30 Jul 2026, 15:29 UTC50 views2 reactionsread 8 August 2026 Photo
#BEEKSISA
-------------
Barattoota Qormaata #Kutaa_6ffaa_Bara_2018 Fudhatan Hundaaf.
----
BBO - Adoolessa 23/2018 Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa Bara 2018 Guyyaa Boruu, Adoolessa 24/2018 Waaree Dura Sa'aatii 4:00 - 6:00tti waan ifoomuf fuula FB fi chaanaalii telegraama keenyarratti akka hordoftan isin beeksifna.
Telegram :-@Shamil Hamid
👍2
Signed Shamil Hamid
22 Jul 2026, 20:02 UTC142 views2 reactionsread 8 August 2026 Photo
Qabxiin qormaataa Kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa
Website;- : http://oromia.ministry.et/
#Qabdii_kutaa_8ffaa #Qabxii_Qormaataa #Liinkii #Oromia #grade8 #exam #reslt
Please follow my page
@Shamil Hamid
❤1👍1
Signed Shamil Hamid
25 Jun 2026, 19:15 UTC167 viewsread 8 August 2026 https://my.coopbankoromiasc.com/harmonization
Signed Shamil Hamid
21 Jun 2026, 23:12 UTC420 views2 reactionsread 8 August 2026 Madaa kee qobaatti
Dhoksitee dhiigfatta,
Kan siif Nahu hin jiru
Ofumaaf dhiphatta. 😢
Obsitee dhandhamta
Hadhaa jireenya kee,
Namni si cinaa jirus
Hin falu rakkkoo kee. 😢
Garaan kee boba'ee
Yoo ta'ellee daara,
"Maali" siin hin jedhu
Tasa Namni har'aa 😢
Miira kee awwaaltee
Addunyaaf kofalta,
Gubaa keessa keetii
Kophaa kee Gubatta 😢
Keessi kee miidhamaa
Ala kee kofalchiifta,
Gubaa madaa keetii
Ofumaaf qoorfatta 😢
…
❤2
Signed Shamil Hamid
21 Jun 2026, 23:06 UTC355 viewsread 8 August 2026 Kan si yaalun jiru
Dhukkuba garaa kee
Namni siifin beeku
Kulkula madaa kee 🥲
"Maal taate?" siin jedhanii
Tarreeffama si gaafatu,
Garuu dhukkubbii kee
Eenyullee siin Hubatu 😢
Signed Shamil Hamid
21 Jun 2026, 23:05 UTC310 viewsread 8 August 2026 Rooba ganna keessa
Garmalee cabbiidha
Jibba kees hin qabuu
Dhuguma Rabbiidha
Jaalala kee malee
Hamaa homaan qabu
Akkas ta'uu kiyyaaf
Yoomillee hin gaabbu
....
@Shamil
Signed Shamil Hamid
21 Jun 2026, 18:31 UTC98 viewsread 8 August 2026 Photo
Kan dhugaa qabuutu dhugaa beekaa.
Signed Shamil Hamid
21 Jun 2026, 18:23 UTC96 views2 reactionsread 8 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
👍2
Signed Shamil Hamid
16 Jun 2026, 23:10 UTC408 views1 reactionsread 8 August 2026 Naaf hin eegda taanaan
Waadaa galteef irbuu
Rakkattus duroomtus
Yoomiyyuu sin jibbuu💞
Fileen si jaalladhee💯
Osoo jiruu dhibbuu
Jecha namaaf mitii
Gonkumaa sin jibbuu🖤
Jaalalli koof keetii
Haga boolla keessaa
Hamtuun si'iif dhufte
Anas ni balleessaa
Arra eessa deemtee
Giiftii koo kaleessaa
Duunemooree jirraa
Naan gallee wannisaa💔
✍️
@Shamil Hamid
👍1
Signed Shamil Hamid
16 Jun 2026, 23:09 UTC418 views2 reactionsread 8 August 2026 Rooba ganna keessa
Garmalee cabbiidha
Jibba kees hin qabuu
Dhuguma Rabbiidha
Jaalala kee malee
Hamaa homaan qabu
Akkas ta'uu kiyyaaf
Yoomillee hin gaabbu
....
@Shamil Hamid
❤1👍1
Signed Shamil Hamid
9 Jun 2026, 18:27 UTC163 viewsread 8 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Shamil Hamid
8 Jun 2026, 16:44 UTC113 viewsread 8 August 2026 File
File, posted without a caption
Signed Shamil Hamid
Showing the 12 most recent of 18 posts we hold for @ShamilHamidHassen. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.