26 Mar 2026, 20:16 UTC≈1,040 views11 reactionsread 2 September 2026 Mootii Gaarii
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
• Yeroo tokko biyya tokko keessa mootii gaariin tokko jira ture. Ummanni inni bulchu hundi sooreyyii akkasumas gammadaa turan. Yeroo tokko mootichi biyya isaa keessa iddoo tokko dhaquuf murteeffate. Iddoon isaas masaraa mootummaa irraa fagoo waan ta'eef, deemsa guyyaa dheeraa fudhate. Innis uummata isaa waliin gammachuudhaan deemee xumuruun gara masaraa isaatti deebi'e. Mootiin sun wanta mara …
❤11
23 Mar 2026, 01:07 UTC≈1,070 views8 reactionsread 2 September 2026 Bara durii ture! Mootii tokkotu dhagaa guddaa tokko daandii namoonni irra deeman irra keessise. Akkuma kun ta'eenis, bakka ta'e dhokatee namni dhagaa kana karaa irraa kaasu yoo jiraateef daawwachuu eegale. Namoonni baay'een arganiima irraa goranii darbuu turani. Gariin immoo, maaliif akka mootichi karaa qulqullinatti eegsisuu dhiise wal harkaa fuudhanii ceepha'u. Garuu, isaan keessaa yaada dhagaa kana karaarraa kaasu…
❤8
2 Mar 2026, 13:17 UTC≈1,250 views9 reactionsread 2 September 2026 Amalakeen namni akka hin miidhamne jabeessi of eegii, waanta namni biraan waa'eesaaf murtoo godhe hin falleessiin murtoon isaa kan ati yaaddeefi caaluu danda'a,sababiikeetti waantonni jijjiiramu qaban hafuu danda'u.
@burqaa_walalo
❤7🥰2
1 Mar 2026, 07:54 UTC≈1,250 views9 reactionsread 2 September 2026 Mucaa ilmaa tokkotu Akaakayyuu isaatiin "Jireenyi jechuun siif maali Akaakaa?" jedhee gaafata. Hiikni jireenyaa maal akka ta'e baruuf jechuudha.
Akaakaan isaas "yaa mucaakoo mee koottumee gabaa deemnee waan nubarbaachisu tokko tokko bitannee deebineetun siif hima" jedha. Gabaa gahanii waan barbaadan gabaa keessa oliif gadi deemuun fuffunaannatanii gara mana isaaniitti dacha'an. Ammas mucaan sun irra deebi'ee akaakay…
❤7🥰2
27 Feb 2026, 19:03 UTC≈1,480 views8 reactionsread 2 September 2026 #Reeffi_Kun_Kan_Keenyaa?
(Eebbisaa Baayisaa)
Xiqqoo kolfinuu? 😂
Nama baay'ee rakkisaa ture. Kan amala hin qabne. Xiqqaa fi guddaa kan goolu. Nama namni hunduu balaaleffatu.
Yeroodhaan manatti hin galu. Gaafa galu immoo mana isaa miilla tokkoon dhaaba. Ijoolleen isaa gara manaatti galuu isaa yaadda'u. Haati manaa halkanii fi guyyaa boossi. Firri gorfatee dadhabee dhiise. Gaafii gaafi Waldaa deemee hirmaata.
Kanaan otu…
❤6👌1👏1
7 Jan 2026, 08:58 UTC≈1,590 views7 reactionsread 2 September 2026 Photo
Baga yaadannoo dhalachuu gooftaa keenya yesuus kiristoosiin Nagaan isin gahe!
Merry Christmas 🎅 🎄
Ayyaana Gaarii 🎅🎄
❤5🥰2
10 Dec 2025, 07:38 UTC≈1,740 views8 reactionsread 2 September 2026 Photo
Bakka gahuu qabdu yoo gahuu dhabdeyyuu bakka taahuu hin qabne hin taahiin!
❤7🥰1
4 Dec 2025, 13:06 UTC≈1,760 views8 reactionsread 2 September 2026 Photo
Irra deebihii dubbisi
❤7🥰1
20 Nov 2025, 10:58 UTC≈1,930 views13 reactionsread 2 September 2026 Photo
“Jireenya keessatti kennaan guddaan nama badii fi dadhabina kee beeku, garuu ammallee shakkii tokko malee jaalala addaatiin sitti dhiyaachuuf fedhii qabu argachuudha.”
❤10👏2👍1
28 Oct 2025, 15:49 UTC≈2,060 views10 reactionsread 2 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤9🔥1
26 Oct 2025, 18:41 UTC≈1,970 views10 reactionsread 2 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤8🥰2
15 Oct 2025, 19:37 UTC≈2,130 views15 reactionsread 2 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤14💯1
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @burqaa_walalo. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.