5 May 2026, 12:16 UTC432 views9 reactionsread 8 August 2026 Iraan Doonii Waraana Ameerikaa kan daandii Hormuuz darbuuf yaalan irratti Misaa'ila dhukaastee
Iraan Doonii waraana Ameerikaa kan Galoo Galaana Hormuuz qaxxaamuruufi yaalan irratti misaa'iloota lama dhukkaasu ishee miidiyaalee Iraan Rooyitarsii wabeeffachuuni gabaasaniiru.
Akka Ejensiin oduu Faars, kan dhaabbata oduu mootummaa waliin hidhata qabu gabaasetti, Doonichi "akeekkachiisa Humnoota Eegumsa Warraaqsa Isla…
❤6👏3
5 May 2026, 11:51 UTC330 views4 reactionsread 8 August 2026 Photo
Siidaan Artiisti Haacaaluu Hundeessaa eebbifame
Siidaan Yaadannoo Artiisti Haacaaluu Hundeessaa Magaalaa Finfinnee Paarkii Afrikaa keessatti ijaarame eebbifameera.
Siidaan Yaadannoo Artiisti Haacaaluu Hundeessaa Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen eebbifame.
Sirna eebbicharratti hoggantoonni olaanoo Mootummaa maatii Artiistichaa dabalatee Artiistonni biroon argaman.
❤4
29 Apr 2026, 18:26 UTC349 views4 reactionsread 8 August 2026 Photo
Jaarmiyaan idiladdunyaa mirga dhala namaaf falmu Human Rights Watch (HRW) baqattoonni Itoophiyaa 65 Sa'uudii Arabiyaa keessatti balaa ajjeefamuu jala jiru jechuun birmannaan akka barbaachisuuf gaafate.
via BBC
📡MIIDIYAA @SAGALEE_SABAA📡
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF
MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
😱2❤1🤯1
29 Apr 2026, 18:21 UTC309 views3 reactionsread 8 August 2026 Shamarreen Boontuu Waaqtolee yookaan Boni JA jedhamuun miidiyaa hawaasaa irratti beekamtu of ajjeesuun ishee rifaatuu hawwaasatti uume
Shamarreen TikTok fi Facebook akkasumas YouTube irratti baayyinaan qoosaa, taphaa fi haala jireenya’shee guyyaa guyyaan qooduun nama kolfisiisuun beekamtuu fi Jireenya ishee keessatti ijoollummaa irraa kaaftee rakkinoota hedduu keessa kan daarbitee fi jireenya ishee jijjiiruuf guyyaa…
❤3
29 Apr 2026, 18:17 UTC237 viewsread 8 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
25 Nov 2025, 14:19 UTC924 views10 reactionsread 8 August 2026 Photo
Dubartiin duutee jedhamuun reeffishee bakka gubatu geefamte sanduuqa rurukutuun kaate
Dubartiin duute jedhamuun hospitaalaa baafamtee reeffashee gubuuf osoo deemanii kaate ijoo dubbii taate.
Dubartiin kun lammii Taayilaand. Manni Sagadaa Budistii Waat Raat Piraakhong qarqara magaalaa baangkookitti argamu reeffa dubartii tokkoo konkolaataa piik aappiin fe’amtee fuula Feesbuukii isaa irratti maxxanse.
Reeffi abujadi…
❤6👍2🔥1😁1
24 Nov 2025, 07:00 UTC698 views3 reactionsread 8 August 2026 Haleellaa hidhattoonnii Naannoo Benishaangul Gumuzitti raawwataniin daa'imman, dubarti ulfaa dabalatee namootnii 40 ta'an ajjeefamuu BBC'n odeeffate.
Ajjeechaan kuni ALI sadaasa bulti 12, 2018 Sambata ganama Godina Matakkal, Aanaa Bulan, ganda Bakkujjiitti raawwatamuu jiraattootiifi qondaalonni himaniiru.
Bulchaan Aanaa Bulan hammi namoota ajjeefamanii 36 akka ta'e akka odeeffatan BBC'tti himaniiru. Garuu, kan miid…
❤1👍1😢1
11 Nov 2025, 22:02 UTC839 views9 reactionsread 8 August 2026 Pireezidaantiin Yugaandaa biyya isaanii dabalatee Biyyoonni Afrikaa karri galaanaa itti cufamee jiru, Waraana banuu akka malan akeekkachiisan.
Pireezidaanti Museeveeniin Yugaandaa fi biyyoonni Afrikaa Galaanaan hin marfamne biroon Daldalaa fi ittisa tarsiimoodhaaf kan murteessaa ta’e
Galaanni Hindii yoo itti cufame, fuulduraaf gara waraanaatti galuu akka danda’an akeekkachiisaniiru.
Pireezidaantichi sagantaa haasaw…
❤9
11 Nov 2025, 21:59 UTC550 views2 reactionsread 8 August 2026 Photo
Dhaabbanni MIDROC jimmatti argamu 'daa'imman umuriin hin geenye mana bornootaa keessaa baasee dirqiin hojjachiifataa' jedha gabaasni.
Kana malees,namoota butuun humnaan hojjachiifachuu irra gaheera jedha KMI
📡MIIDIYAA @SAGALEE_SABAA📡
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF
MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
👏2
11 Nov 2025, 21:56 UTC494 views5 reactionsread 8 August 2026 #inbox “Ani barsisaa Shawaa bahaati
annaa boosetii minda ji'aa fulbanaa Fi onkolollessa nuu kafaaluu didaani nuu rakkisaa jiruu ammaa gareedhaa gafaa gafanuu barsisaa mindaa nuu gafatee dhimaa biraa of keessaa qabaa qabaa hidhaa jedhaanii information nu ga'ee jiraa walumaa galaa kan aanaa boosetiiti ta'aa jiruu baayee raakkoo dha.
keessumaa barsisoonnii manaa kiraayii kafaalachuu dadhabnee jirra. maaloo Sagalee …
❤3🤔1😢1
5 Oct 2025, 14:06 UTC814 views6 reactionsread 8 August 2026 Haleellaa bal'aa misaa'eliifi dirooniin halkan guutuu Raashiyaan gaggeessaa bulteen Yukireenitti namoonni shan du'anii kuma hedduutti kan lakka'aman ammoo ibsaa malee akka ta'an godhuu pirezidantiin Yukireen Volodmiir Zeleniskii dubbate.
Biyya ollaa Yukireen taate Holaand ammoo kana hordofee nageenya daangaa qilleensaashee eegsisuuf jeettiiwwan waraanaa bobbaasteetti. Xiyyaaronni michoota NATO ta'anis bobbaafmaniiru…
🥰2😢2❤1👀1
5 Oct 2025, 09:31 UTC682 views3 reactionsread 8 August 2026 Photo
"Miidhaginni Ayyaana irreechaa irratti mul'ate Oromootti ulfina kan horu, saboota biroo kan gammachiisuufi hariiroo uummattoota keenyaa kan jabeessudha!" Abbaa Gadaa Goobaana Hoolaa
Haala kabaja Irreecha Hora Harsadee Bara 2018 ilaalchisee Abbaan Gadaa Goobana Hoolaafi Hooggantuun Biiroo Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa ibsa miidiyaaleef kennaniiru.
Abbaan Gadaa Goobanaa Hoolaa qaamolee Irreechi baranaaa duudhaa isaa ee…
❤3
Showing the 12 most recent of 16 posts we hold for @SAGALEE_SABAA. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.