24 Aug 2026, 13:16 UTC622 viewsread 24 August 2026 #Update
Yeroo bu'aan qormaata gadhiifamu website armaan gadii irratti ilaallachuu dandeessu
1. https://result.eaes.et
2. https://result.neaea.gov.et
3. https://eaes.edu.et/
Ykn Karaa ergaa gabaabaa 6284
Ykn karaa Telegiraamii https://t.me/eaesbot
O
Signed Mechara Secondary School 9_12 Mechara High School 9_12
24 Aug 2026, 13:02 UTC520 views6 reactionsread 24 August 2026 Wantoota yeroo galmee barattootaaf barbaachiisaan muraasa isaa:-
I. Barattootni ragaa kutaa 8ffaa gara 9ffaa ittin darban
v original fi koppii
v doosee abbaa tokkoo- kutaa 9ffaa fi barattootaa haaraa qofaaf
II. Qabxii darbiinsa kutaa 8ffaa gara 9ffaa screenshoot gochuun/barreeffaman mana barumsa irraa fiduu.
III. Waraqaa eenyummaa biyyaaleessaa(NID) kan maatii footoo ko…
❤6
Signed Mechara Secondary School 9_12 Mechara High School 9_12
24 Aug 2026, 10:32 UTC≈1,050 views1 reactionsread 24 August 2026 Photo
👉 result.eaes.et
👉 result.neaea.gov.et
👉 6284
❤1
Signed Mechara Secondary School 9_12 Mechara High School 9_12
23 Aug 2026, 17:01 UTC≈1,260 views39 reactionsread 24 August 2026 2018 .... G_12th RESULT....Bu'aa Akkamii Arguuf Jirta?????????
***************************
⏬Dhaamsa BARATTOOTA fi MAATII Barattoota Bu'aa Qormaata G_12th Bara 2018 Eeggachaa Jirtan Hundaaf !▬▬▬👇
🎉**********************************🎉
📔QABXIIN Qorumsa KUTAA 12FFAA bara 2018 boru/iftaan ganamaa eegalee akka gadilakkifamu MOE Ibsa Guyyaa kaleesaa kenneen Beeksisee Jira!
🎉🎉🎉M/B SAD.2FFAA🎉🎉 machaaraa🎉🎉🎉Bu'aan
BARATTOOT…
❤31👍8
Signed Mechara Secondary School 9_12 Mechara High School 9_12
23 Aug 2026, 14:54 UTC≈1,190 views4 reactionsread 24 August 2026 *****URGENT***
▬▭🍃🌸🌺🍃▭▬▭▯
Barattoota kutaa 9-12 Hundaaf:-
M/b keenya Hagayya 13/2018 eegalee bara barnoota 2019'tiif galmee barattootaa gaggeessaa jiraachuun ni beekama.
Haaluma kanaan yaamicha manni barnootaa taasiserratti hundaa'uun barattoonni muraasni galmaahanii jiru. Barattoonni hedduun ammoo(kutaa 9ffaa) hin galmaahin jiru. Kanaaf barattoonni haaraa kutaa 8ffaa gara 9ffaa dabartanii fi Barattoonni bul…
❤4
Signed Mechara Secondary School 9_12 Mechara High School 9_12
23 Aug 2026, 13:42 UTC≈1,060 views3 reactionsread 24 August 2026 GALMEEN KUTAA 9FFAA HANGA HAGYA 20/2018 QOFA TAHUU HUBADHAA!!
@ KUTAA 10_12 AMMOO BORU GANAMA EEGALA!
BOODA GUGATUU IRRA DURSANII HUBATUU WAYYA!!
❤3
Signed Mechara Secondary School 9_12 Mechara High School 9_12
23 Aug 2026, 13:39 UTC≈1,040 views11 reactionsread 24 August 2026 BARATTOOTA KUTAA 12FFAA
🙌 Akkam jirtu maatiiwwan keenya!
