31 Mar 2026, 14:55 UTC≈1,430 views36 reactionsread 25 August 2026 Galaanni Beekkumsaa, Majliisni/ Halqaan Daarul Iimaan kan Sheikh Iliyaas Abbaas Shwwaal 16 Darsii Isaa eegaluuf deema.
Aalam Media : Shawwaal 12/1447 Adaama
Naannoo Oromiyaa, Godina Harargee Bahaa, Aanaa Kombolchaa keessatti kan argamu, Halqaan (Majliisni) Daarul Iimaan kan jedhamu Barattoota hedduu oomishuun bu’aa olaanaa argamsiise jiru. Majliisni/ Halqaan Daarul Iimaan kun waggoota darban akka burqaa beekumsaa Is…
❤24👍4🥰4👏3😁1
31 Mar 2026, 14:55 UTC≈1,270 viewsread 25 August 2026 Photo
Galaanni Beekkumsaa, Majliisni/ Halqaan Daarul Iimaan kan Sheikh Iliyaas Abbaas Shwwaal 16 Darsii Isaa eegaluuf deema.
5 Sept 2025, 13:49 UTC≈3,350 views46 reactionsread 25 August 2026 Photo
☪️ Obboleeyyan - Guyyaa jumu'aa keessa namoonni sadarkaa garagaraa qabu. Irra Milkawaan isaanii; nama salaata jumu'aa salaatee, urgaa qilleensa kheeyriilee isii kan bubbisu saniis booji'ateedha.
Obboleeyyan - Irra Hongawaan isaanii nama salaata guyyaa kanaa hadiyyeeysee urgaa fii mi'aa qilleensa kheeyriilee guyyaa kanaa of dabarseedha. Tirfii fii kasaaraa kana irraa ati eessa akka jirtu of barbaadi. Aakhiratti akkum…
❤27👍12👏6🥰1
16 May 2025, 15:30 UTC≈4,140 views67 reactionsread 25 August 2026 Photo
Muslimoota (yaa Muslimoota) Sa'atiin xumura Asrii guyyaa jumu'aa sun kinoo as garagalte.
Aalam Media : Zul-Qaidaa 18/1446 Adaamaa
Obboleyyan Muslimaa ofii kee,haadhaa fii abbaa kee,obbolewwan kee,obboleettiiwwan kee,haadha manaa kee,firoota kee,hiriyyoota kee,jaalalleewwan kee,ilmaan keetii fii muslimtoota hundaaf Rabbii kee kadhachuu irraa bakhiilaa waakkataa hin ta'in.
Obboleessi kee waggaa meeqa dhukkubsatee sir…
👍31❤21🥰7🏆5👎3
29 Apr 2025, 16:49 UTC≈3,080 views17 reactionsread 25 August 2026 Photo
Muslimoonnii biyyaa teenya Ethiopia Jaarraa kana keessa nama akkaa Ustaaz Ahmedin Jabal kana muraasa qubaan lakkawamu qabdii
Aalam Media : Shawwaal 30/1446 Adaamaa
Dhugaa lelisuun soba salphisee, Daba balleessun haqa guddisuuf akka dhugaa mo’atee olaantummaa argatuuf bekkumsa Isaa, yeroo Isaa, qabeenya Isaa, humna isaa fii jireenya isaa kan wareege Ustaaz Ahmedin Jebal.
Ahmedin Jabal Akkuma Maqaa Abbaa Isaatii gaar…
❤13👍4
29 Apr 2025, 15:03 UTC≈2,430 views10 reactionsread 25 August 2026 Photo
Koolleejjiin Imaam Al-Shaafii'i gara Yunivarsiitiitti ol guddachuuf wal tajjiin guyyaa har’aa godhee jiraa
Aalam Media : Shawwaal 30/1446 Adaamaa
Magaalaa Adaamaatti kan argamu koollejjiin Ilaamu Al-Shaafi'ii sadarkaa Yuunivarsitiitti akka ol guddatuuf hojjatamaa jira.
Kollejjichi Perezidaantii Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Sheyik Hajjii Ibraahim Tufaatiin kan hundaa'e yoo ta'u, waggoottan dhee…
👍7❤3
18 Apr 2025, 18:45 UTC≈1,690 views7 reactionsread 25 August 2026 Photo
Obboleeysoo Gaafa ilillii fii daraaraan qalbii keetii dhaame; Kitaaba Rabbii keetiitiin dheebuu baasii deebisii magarsii.
Aalam Media : Shawwaal 20/1446 Adaama
Guyyaa silaa gaafuma tokko dhugumaan lagaa fii burqaa qur'aanaa buutee irraa dhugdee kalaa guuttatte,silaa mi'aa fii urgaa isaa san takkuma dhandhamtee bustaanaa isaa san keessaa ilillii,daraaraa fii abaaboo isaa san funaannattee haxiraa fii shittoo isaatiis …
❤6👏1
5 Mar 2025, 00:13 UTC≈1,940 views6 reactionsread 25 August 2026 Makkaan Maqaa 10 ol qabdi. Sana keessaa; Bakkaa, Baladul Amiin, Haramul Amiin, Ummal Quraa fi kanneen kana fakkaataniidha.👇
Aalam Media : Ramadaana 4/1446 Adaamaa
Makkaa:, makkaan biyya Rabbiin [swt] isii bareecheedha. Makkaan maqaa 10 ol q abdi. Sana keessaa; Bakkaa, Baladul Amiin, Haramul Amiin, Ummal Quraa fi kanneen kana fakkaataniidha. Biyya Ergamaan Rabbii [s.a.w] keessatti dhalataniidha, Akkasumas keessaa erg…
👍5🥰1
5 Mar 2025, 00:12 UTC≈1,350 viewsread 25 August 2026 Photo
Makkaan Maqaa 10 ol qabdi. Sana keessaa; Bakkaa, Baladul Amiin, Haramul Amiin, Ummal Quraa fi kanneen kana fakkaataniidha.👇
Showing the 9 most recent of 9 posts we hold for @aalammedia1. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.