5 Aug 2026, 16:29 UTC223 views12 reactionsread 7 August 2026 Photo
Miirota Sadan kanarraa of Eeggadhu!
======================
1. Gaafa ol kaatee fiixee milkaa'innaatti ol baate, boona qalbii irraa of eeggadhu,boonni namoota sadarkaa milkii keetirra hin gahin akka ija tuffiitiin ilaaltu si taasisa sun immoo sis namoota sanas ni cabsa.
2. Yeroo bakka gad-aanaarra jirtu hadheeffattee alaanaluu irraa of eeggadhu. Waa hadheessanii, dukkaneessanii ilaaluun, akka miirri inaaffaa si seenu…
❤4👍4🔥3🥰1
Signed Einstein ✨️
2 Aug 2026, 15:27 UTC425 views16 reactionsread 7 August 2026 #Akkam_jirtu_family 😍
Amaloota Hiriyaa Sobaa 10 !!
=======================
1 Yeroo waa sirraa barbaadan qofa sitti haasawu,gaafa ati barbaaddu hin argaman gaafa ofiif si barbaadu malee !
2. Gaarummaa kee akka gowwummatti ilaalanii sitti fayyadamuu barbaadu,gaafa waan barbaadan sirraa dhaban, siin oodu,si cufu,amala sitti jijjiiratu!
3. Milkaa'ina keetitti hin gammadan,akka ati isaan dursitee milkooftu hin fedhan,…
❤11👍5
Signed Einstein ✨️
31 Jul 2026, 18:39 UTC≈1,330 views8 reactionsread 7 August 2026 #SUCCESS 😍
⏺Osoo Rakkoo hin qabnu ta'ee gonkumaa Cimina hin barannu turre;
⏺Osoo Qabsoo hin goonu ta'ee gonkumaa ciccimina hin barannu turre;
⏺Osoo Harkifannaa hin qabaanne ta'ee Obsa hin barannu turre.
✅️ Like 👍 ❤️
✅️Join 👇
@Success_win1
👍6❤2
Signed Einstein ✨️
31 Jul 2026, 07:09 UTC514 views10 reactionsread 7 August 2026 Akkam jirtu family #SUCCESS🎖
👉«Jireenya koo namni jiraate hin jiru,
✅️Imimmaan koo namni naaf boo’e hin jiru,
✅️Dhukkubbiin koo namatti dhagahamee hin beeku.
🔰Kanaaf, namni kamiyyuu Jireenya koo irratti
Murteessuuf mirga hin qabu!»😏
✅️ Like 👍 ❤️
✅️Join 👇
@Success_win1
❤9💯1
Signed Einstein ✨️
30 Jul 2026, 16:33 UTC521 views13 reactionsread 7 August 2026 Photo
👉Small progress is still progress.😎
👉Start where you are, use what you have, and keep moving forward. ✨
#GrowthMindset
#Consistency
✅️ Like 👍 ❤️
✅️Join 👇
@Success_win1
👍9❤4
Signed Einstein ✨️
29 Jul 2026, 19:48 UTC545 views13 reactionsread 7 August 2026 👉Milkaa'innii Fi humni kee...
.
.
.
🥇Yeroo namni sin amannetti ati ifitti amanuudha.
👇👇👇
@Success_win1
👍8❤5
Signed Einstein ✨️
29 Jul 2026, 10:10 UTC≈1,080 views24 reactionsread 7 August 2026 °Ati jiraattee, Ofiin of bulchuu dandeenyaan waa'ee nama biraa maaltu si yaaddeessa?🙄 Hin yaadda'in, kan kee qofa ta'etu kan keeti. Of wajjiin walii gali sana booda jireenya keetis hooggani.🤜🤛
🥹Pls 𝐿𝑖𝑘𝑒 ❤️❤️
𝙹𝚘𝚒𝚗↓↓
@Success_win1
❤22👍2
Signed Einstein ✨️
19 Jul 2026, 21:05 UTC≈1,010 views24 reactionsread 7 August 2026 #SUCCESS😊
Qormaata si muudatuuf cimina, rakkoo keetif furmaata argachuuf beekumsa, akkasumas waan hojjetamuu qabu hunda galmaan gaʼuuf dandeettii ni qabda. 💪✨
👇share 👇
https://t.me/Success_win1
❤20👍3🔥1
Signed Einstein ✨️
11 Jul 2026, 05:45 UTC≈1,380 views24 reactionsread 7 August 2026 ✅️Akkam jirtu family SUCCESS 🫰🌟
Jireenya koo keessatti gaabbii HIN qabu. WAAN HUNDI sababa qaba jedheen yaada. Yeroon rakkisaan ati keessa darbitu amala ijaara, nama baayyee cimaa si taasisa 💪✨#Success_win1✍️
❤20👍2🔥2
Signed Einstein ✨️
2 Jul 2026, 14:03 UTC≈1,680 views29 reactionsread 7 August 2026 Yeroo ofii keetii salphaatti gammaddee fi namaan wal hin madaalle ykn hin dorgomne, namni hundi si kabaja. 🤝✨
❤27🔥2
Signed Einstein ✨️
2 Jul 2026, 10:03 UTC≈1,620 views14 reactionsread 7 August 2026 Falaasama Muka Baamboo (The Bamboo Philosophy) 🎋✨
→Yeroo bubbee fi obonleettiin jabaan dhufee bubbisu, mukkeen gurguddoo, dhedheeroo fi jajjaboo ta'an of-tuulummaadhaan bubbisuuf yaalu. Garuu bubbichi humnaan waan caaluuf, mukkeen jajjaboo dhedheeroo sana giddutti dhoosuun ykn buqqisuun lafaan dhaha 💥🌳.
👉Muki baamboo (bamboo) saphalli sun garuu, yeroo bubbeen jabaan dhufe gadi jedha, bubbichas hin mormu 🍃.
...Bubbe…
❤11👍3
Signed Einstein ✨️
26 Jun 2026, 20:54 UTC≈4,150 views27 reactionsread 7 August 2026 ↬Lafarraa waanti bara baraaf turu tokkollee hin jiru. 'Simbirri🦜 utuu lubbuun jirtuu raammoo nyaatti; yeroo simbirri duutu immoo raammoon deebitee simbiricha nyaatti.' Yeroo fi haalli yeroo kamiyyuu jijjiiramuu danda'u. 🌍🔄
↠Jireenya keessatti eenyullee hin miidhin ykn hin gaddisiisin.
👉Har'a jabaa ta'uu dandeessa ta'a, garuu yeroon si caalaa jabaa ta'uu isaa hin dagatin!🤞
💪 Mukti tokko kibriitii miiliyoona tokko uu…
👍16❤8💔3
Signed Einstein ✨️
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Success_win1. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.