14 Jul 2026, 09:29 UTC29 viewsread 8 August 2026 بسم الله الرحمن الرحيم
As. Wr. Wb
Barnoonni barbaachisaa tahuu isaa eega hagasan itti akeeyne booda waan irratt xiyyefannu isinii ibsuu barbaada
1- Rabbi (Allaaha) qajeelatti baratuudha . Kuni dirqama duraati
2- Ergamaa Rabbi Muhaammad (S. A. W) qajeelattii baratuudha . kuni dirqama 2ffati
3- Ergaa Rabbii ka ergamaan isaa nutti fide qajeelatti baratuudha . kun dirqama 3ffaati
Kana sadeen bartee itti dalayde taanaan M…
Signed Sh/Mahmud Sh/ Mohamed Amin
13 Jul 2026, 15:46 UTC41 viewsread 8 August 2026 الشيخ محمود الشيخ محمد أمين:
As. Wr. Wb.
Sadarkaan baruufii barsiisu akkaan guddadha , ilma namaa hundaafuu barbaachisaadha . kanaafuu obboleeyyan kiyya hunda isaanii akka baratan isaanii dhaama . maaliif ?:
1- sadarkaan barnootaatii fi warra barnoota qabuu akkaan guddaadha Rabbiifii nama biratti .
2- gara Rabbiitt nama waamuun ,diin islaamaa nama barsiisuun dalagaa gurguddoowan keessaa isa duraati . dalagaan guddoo…
Signed Sh/Mahmud Sh/ Mohamed Amin
13 Jul 2026, 15:39 UTC38 viewsread 8 August 2026 السلام عليكم ورحمة الله وبركاته كيف حالكم طيبين عساكم بخير وصحة وعافية أحبائي
Signed Sh/Mahmud Sh/ Mohamed Amin
15 Aug 2023, 11:09 UTC263 viewsread 8 August 2026 4- namni da'iwaa godhu tokko rakkoo diin ka dhuunfaan ykn hawaasin qabu beekee waa dawaa isaaf tahu - qur'aanaafii hadiisa irraa- beekee isaaf kennuu qaba . Kun barnootaan malee tahuu hin danda'u .
5- nama tokko akkuma barnoonni isaa guddataa ykn bal'ataa deemuun dandeettii isaa nama hubachiisuu , fudhachiisuufii kakaasuu keessatti guddataa , bal'ataa deemti .
6- haqaafii dhara addaan baafatuuf barnoota barbaachisa.
…
Signed Sh/Mahmud Sh/ Mohamed Amin
14 Aug 2023, 19:36 UTC259 viewsread 8 August 2026 As. Wr. Wb.
Sadarkaan baruufii barsiisu akkaan guddadha , ilma namaa hundaafuu barbaachisaadha . kanaafuu obboleeyyan kiyya hunda isaanii akka baratan isaanii dhaama . maaliif ?:
1- sadarkaan barnootaattiifii warra barnoota qabuu akkaan guddaadha Rabbiifii nama biratti .
2- gara Rabbiitt nama waamuun ,diin islaamaa nama barsiisuun dalagaa gurguddoowan keessaa isa duraati . dalagaan guddoon tun beekkomsaan (barnootaa…
Signed Sh/Mahmud Sh/ Mohamed Amin
19 Mar 2023, 19:07 UTC326 viewsread 8 August 2026 Kun hubannoo keenna
Signed Sh/Mahmud Sh/ Mohamed Amin
19 Mar 2023, 19:06 UTC315 viewsread 8 August 2026 نبدأ درسنا في ( هذه مفاهيمنا )
Signed Sh/Mahmud Sh/ Mohamed Amin
19 Mar 2023, 19:04 UTC294 viewsread 8 August 2026 اللهم إنا سألك العفو والعافية في ديننا ودنيانا وآخرتنا ' اللهم استر عوراتنا وآمن روعاتنا واحفظنا من بين أيدينا ومن خلفنا وعن أيماننا وعن شمائلنا ومن فوقنا ونعوذ بعظمتك من أن نغتال من تحتنا
Signed Sh/Mahmud Sh/ Mohamed Amin
19 Mar 2023, 18:48 UTC285 viewsread 8 August 2026 السلام عليكم ورحمة الله وبركاته كيف حالكم طيبين عساكم بخير وصحة وعافية
Signed Sh/Mahmud Sh/ Mohamed Amin
10 Sept 2021, 17:23 UTC795 viewsread 8 August 2026 ثم أتدرون - يا شباب - بماذا تتحقق هذه المهمة ؟
تتحقق بخمس صفات أساسية تتحلّون بها :
١ - بالإيمان الراسخ الذي لا يتزعزع ولا يلين { إنما المؤمنون الذين آمنوا باللَّه ورسوله ثم لم يرتابوا وجاهدوا بأموالهم وأ نفسهم في سبيل اللَّه أولئك هم الصادقون }
٢ - بالإخلاص الصادق الذي لا يعرف المصا نعة ولا المراءاة { وما أمروا إلا ليعبدوا اللَّه مخلصين له الدين حنفاء ويقيموا الصلاة ويؤتوا الزكاة وذلك دين القيمة }
٣ - بالعزيمة الم…
Signed Sh/Mahmud Sh/ Mohamed Amin
17 Aug 2021, 12:09 UTC635 viewsread 8 August 2026 أفتدرون - يا شباب - لماذا خلقتم وما مهمتكم ؟
- خلقتم لتحقيق غاية العبودية للَّه والانقياد له ... { وما خلقت الجن والإ نس إلا ليعبدون } الذاريات
- وخلقتم لالتزام المنهج الرباني ... { ومن يبتغ غير الإسلام دينا فلن يقبل منه وهو في الآخرة من الخاسرين }:
- وخلقتم لتعطوا الولاء والطاعه للَّه ولرسوله وللمؤمنين : { إنما وليكم اللَّه ورسوله والذين آمنوا الذين يقيمون الصلاة ويؤتون الزكاة وهم راكعون ، ومن يتولّ اللَّه ورسول…
Signed Sh/Mahmud Sh/ Mohamed Amin
19 Jul 2021, 17:23 UTC546 viewsread 8 August 2026 إن الخط والكتابة بيان عن القول والكلام ، كما أن القول والكلام بيان عما في النفوس والضمير ، وتنقل المعاني من عالم الفكر إلى عالم التطبيق ، أتقدم بأحرى التهاني والأماني إليكم بسبب حلول عيد الأضحى المبارك راجيا من الله أن يعيده علينا وعليكم وعلى أمة الإسلامية باليمن والبركات والنصر على الأعداء ، تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال ، وتجاوز عنا الزلل إنه ولي ذلك والقادر عليه .
أخوكم م٣
Signed Sh/Mahmud Sh/ Mohamed Amin
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @abulfidai. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.