Bu’aa keessan eegaa yaaddoo fi dhiphina keessa jirtu ta’a. Garuu yaaddoon kun yeroo muraasa booda, “Maaliifin akkanatti yaadda’aa ture?” jettanii ofuma keessan of gaafattu.
Sababni isaas, jireenyi yeroo hunda akka nuti karoorfanne qofa hin deemtu; daandii mataa ishee qabdi. Wanti guddaan daandii jireenyaa sana irratti of qopheessanii, waan isin mudatuuf of …
❤8👏3
Signed Mechara Secondary School 9_12 Mechara High School 9_12
23 Aug 2026, 11:52 UTC≈1,070 views9 reactionsread 24 August 2026 BARATTOOTAA FI MAATII BARATTOOTAAF!
;
Bu’aa qormaata biyyaalessa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) ilaalchisee Ministeerri Barnoota Biyya keenyaa guyyaa kaleessaa ibsa waliigalaa kennuunsaa ni yaadatama.
Haatahu Malee, haa ta'u malee qabxiin barataa dhuunfaa karaa marsariitii (website) fi ergaa gabaabaa (SMS) hanga ammaatti guutummaatti hawaasaaf hin gadhiifamne.
Kanaafuu, maatiin barattootaas ta'e barattoonni, odeef…
❤9
Signed Mechara Secondary School 9_12 Mechara High School 9_12
23 Aug 2026, 11:51 UTC≈1,050 views1 reactionsread 24 August 2026 Photo
Barattoo
👏1
Signed Mechara Secondary School 9_12 Mechara High School 9_12
22 Aug 2026, 17:37 UTC≈1,280 views8 reactionsread 24 August 2026 Hunde Highschool Gelemso, [22/08/2026, 17:49]
Wiixata waaree booda ykn Kibxata ganama bu’aan qormaataa ni gadhiifama.
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s
Hunde Highschool Gelemso, [22/08/2026, 18:43]
Barattootni on line qoraman 18.37% yeroo darban, barattootni waraqaan qoraman 4.2% qofatu darbe
🥰6❤2
Signed Mechara Secondary School 9_12 Mechara High School 9_12
22 Aug 2026, 17:36 UTC≈1,200 views4 reactionsread 24 August 2026 Bara kana, barattoota waliigalaan qormaata fudhatan keessaa 70,544 qormaata darbuu danda’aniiru.
Warra qormaata darban keessaa:
Saayinsii Uumamaa (Natural Science): 16.5%
Saayinsii Hawaasaa (Social Science): 8.33%
Bu’aa olaanaa bara 2018:
Natural Science
Dhiira: 591 / 600 (ODA Adama )
Dhalaa: 583 / 600 (Agaw)
Social Science
Dhiira: 576 / 600 (Dodola Ifa Boruu)
Dhalaa: 569 / 600 (Finfinne)
https://t.me/Oromiastuden…
❤4
Signed Mechara Secondary School 9_12 Mechara High School 9_12
22 Aug 2026, 16:46 UTC≈1,110 views21 reactionsread 24 August 2026 Photo
Oduu simbirtuu
Qabxiin Qormaata kutaa 12ffaa bara 2018 ifoome.
Eejansii Madaala Barnootaa fi Qormaata Biyyoolessaatti daayreektarri olaanaa Pro. Biraanuu Naggaa akka ibsanitti barattoonni qabxii isaanii marsariitii eejansichaa fi karaa Bot Telegram firii dadhabbii isaanii har’aa jalqabanii baruu danda’u jedhaniiru.
Karaa marsariitii eejansichaa kanaan
👉 https://result.neaea.gov.et seenuun waan isin gaafatu guutuun y…
❤12👏4😁3👍2
Signed Mechara Secondary School 9_12 Mechara High School 9_12
Showing the 12 most recent of 18 posts we hold for @educationmecharahighschool2012. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.