30 May 2024, 17:54 UTC553 viewsread 9 August 2026 Jireenyi Darabeedha.
Halkan hin bariine hin jiru.
Jireenyaaf amaatii hin tuffatani yoo du'an isheeyyuu dhabu.
Obsi! Obsi ulee hayyootaati; Yeroo aarte tarkaanfiin ATI fudhattu Obsa yoo ta'e gaariidha.
Obboleettiikoo/Obboleessako ka'uu yoo barbaadde, kufuunkee dirqama. Yeroof gadi jedhanii yeroon immoo ol jedhu. Of hin balleessiin of jajjabeessi.
Eessa geessa? Eessa geesse? Warri siin jedhan; Baga geesse siin jedh…
Signed Deba bJ
26 May 2024, 18:45 UTC906 viewsread 9 August 2026 #Gola_Ogummaa
(Eebbisaa Baayisaa)
Yaa ilma koo!
Gaaga’amni addunyaa inni guddaan maali? Sodaan dachee keenyaa inni dhumaa maali jettee yaadda? Sodaan dhala namaa inni guddaan meeshaalee waraanaa annisaa guddaa of keessaa qaban, boombiiwwan atoomawoo biyyoonni addunyaa tokko tokko ittiin wal sodaachisan miti. Gaaga’amni addunyaa kanaa inni guddaan jijjiirama haala qilleensaa kan hongee fi lolaadhaan uumamni akka da…
Signed Deba bJ
21 May 2024, 15:03 UTC356 views3 reactionsread 9 August 2026 .
GOSOOTA JAALALAA
TYPES OF LOVE
💗💗💗💗💗💗💗💗💗
💗 Jaalalli araada (suusidha). Kanaaf guutuu ta'ee hin argamne. Jaalalli si'eessssituu mataa isaa qaba. Ishiin ammuma itti baay'attu fi keessa hir'attu amala jaalalaa jijjiirti. Jaalalli yoo xiqqaate miira, walitti dhiyeenya fi iftoomina walii qabaachuu gaafata. Jaalalli gosuma tokko kan qabu ta'uyyuu haala namaatin gargar hiramuu danda'a.
💖 Jaalala obbolummaa/Affectio…
❤3
Signed Deba bJ
17 May 2024, 15:36 UTC321 viewsread 9 August 2026 🔑🔑🖌🖌🖌🖌Bara duriiti
jedhan. Mootii biyya tokkootu waraanaaf deemuuf ka'e. Mootichi haadha manaa haalaan bareedduu taate qaba ture.
Gara waraanaa deemuusaan dura haadha manaasaaf guyyoota shaniif waan ishee barbaachisu hunda kutaa tokkotti erga guuteefii booda kutaa sana itti cufe.
Achumaan hiriyaasaa dhiiraa kan baayyee wal jaallatan tokko waamee, "guyyoota shaniif qe'eekoo naaf eegi. Kutaa haati manaakoo keessa ji…
Signed Deba bJ
12 May 2024, 16:34 UTC405 viewsread 9 August 2026 "No free launch" jetti Faranjiin!
"Namichatu paarkii bineensotaa ijaaree gatii seensaa $300 goonaan namuu seenuu dide. Gatii kana fooyyessee $200 goonaanis homtuu dide. $10 goonaanis homtuu seenuufii dide. Dhumarra gatii seensaa tola goonaan namni martuu seene. Erga namni martuu seenuu mirkaneeffateen booda Leenca hidhaatti jiru hiikee gadi dhiisee gatii bahumsaa 500$ godhe . Martuu mormii malee kaffalaa baqatee ya…
Signed Deba bJ
10 May 2024, 16:29 UTC343 viewsread 9 August 2026 Video
Seenaa Gooticha Itoophiyaa
Signed Deba bJ
7 May 2024, 13:09 UTC398 viewsread 9 August 2026 Ni mi'aa
Signed Abdisa Gudisa
7 May 2024, 05:59 UTC468 views0 reactionsread 9 August 2026 Jaak Maan dureessa Chaayinaa yoo ta'u, qabeenyi doolaara biiliyoona 39tti tilmaamamu qaba.
Jaak Maa akkas jedha: "Maallaqaa fi banaanaa yoo saree fuuldura kaa'an sareen banaanaa filatu." Maallaqni muuzii baay'ee akka bitu waan hin beekneef!
✅ Qormaata wal fakkaatu namoota baay'ee irratti gootee hojii dhuunfaa murtaa'e (business) fi mindaa ji'aa jidduu filannoon isaanii maal akka ta'e yoo gaafatte, namoonni baay'…
Signed Deba bJ
4 May 2024, 17:48 UTC≈1,100 views0 reactionsread 9 August 2026 Photo
Lootoriin DV Ameerikaa bara 2025 gadhifamera
dvprogram.state.gov/esc/ dvprogram.state.gov/esc/ galuun ilaaluu dandeessu.
Good luck
Signed Deba bJ
2 May 2024, 12:21 UTC≈1,960 views0 reactionsread 9 August 2026 "Seenaa Ormaa barachaa
kan ofii dhiisuun hin taatu"
Oromo expansion
1 ST part
16–17th century northerly expansions of Oromo people
The Oromo expansions, also known as the Oromo migrations or the Oromo invasions, were a series of expansions in the 16th and 17th centuries by the Oromo. Prior to their great expansion in the 16th century, the Oromo inhabited only the area of what is now modern-day southern …
Signed Deba bJ
25 Apr 2024, 17:20 UTC≈1,160 views1 reactionsread 9 August 2026 Roobert Mugaabeetu guyyaa tokko haadha manaa isaa wajjin wal lolani, haati manaa isaa deemuuf uffata utuu walitti qabattuu arge, "Maal gochaa jirtaa" jedheen. Isheenis "Haadha koottan gala" jetteen.
Roobert Mugaabeenis " Tole-kaa!" jedhee, uffata isaa sassaabbachuu eegale, "Haati manaa isaas ati immoo eessa deemuuf?" jetteen. Mugaabeen "Anis haadha koottan gala-kaa!" jedheen, isheenis deebistee "ijoollee-hoo" jette…
👍1
Signed Deba bJ
24 Apr 2024, 14:49 UTC426 views1 reactionsread 9 August 2026 Barnoota Jireenyaa Torba (7)
▬▬▬▬▬▬▬▬
➊• Ofitti kolfuu danda’uu!
➋• Dubbii kee caalaa gochi kee haa dubbatu!
➌• Waan jechuu barbaadde dubbadhuu amanamaa ta’i!
➍• Gaarii nama hundumaa fi waan hunda keessa jiru ilaali!
➎• Namoota biroof kabaja kennuu, namoota biroo akka sitti ilaalamuu barbaaddutti ilaali!
➏• Nama fooyya’aa ta’etti of jijjiiruu danda’uu! Jijjiiramaaf kan qophaa’edha!
➐• Yeroo gargaarsa barbaadan namoot…
❤1
Signed Deba bJ
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @ababirhanuJ. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.