. This is a model’s judgement about what the channel is likely to be about, not a fact this register measured the way a subscriber count or a view count is measured — it can be revised on a later pass, and it carries no weight anywhere else on this page. How this classification works, and the other topics.
Growth
| Measured (UTC) | Subscribers | Change |
|---|---|---|
| 16 Nov 2026, 01:51 | 1,809 | -10 |
| 10 Nov 2026, 17:56 | 1,819 | -4 |
| 7 Nov 2026, 09:17 | 1,823 | -2 |
| 4 Nov 2026, 17:26 | 1,825 | -2 |
| 2 Nov 2026, 02:08 | 1,827 | -2 |
| 30 Oct 2026, 02:30 | 1,829 | -2 |
| 27 Oct 2026, 03:08 | 1,831 | -3 |
| 24 Oct 2026, 09:50 | 1,834 | -10 |
| 21 Oct 2026, 01:19 | 1,844 | -1 |
| 18 Oct 2026, 05:29 | 1,845 | -2 |
| 14 Oct 2026, 21:10 | 1,847 | -3 |
| 11 Oct 2026, 13:22 | 1,850 | -5 |
| 5 Oct 2026, 12:54 | 1,855 | -16 |
| 27 Sept 2026, 07:55 | 1,871 | -11 |
| 18 Sept 2026, 10:37 | 1,882 | -9 |
| 14 Sept 2026, 09:40 | 1,891 | -1 |
| 13 Sept 2026, 07:22 | 1,892 | first reading |
Engagement
20 posts held, back to 8 June 2026 — the reader has not yet reached the start of this channel’s public history, so older posts may sit further back, unread. Read across 1 page of Telegram’s post history, 20 posts per page.
Nothing published in the last 30 days. ERR and ER are rolling 30-day measures, so there is nothing to compute — we hold 20 posts for this entry, the most recent from 11 September 2026. An engagement rate over an empty window would be a number about nothing.
Recent posts
Barrii haaraan yeroo dhufu umriin keenya dabalaa deemuu isaa qofa miti kan nuti yaadachuu qabnu, gara jireenya bara baraatti dhiyaachaa jiraachuu keenya yaadachuu qabna. Kanaafuu bara nuuf kenname kanatti hojii gaarii hojjechuu, nama jaalachuu fi jireenya qulqullummaa akka jiraannuu waaqayyoon nu haa gargaaru” Qul.Awgisxiinoos 🌼Baga Geessan🌼 @Agnaaxiyoos
Misbaakii Guyyaa har'aa እግዚአብሔርሰ ገሃደ ይመጽእ ወአምላክነሂ ኢያረምም እሳት ይነድድ ቅድሚሁ “Waaqni keenya ni dhufa hin callisus, Ibiddi fuuldura isaatti ni boba'a. Naannoo isaas qilleensa guddaatu jiraata. ” Faar 50:3 Ameen Gooftaa Iyyasuus Dafii Koottu! @Agnaaxiyoos
Namni kan fayyu Amanuun Qofa moo Amantiifi hojiidhaan.... ? Akkuma beekamu namni tokko yeroo cuuphamu cubbuun isaa irraa dhiqama akkasumas dhaloota lammataa dhalata. Kana jechuunis Kiristoos waliin du'ee , du'a ka'umsaanis isa fakkaata. Haala kanaan namni inni moofaan sun du'uudhaan eenyummaan isaa haaraa ni dhalata (cuuphaadhaan) innis eenyummaa Kiristoosiin fakkaatudha. Kana hojii keenyaan argachuu ni dandeenya?..…
“Duuti akka hin hafne yaadi Guyyaan itti duutus ni hafa jette hin yaadin, osoo hin du'iin obboleessa keetiif waanta gaarii godhiif, harka kees isaaf bal'isiiti hamma dandeessu kenniif” Siiraak 14:12-13 ------------------- Waa'ee Du'a yaaduun mataa isaatti waanta gadhee irraa fagaannee Kiristoosiin eegaa akka jiraannu nu taasisa... Gaarummaa amala keenya akka ta'u nu godha.... Egaa akka duuti hin hafne yaa…
Adoolessa 7 Guyyaa kun guyyaa Ayyaana Hangafa Duuka bu'oota Qulqulluu Pheexiroosidha. Guyyaa kanatti gooftaan keenya akka ilma waaqayyoo ta'e ragaan itti bahameera. Akkuma Macaafa Qulqulluu irratti barreefame Iyyasuus Kiristoos bakka Filiiphoos Qiisaariyaa jedhamu yeroo gahu duuka bu'oota isaatiin namoonni Ilma namaatiin maal jedhu? Jedhee gaafate. Inni laphee fi kalee namaa kan qoratu osoo hunda beekuu isaan gaafa…
Yaaa Giftii keenya yeroo umrii ijoollummaa keenyaa sooma kee soomneerra, sammuu ijoollummaa keenyaa sanaan jaalalli kee laphee keenya irra bulee, maqaan keetis afaan keenyarraa adda bahee hin beeku... Qaama keenya irratti tuqaa gurraacha yeroo arginu Maariyaamiin na dhungatte jenneerra, taphannees yeroo dadhabnu daandii Maariyaamii naaf kenni jenneerra. Kennaan kan guutamte yaa haadha keenya, amma guddannee addunyaan…
Ergaa Phaawuloos gara Tiitoo Boqonna 2 • Barumsa jireenya nuuf kennu Tiitoon akka barsiisuu qabu • Jaarsoliin barachuu akka qaban • Haadholiinis barachuu akka qaban • Dargaggoonni dhiiraaf shammarran barachuu akka qaban • Warri gabrumma jala jiranis warra isaan bulchaniif akka ajajaman • Waa'ee Ayyaana Waaqayyoo isa nama hunda fayyisuu --- “Yeroo gorsa kennitu, yeroo balleessaa namatti mul'iftus …
