5 Sept 2024, 15:55 UTC297 viewsread 9 August 2026 Where is she?
============
Namni yoom nu dhibe
Guute namni keenya
Nama sirnaa dhabneet
Adabannee teenya !
Kan wajjiniin teenyu
Nutti taanaan duwwaa
Dhaabbannee hafuufi
Kunoo akka gowwaa !
==================
cigoodha jennee yoo himne malee dhalootni hin hiikkatu.
Bisraat Baay'isaa(Sonaa)
Sept 05/2024
Signed Bisre(Sona)
30 Jun 2024, 07:25 UTC321 viewsread 9 August 2026 Photo
Biyya Itiyoophiyaa jedhamtu kanatti ergan dhaladhee of beekee haqni kophaatti nama hambisa, Nama galaafachiisa, diina namatti baay'isa, maqaa hin taane namatti mogaasisa.
Haacee ati gaafa lubbuun jirtu kanatu sirratti ta'e. Gaafa dhumaas si galaafachiisee si dhabne. Hardha warruma yeroo jirtu kana sirratti raawwatetu gumaa kee awwaalee maqaa keetiin nagadaa jira. Kanin si dhaberra fakkeessitoota maqaa keetiin daldalu…
Signed Bisrat(Sona)
27 Feb 2024, 03:06 UTC328 viewsread 9 August 2026 Gamee gamee akka qeerransaa
Hafaa keessa hin lo'u akka diilgaleessaa!
Ajjamaan madaa koo afuufee na miiru
Du'een bada malee ejjennoo hin jijjiiru.
Signed Bisrat(Sona)
17 Nov 2023, 16:06 UTC384 viewsread 9 August 2026 https://youtu.be/-leopjoYIPY?si=TPeWfbOQAKdj2mT6
Signed Bisrat(Sona)
7 Nov 2023, 18:16 UTC320 viewsread 9 August 2026 Photo
Yeroo dhihootti
Coming soon
Signed Bisrat(Sona)
7 Nov 2023, 18:15 UTC273 viewsread 9 August 2026 Photo
Yeroo dhihootti
Coming soon
Signed Bisrat(Sona)
2 Nov 2023, 14:07 UTC263 viewsread 9 August 2026 Gamee gamee akka qeerransaa
Hafaa keessa hin lo'u akka diilgaleessaa!
Ajjamaan madaa koo tuttuqee na miiru
Du'een bada malee ejjennoo hin jijjiiru.
Signed SonaBis
25 Oct 2023, 19:00 UTC304 viewsread 9 August 2026 Danqaa baraa
Nama dharaa
Natti ta'e
Gubaa garaa!
Gad na qabus
Abbaan shiraa
Fala na kaa'us gidiraa
Garuu hin duune
Nan jira!
Signed SonaBis
19 Aug 2023, 04:18 UTC379 viewsread 9 August 2026 Dawaan hin jiruuf malee
Qabna dhibee hedduu
Kan namni hin argine
Kan keessaa nu waadu!
Uffataan dhoksinee
Ilkaaniin awwaalaa
Hanga gaaf guyyaatti
Jabaachuutu mala!
Signed Bisre.Ⓑ
29 Mar 2023, 18:58 UTC416 viewsread 9 August 2026 Amma yogguun jiru
Arrabni koo baala
Gaafan dachee seene
Hammi koo siif gala!
Bisrat Bayisa(Sona)
Signed Bisrat Bayisa(Sona)
16 Mar 2023, 06:39 UTC398 viewsread 9 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Bisrat Bayisa(Sona)
12 Jan 2023, 09:28 UTC404 viewsread 9 August 2026 Amman jireenya koo
Si waliin mujuchu
Ciisaa oolaa bulee
Arguu wayya abjuu!
#BisratBayisa
Signed Bisrat Bayisa(Sona)
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @bisrebayu. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.