11 Oct 2026, 10:30 UTC≈2,020 viewsread 3 November 2026 🌿🌿🌿WORSHIPERII DHAAF🌿🌿🌿
=========================
🌹Gaafa stage irratti Waaqeffannaa (worship) geggeessitu, wantoota Waaqeffannaa irraa nama fageessan irraa of qusachuun barbaachisaa dha. Ilaalcha Macaafa Qulqulluu tiin:
🌹Of mul’isuuf yaaluu irraa of qusadhu!
– Kaayyoon worship namummaa ofii osoo hin taane Waaqayyoon ulfeessuu dha. 📖 Maat 6:1
•••••••••••••••🌿🌿🌿🌿••••••••••••
🌹Of tuuluu fi of jajuu irraa of qusadhu – S…
Signed Fira'ol Freedom
4 Oct 2026, 17:40 UTC≈2,560 viewsread 3 November 2026 Sitti fakkaate moo..
Kan nuti caatii hin qaamneef waan Muudiin nuun galleef, waan faaraa taaneef yks waan ilkaan ittiin Qaamnu hin qabneef sitti fakkaate moo brother akkas taanan dogoggorteeta👋
Nuyi karaa hafuura qulqullluu gammachuu nama irraa hin galle kan Barbaraa waan arganneef kan nuti dhiisne!
Kan nuti Biiraa hin dhugneef birrii isaa guddattee waan ittiin dhugnu dhabnee sitti fakkaate moo brother…
Lakki …
Signed Fira'ol Freedom
2 Oct 2026, 18:07 UTC≈2,540 viewsread 3 November 2026 Arjummaa kiristaanaa, jaalalli namoota biroo, amala hin malle, yookaan gara jabina hin agarsiisu (IQor 13:5). Namoota kaan yoo jaallatte, haasaa kee akka isaan gammachiisutti fooyyessita. Waan fudhatama qabuu fi gaarii ta’e dhaggeeffatta, ni ilaalta, ofii keetii hojjechuus ni baratta. Amalaafi karaa namoota mufachiisuun itti hin fuftu, sababiin isaas kana gochuun jibba ofittummaa fi boonsaa waan ta’eef, hiika jaal…
Signed Fira'ol Freedom
2 Oct 2026, 18:07 UTC≈2,230 viewsread 3 November 2026 Dubbachuu kee dura yaadi. Dubbiin kee haala sanaa wajjin kan walsimuu? Haasaan kee warra dhaggeeffatan ni gargaaraa, ni gammachiisa? Namni Waaqayyoon sodaatu maal akka jedhu, yoom akka dubbatuu fi akkamitti akka dubbatu ni beeka. Dubbii fi haasaan isaa namoota biratti fudhatama akka qabaatu ni taasisa, kanaafis isa jaallatu.
Namni hamaan garuu faallaa kanaa hojjeta – waan sammuu isaa isa faallaa fi gowwaa keess…
Signed Fira'ol Freedom
2 Oct 2026, 04:29 UTC≈1,940 viewsread 3 November 2026 Jaalalli guddaan kana caalu hin qabu: lubbuu ofii hiriyyoota ofiif kennuu. Yohaannis 15:13
Signed Fira'ol Freedom
29 Sept 2026, 05:14 UTC≈2,560 viewsread 3 November 2026 Kunoo, ani wanta haaraa nan godha,
inni amma iyyuu as ba'uutti jira;
isin hin argitanii?
Ani lafa onaa keessa karaa nan baasa,
lafa duwwaa keessas bishaanota nan yaasa;
ani saba koo warra ani fo'adhe obaasuudhaaf,
lafa onaa keessaa bishaan burqisiisee,
laga lafa duwwaa keessas
bishaan waanan yaaseef,
bineensonni caakkaa ulfina
anaaf in kennu,
waangonnii fi guchiiwwan na galateeffatu.
Saba kana ofii kootiif uummachuun…
Signed Fira'ol Freedom
11 Sept 2026, 07:16 UTC≈3,670 viewsread 3 November 2026 Waaqayyo bara jireenya warra balleessaa hin qabnee beekee,
yaada jaalalaatiin duukaa in bu'a,
wanti isaan itti darbanii
argachuuf jiranis
kan isaanii ta'ee in hafa;
bara gadheetti hin yeella'an,
bara beelaattis in quufu.
Faarfannaa 37:18-19
=//=
Barri kun Bara Quufaa, eebbaa fi milkaa'inaa siif maatii keef haa ta'u!
Signed Fira'ol Freedom
13 Aug 2026, 07:34 UTC≈5,850 viewsread 3 November 2026 Obbolee koo sittan hima, 👇
Biyyi lafaa yeroodhumaaf nama gowwoomsiti!
Beekumsi biyya lafaas ogummaa fi hubannaa waaqni namaaf kennu irra hin caalu!
"Waaqayyotti gammachuu qabaadhu! Inni immoo kadhata garaa kee siif in kenna. Karaa kee waaqayyotti kennadhu! Isa amanadhu!" (Far. 37:4-5) Inni kadhata kee siif dhaga'a.
Signed Fira'ol Freedom
12 Aug 2026, 06:16 UTC≈5,780 viewsread 3 November 2026 Hafuurri Qulqulluun mindaa qulqullummaa kee miti.
Inni madda qulqullummaa keessaniiti.
Signed Fira'ol Freedom
10 Aug 2026, 05:24 UTC≈5,910 viewsread 3 November 2026 34 Abboommiin haaraan isiniif kenna, akka wal jaallattan; akkuma ani isin jaalladhe, isinis akka wal jaallattan.
34 Abboommii [abboommii] haaraa isiniif nan kenna;
Jechi “abboommii” jedhu ajaja ykn ajaja jechuudha. Yaadni isaas Yesus duuka buutonni isaa seera bu’uuraa irratti hundaa’uun Waaqayyoo fi namoota biroo wajjin walitti dhufeenya akka qabaatan barbaade.
“Haaraa” jechuun gosaan haaraa malee yeroon ha…
Signed Fira'ol Freedom
8 Aug 2026, 17:20 UTC≈4,270 viewsread 3 November 2026 Yeroo Waaqayyooti malee yeroo kee miti.
Yeroo baay’ee waan nuuf gaarii ta’e akka beeknu ni amanna, garuu Waaqayyo fakkii guddaa ni arga-waan hubachuu dandeenyu irra fagoodha. Karoorri isaa kan ariifatu, kan harkifatu, kan dogoggore miti. Isaanis kaayyoo inni jireenya keetiif qabuu wajjin haala gaariin kan walsimuudha.
Jajjabeeffamaa—harkifachuun hundi hiika qaba, yeroon eegaa hundi gatii qaba. Wanti “ammallee …
Signed Fira'ol Freedom
26 Jul 2026, 10:06 UTC≈5,320 viewsread 3 November 2026 Waan hubattu caalaa eegumsa argatta.
Yeroo arguu hin dandeenyettillee.
Waaqayyo si ilaaluu dhiisee hin beeku.
📖 Faarfannaa 121:5
Gooftaan eegduu kee yeroo hundumaa ti.
Yeroo hundumaa si cinaa jira.
Waaqayyo fagoodhaa si hin ilaalu.
Yeroo hundumaa si waliin deema.
Yeroo sodaattu Inni dhiyoodha.
Gaafa ati dadhabde humna siif kenna.
Yeroo kophummaa sitti dhagahamu, argamuun Isaa gonkumaa si hin dhiis…
Signed Fira'ol Freedom
Showing the 12 most recent of 31 posts we hold for @YerooFarfannaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.