Barreeffamni gabaabaan kun akkuma mata duree isaarraa hubattan waa'ee Dubrumma bara baraa Dubaroo Maariyaam irraatti shakkii fi gaaffiilee ka'aniif kan deebii kennu yommu ta'u. Obboleessa keenya Akliil (@Apostolic_Answers) 'dhaan kan qopha'edha.... Nutis baay'ee fayyada jenne waan yaadneef gara Afaan Oromootti hiikne isiniif dhiyeessineerra Dubbisa Gaarii @Agnaaxiyoos @Zekiristos27
Piroteestaantiizimii Kutaa 2ffaa Akkuma kutaa jalqabaa irratti kaasne garaagarumma damee Piroteestaantii jahan haa ilaallu. 1. Cuuphaadhan qaama Kiristoos ni taanaa? Ykn Cuuphaadhan dhaloota hafuura ni arganna? -Does Baptism regenerate you? •Lutheran -Eeyyen •Reformed Baptist - Lakki, yaadannoof kan taasisnudha •Anglican -Eeyyen •Fundamental Baptist -Lakki yaadannoof qofa •Presbyterian - Lakki Yaadannoof qofa •Ch…
Piroteestaantii Amantaam Piroteestaantiin maqaa amantaan garagaara ittiin waamaman ta'u isaa ni beektuu laata. Jalqabarratti Maartiin Luutariin kan hundeeffame haa ta'uyyu malee walitti bu'iinsa Luutarii fi Joon Kaalviin giddutti uumameen gargar bahaniiru, sana booda Doogmaa fi Qannoona akkasumas barumsa garaa garaa irratti garaagarumma godhachuudhaan dameen isaanii baay'ate amma damee lakkofne hin xumurretti gar ga…
Icciitii Sillaasee keessa Ilmaaf “kan Dhalate” Hafuura Qulqulluuf immo “kan bahe” jenna..... Dhalachuu fi Bahuu giddu garaagarummaan jiruu baay'ee keenyaaf hubachuuf nutti ulfaatuyyu Qulqulluuun Goorgoriyooa inni Inzinaazuu akkas jechuun nuuf ibsa.... «Addaam. Hewaan fi Seet turan. Addaam Hewaniifis Seetifis kan isaan Argamsiise ture “Addaam Seet argate” akkuma jedhame barreeffame... Kan Hewaan garuu Cinaachasaa irr…
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @elohe_tube. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.
Forward network
Republishes
Channels on the register whose posts this channel has forwarded.
Built only from forwarded posts we have actually read, on both sides. Coverage is early and deliberately incomplete: a missing link means we have not read the post that would prove it, never that the relationship does not exist. Counts are distinct forwarded posts observed, so they only ever go up as we read more.
Mentions
Names
Channels on the register whose handles appear in this channel's posts.
A mention is a weaker signal than a forward and is counted separately for that reason — naming a channel is not republishing it, and a handle in a post body is easy to place deliberately. The post counts beside each row below are distinct posts in which the handle appeared, from posts we have read on both sides — the “Named by N registered channels” figure above is a different count, of distinct NAMING CHANNELS rather than posts, and is not the sum of the rows under it.
Appears in Telegram’s recommendations for other channels
The reverse of the list above, and a different kind of signal. This does not require this channel to have ever been asked about directly — each row below is a channel we DID ask Telegram about, whose Telegram-generated list happened to include this one. A channel can appear here with an empty list above it, because being named by someone else’s query is independent of having been queried itself.
@Afuurawaa · 26,045
Telegram ranks this channel #47 of 66 here — alongside 65 others — read 13 September 2026
This channel appears in 1 seed channel's Telegram-generated recommendation list in total. Each is Telegram’s list for THAT channel, not this one — see how this is measured.
Cite this entry
A live page changes as we take new readings, so a citation should name the measurement it is based on, not just the URL. The line below cites the subscriber count as measured 16 November 2026 — this entry's latest reading, not the date you are reading this.
“ᴇʟᴏʜᴇ ᴛᴜʙᴇ-ኤሎሄ ትዩብ” (@elohe_tube), 1,809 subscribers as measured 16 November 2026. Telegram Register, tgregister.com/channel/elohe_tube.
Full measurement history, CC BY 4.0. Every reading this register holds for this entry, not just the latest one, as a dated, downloadable record: CSV · JSON. Free to use with attribution to tgregister.com. Each file carries its own generation timestamp, which is the figure to cite for exactly when the data was retrieved.