7 Aug 2026, 15:36 UTC155 views6 reactionsread 7 August 2026 #BBO | #SIRREEFFAMA
Galmee Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaa fi Addaa Sad. 2ffaa Dorgommiin Galuu Barbaadan Hundaaf
Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barattoota Bara Barnootaa 2018 Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fudhachuun qabxii olaanaa galmeessisuun gara kutaa 9ffaatti darbanii fi Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa, Manneen Barnootaa Bultii Addaa WMO fi Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa dorgommii…
👍3❤2🥰1
7 Aug 2026, 15:36 UTC147 viewsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Oromia University pinned a photo
7 Aug 2026, 15:09 UTC141 views5 reactionsread 7 August 2026 Photo
#EHPLE | #Anaesthesia
Bu'aa Qormaata Hojii Dorgomtoota Ogeeyyii Anesthesia
Bu'aa Qormaata Hojii Ogeessota Anesthesia kan Ministeera Fayyaatiin Adoolessa 23/2018 kenname ammarraa kaasee ilaaluu dandeessu.
https://hple.moh.gov.et irra seenuun Lakkoofsa Eenyummaa Biyyaalessaa (FAN) fi Password keessan galchuun bu'aa qormaata keessanii ilaaluu akka dandeessan Ministeerichi beeksiseera.
Dorgomtoonni bu’aa isaanii irra…
❤2👍2🥰1
7 Aug 2026, 11:32 UTC159 views5 reactionsread 7 August 2026 Photo
#Dheeratee_Jira | #SIT
Yeroon iyyannoo seensa Inistiitiyuutii Teeknooloojii Shaggar (SIT) dheerateera.
Inistiitiyuutichi yeroon iyyannoo hanga Hagayya 24/ 2018tti dheerachuu isaa beeksiseera.
Dirreewwan Qo’annoo
👨🚒 Electrical Engineering
🔬 Biotechnology
👨🚀 Space Science
👨🔧 Mechanical Engineering
🤖 Artificial Intelligence (AI) fI
🚀 Nuclear Engineering fa'i.
📲 Iyyachuuf 👇
https://sitedu.info/admission/applicati…
👍3❤2
7 Aug 2026, 10:54 UTC154 views5 reactionsread 7 August 2026 Photo
#Jimma_University
Dr. Darajjee Ingidaa (PhD) Pirezidaantii Yuunivarsiitii Jimmaa ta'uun muudaman.
Pirezidaantiin haaraa muudaman Dr. Darajjee Ingidaa (PhD) waggoota torban darbaniif Pirezidaantii yuunivarsiitii jimmaa ta’uun tajaajilaa kan turan Dr. Jamaal Abaafiixaa (PhD) irraa walharkaa fuudhiinsaa aangoo taasisaniiru.
Doktar Darajjee Ingidaa (PhD) waggoota torban darbaniif Pirezidaantii Yuunivarsiitii Saayinsii…
👍3❤2
6 Aug 2026, 11:20 UTC337 views8 reactionsread 7 August 2026 Photo
#Warning | #EHPLE
Filannoon mooraa qormaatichaa har'a xumurama!
Filannoon iddoo Qormaata Gahumsa Ogeessota Fayyaa Hagayya 13-15/ 2018 gaggeeffamuuf har’a Adoolessa 30/ 2018 xumurama.
Kanaaf Dorgomtoonni Eebbifamtoota Ogummaa Fayyaa maqaa keessan lakkoofsa Faaydaa keessaniin walqunnamsiisuun eeggachaa jirtan https://hple.moh.gov.et/ irra seenuun Fayda fi Password galchitanii sa'aatii hafe keessatti iddoo qormaataa …
👍6❤2
Oromia University pinned a photo
6 Aug 2026, 11:13 UTC349 views6 reactionsread 7 August 2026 Photo
#AAU
Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota haaraa dhaabbaticha seenaniif torbee odeeffannoo qopheessee jira.
Torban odeeffannoo kan Hagayya 08-16/2018 mooraa guddicha yuunivarsiitichaa, Gamoo Fooramii keessatti gaggeeffamu keessatti barattoonni haaraan odeeffannoo barnootaa fi waa'ee dhaabbatichaa argachuu ni danda’u.
Saganticha keessatti barattoonni haaraan waa’ee ulaagaalee galmee, hojimaata iyyannoo, Qormaata se…
👍3🔥2❤1
5 Aug 2026, 14:06 UTC646 views9 reactionsread 7 August 2026 File
#Beeksisa | #BBO
Ulaagaalee Simannaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa
@oromia_university
❤5👍3🥰1
4 Aug 2026, 13:13 UTC484 views7 reactionsread 7 August 2026 Photo
Kitaabileen Wabii fi Meeshaaleen Ispoortii Manneen Barnootaaf Kennaman.
Godina Wallagga Lixaa Aanaa Beegiitti lammiilee biyya keessaafi biyya alaatiin hojii kenna tajaajila lammummaatiin kitaabileen wabiifi meeshaalee ispoortii qarshii miiliyoona 5 oliin bitaman waajjira barnootaa aanaa Beegiitiif galii taasisaniiru.
Meeshaaleen barnootaa kunniins;
- Kitaabilee Wabii 7500
- Kubbaa Miilaa - 150
- Kubbaa Saaphanaa -…
👍5❤2
3 Aug 2026, 11:47 UTC493 views7 reactionsread 7 August 2026 Photo
#Update | #EHPLE
Qormaanni Madaallii Gahumsa Ogeessota Fayyaa Hagayya 13-15/2018tti ni gaggeeffama.
Qoramtoonni ogeessota fayyaa lakkoofsa Faaydaa keessan maqaa keessaniin walqunnamsiisuun qorumsa kana fudhachuuf eegaa jirtan Adoolessa 27-30/2018tti https://hple.moh.gov.et/ irra seenuun lakk. Fayda fi password keessan galchuun wiirtuu qormaataa akka filattan ministeerri fayyaa dhaameera.
Tokkoon tokkoon wiirtuun q…
👍5❤2
Showing the 12 most recent of 18 posts we hold for @Oromia_University. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.