15 Nov 2025, 16:41 UTC≈5,700 views88 reactionsread 27 August 2026 Vaayirasiin kun nama Dhibee kanaan qabamee mallattoo agarsiisu waliin tuttuqii qaamaa fi dhangala’oo qaamaa kanneen akka Dhiiga, gorora, fincaan, sanyii dhiiraa (ispermii) , furrii, imimmaan, dafqa, , balaqqama fi kanneen biroo isaan keessa bahuuf saaxilame Dhibee kanaaf saaxilama. Kana qofa osoo hin taane Uffata walii uffachuun, siree tokko irra waliin ciisuu, wal dhungachuu fi wal qunnamtii saalaan daddarba.
Vaa…
❤63👍25
Signed Nafyad Getu
15 Nov 2025, 16:41 UTC≈4,720 views17 reactionsread 27 August 2026 Photo
Of eeggannoo
Dhibeen Heemoraajik fiiver Kan naannoo jiinkaatti kahe maali ?
Tibbana weerarri Dhibee Heemoraajik fiver naannoo jiinkaatti kahe sababa vaayirasii marburg virus jedhamuun dhufuu isaa qorannoon mirkaneessee jira !
Baattuun vaayirasii kanaa sinbira halkanii (Fruit Bats) iedhamturraa namatti darba . Simbirri halkanii kun akka soorataatti fuduraaleef abaabboo fayyadamti . Dhangala’aan Simbira kana keess…
❤17
Signed Nafyad Getu
6 Sept 2025, 16:05 UTC≈6,500 views28 reactionsread 27 August 2026 Video
Boru ganama sa'aa 5:00 irratti karaa ETV Afaan Oromoo nu eegaa.
❤19👍9
2 Sept 2025, 16:29 UTC≈6,700 views22 reactionsread 27 August 2026 Rakkoo ka'uu dhabuu qaama saalaa dhiiraa (Erectile Dysfunction)
***
~>Rakkoowwan wal quunnamtii saalaa dhiiraa keessaa tokko rakkoo ka'uu dhabuu qaama saalaa dhiiraati. Ka'uu dhabuun qaama saalaa dhiiraas tasumaa ka'uu dhabuu, jabaatee ka'uu dhabuufi fedhii wal quunnamtii saalaa dhabuu of keessatti kan qabatudha. Rakkoon kunis, qaama saalaa qofa irratti kan daanda'u miti. Eeyyeen, dhaabachuun/ka'uun qaama saalaa dhii…
❤21🔥1
29 Aug 2025, 09:26 UTC≈5,720 views16 reactionsread 27 August 2026 Ulfa gadameessaan alaa (Ectopic Pregnancy)
***
Sanyiin kormaa (Sperm) fi hanqaaquun dhalaa ujummoo gadameessaa keessatti wal argachuun fartilaayizeeshinii gaggeessu. Akka bu'aa fartilaayizeeshiniittis micireetu uumama. Micireen kun keessa gadameessaatti maxxanuun guddachuu isaa itti fufa. Kun adeemsa sirrii jalqaba ulfaati.
Kanarraan addatti, jechuun micireen uumame keessoo gadameessaan alatti kan maxxanu yoo ta'e, u…
❤16
23 Aug 2025, 15:09 UTC≈5,670 views30 reactionsread 27 August 2026 #Dhiiguufi Durbummaa
***
Gaaffiilee yeroo baay'ee keessaan gaafataman irraa haa eegallu:-
1. Durbummaan maali?
2. Yeroo shamarri tokko jalqaba wal quunnamtii saalaa gootu dhiiguun dirqamaa?
3. Yoo dhiigni hin jiraanne durbummaa hin qabdu jechuudhaa?
4. Durbummaan wal quunnamtii saalaa osoo hin raawwatiin baduu danda'aa?
•#Durbummaan maali?
