13 Jul 2026, 06:34 UTC512 views25 reactionsread 7 August 2026 Dhugaa Tana Namni hedduun irraa dagate ..
Yeroo Suuraa Baqarah qara’uu lakkiftu .. Mana kee qiraatii Qur'aanaa qofarraa hin hanqisne..
1️⃣ Mana kee Barakaa fi Tasgabbii dhoorgite: sababa Suuraa tana qara’uu lakkisuutiin Tasgabbii qalbii teetiin qabbaneessitu, barakaa rizqii tee ittiin bal'istu fi hiraar sitti jiruuf furmaata argattu mana kee hanqiste.
2️⃣ Eegumsa fi Rahmata dhabde: Warra mana keetii rahmata isaanir…
❤23🥰2
13 Jul 2026, 06:34 UTC440 viewsread 7 August 2026 📜 “Sheekul Islaam” jaarraa kanaa ja’amee sheeka beekkamu ni beeytanii..?!
Sheekni kun oggaa maqaan isaa dubbatame Qur’aana fi Tafsiira qur’aanatu yaadatama.
Yoo sheekkan Tafsiiraa gurguddaa Xabarii , Qurxubii Fi ibnu Kasiir hin argin isa arguun jara gurguddaa san akka yaadattuu si godha.
Jaarraa kana keessatti namni hanga isaa Tafsiira qur’aana keessatti beekumsa Rabbiin kanneef hin argamne yoo ja’ame haqarraa hin f…
13 Jul 2026, 06:34 UTC303 viewsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
13 Jul 2026, 06:34 UTC342 views3 reactionsread 7 August 2026 Mootummaan dhugaa har'a tan eenyuuti?
Kalee galgala sa'aatii 2:30 irratti, suuraa gama bitaatiin jirtu tana eega ka’e booda sa'aatii muraasa booda, "Lindsey Graham" akkuma yeroo kaan mana isaatti deebi’utti manatti deebi’e.
Gonkumaa dhukkubsataa hin turre; inumaa faallaa kanaa, daawwannaa warshaa diroonotaa Yukireen qabdu xumuree deebi'ee, Raashiyaa irratti qoqqobbii haaraya kaayuuf qophaahaa ture.
Marsaa filannoo h…
❤3
13 Jul 2026, 06:34 UTC284 viewsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
10 Jul 2026, 22:06 UTC440 views19 reactionsread 7 August 2026 📄✍️"Osoo Raka'aa Takka Hin Salaatin Jannata kan Seene: Seenaa Angafa Phaaphaasota Rooma ‘Sagaaxir’ !"
Seenaa tana kan nuuf gabaase sahaabaa jabaa Abuu Sufiyaan bin Harbiiti (RA).
Tarii Rabbiin (Subhaanahu wa Ta'aalaa) iimaana Abuu Sufiyaan tursiisuu isaatiif sababaan, akka inni seenaa ajaa’ibaa kan goota Addunyaa raase kanaa dhalootaaf dabarsuufi.
Gootni kun, yeroo sanitti aangoo diinii inni qabu irraa kan ka'e, dan…
❤16🥰3
10 Jul 2026, 22:06 UTC362 viewsread 7 August 2026 https://youtu.be/2X_25eXBpik?si=nbKgbLGFGNSJ_xA6
7 Jul 2026, 05:26 UTC580 views18 reactionsread 7 August 2026 Guyyaa Paakistaan Dhukaasa Israa'il Jalaa Baate!
Israa’il yeroo tokko dhukaasa waraanaa guddaa Paakistaan daaraa godhudhaaf deemu isii irratti banuuf deemtu, dingata karoora isii dhaabbiste.
Wanti hunda jijjiire sun maali?
Bara 1980’an keessa, Paakistaan pirojekttii meeshaa niwukilaraa tolfachuuf sa’aatii wajjiin wal dorgomaa turte.
Hayyoota fi saayintistoonni Paakistan kan Abdul qadiir khaaniin hogganamu, abjuu bi…
🥰15❤3
7 Jul 2026, 05:26 UTC434 views7 reactionsread 7 August 2026 💎Namni Hundi Qorumsa Mataa isaati Qaba! 💎
Dubartoonni miidhagina jaallachuu fi Mul’achuu fadhuu irratti uumaman; Kanaafuu, qorumsi isaanii inni guddaan:
•Uffata Shari’aan itti ajajje (Hijaaba) uffachuu..
•Yoo haajaan itti geeysite malee Mana keessa taa’uu fi dhimmi itti geeysu male mul’achuu dhabuun dirqama irratti godhame.
Dhiironni immoo dubartoota jaallachuu fi fuuldura isaaniitti laafuu irratti uumaman; 🏹❤️ …
🥰5❤2
7 Jul 2026, 05:26 UTC340 views4 reactionsread 7 August 2026 "Wanti hundarra nama rifachiisuu fi nama sodaachisu maal akka ta'e beeytaa? 🤔
Addunyaan guutuun maqaa kee bahaa fi dhihatti si faarsanii... Ati garuu Rabbii biratti gatii dhabuu keeti! ⚖️ "
Nama meeqa ka ati if gaditti laaltee tuffattu…inni ammoo Rabbi biratti nama akka keeti kumaatama irra kan caalu..!
Yaa Rabbi gabroottan isaan jaalatte keessaa Tokko nu taasisi.
👍4
7 Jul 2026, 05:26 UTC367 views4 reactionsread 7 August 2026 🔥Aalimticha Mootii Roomaati fi Phaphaasota Afaan Qabsiise!
Khaliifaan Abbaasiyyaa “Adud dowlaa “ ja’amu guddina amantii Islaama beeysisuuf yeroo biyya Roomaa keessatti amantii hundarra beeytoonni walitti qabamee wal falmuuf deemutti Aalima yeroo sanii abshaala hunda caalu Qaadii Abuu Bakr Al-Baqilaanii gara masaraa mootichaa Roomaatti erge.
Mootichi garuu namni Islaama waan namaaf hin sujuudan jachuu beekuuf mala…
👍3❤1
7 Jul 2026, 05:25 UTC248 viewsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Showing the 12 most recent of 19 posts we hold for @Sharefabdumalik. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.