Karaalee garagaraa waan hiikni itti kennamuuf, hiikni kallattii durbumma…
❤23👍7
19 Aug 2025, 15:55 UTC≈5,590 views27 reactionsread 27 August 2026 #Dhala dhabuu (Maseenummaa) dhiiraa
***
~>Yeroo baay'ee waa'een dhala dhabuu yookaan maseenummaa yoo ka'u, kan karaa dubartootaa dhufutu dursee sammuutti nama dhufa. Dhugaan jiru garuu kanarraa addadha. Eeyyeen, maseenummaan karaa lachanuu dhufuu kan danda'udha. Dhiirris ta'e dhalaan maseenummaaf carraa wal qixaa kan qabanidhas. Kanaaf, akkuma maseenummaa karaa dubartootaa irratti xiyyeeffannee ilaallu, kan karaa dhi…
❤20👍7
9 Aug 2025, 15:19 UTC≈6,250 views31 reactionsread 27 August 2026 #Dhukkubbii yeroo wal quunnamtii saalaa (#Dyspareunia, (Pain during sex))
***
~Dhukkubbii yeroo wal quunnamtii saalaa kan jedhamu, yerooma wal quunnamtii saalaa godhan qofa miti; dhukkubbii wal quunnamtii saalaa dura yookaan booda namatti dhagahamullee ni dabalata. Kanaaf, dhukkubbiin yeroo wal quunnamtii saalaa, dhukkubbii wal quunnamtii saalaa dura, yeroo wal quunnamtii saalaa raawwataniifi edda rawwataniin …
❤28👍3
Signed Abdisa Ejeta
2 Aug 2025, 17:35 UTC≈7,570 views46 reactionsread 27 August 2026 Dhangala'aa qaama saalaa dubartootaa
**
~Dhangala'aa qaama saala dubartootaa keessaa bahuun wal qabatee gaaffileen ka'an baay'eedha. Sana keessaa muraasni:
1. Dhangala'aan qaama saalaa dubartootaa keessaa bahuun dhukkubadhaa?
2. Halluun sirriin dhangala'aa kanaa maal ta'uu qaba?
3. Faayidaan isaa maali?
4. Yoo maal ta'e yaala fayyaa barbaada?
•Dhangalaan qaama saalaa dubartootaa keessaa bahu, dhangala'aa xannachaa q…
❤38👍8
Signed Abdisa Ejeta
4 Apr 2025, 14:51 UTC≈10,200 views94 reactionsread 27 August 2026 Nagaan isiniif ha tahu akkam jirtu
Kiliinikni Yaadon erga hojii eegalee Baatii 4 lakkoofsiseera!
Namoonni hedduun magaalaa finfinneef Kutaa Oromiyaa garaagaraa dhufanii yaalaa si’ataaf gaarii argachaa jiru !
Qorannoof yaalii fayyaa hunda dabalatee Dabalataan yaalii armaan gadii kennuu eegalleerra
1. Rakkoo kahuu dhabuu qaama saalaa dhiiraa
2. Rakkoo dafanii Ispermii dhangalaasuu
3. Dhukkubbii yeroo wal qunnamtii s…
❤41👍41👌12
Signed Nafyad Getu
3 Apr 2025, 09:22 UTC≈9,060 views42 reactionsread 27 August 2026 Photo
Killeen cidhaanii yeroo baay’ee hammaan wal qixa tahuu baatus haala adda taheen cidhaanni keessan yoo dhiitahe dabalataan mallattoo akkasii ofirratti yoo argitan mana yaalaa dhufuu hin dagatinaa
1. Dhukkubbii cimaa cidhaani
2. Diimachuu naannoo cidhaanii
3. Dhangala’aan addaa karaa qaama saala bahuu
4. Fincaan fincaa’uu dadhabuu
5. Dhukkubbii naannoo mudhii ykn handhuura gadii
6. Fincaan yeroo fincooftan gubuu ykn d…
❤27👍15
Signed Nafyad Getu
20 Mar 2025, 07:56 UTC≈9,940 views61 reactionsread 27 August 2026 Photo
Bakka hojii
Yadon clinic
Hayat , Derartu Adebaby
Beellama qabachuuf
0909102009
❤32👍25🔥4
Signed Nafyad Getu
Showing the 12 most recent of 18 posts we hold for @drNafyad. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.