29 Jun 2026, 16:58 UTCβ1,990 views51 reactionsread 30 September 2026 Photo
π¨Liivarpuul taphataa Riyaal Maadriid Eduardo Camavinga hordofaa jira.
Riyaal Maadriid taphataa sarara gidduu kana gurguruuf banaadha jedhamee kan himamu yoo ta'u, taphataa sarara gidduu kun gara Yuuroo miiliyoona 60tti kan tilmaamamu yoo ta'u, Liivarpuul haala kana sirriitti hordofaa jira.
Madda (mundodeportivo)
[ SHARE | @Oroliverpool14
[ SHARE | @Oroliverpool14
β²
β€21π15π€¬4π€3π₯2π€2β‘1π1
Signed ππππ’π₯π΅πΉπ²π¦π«π·
29 Jun 2026, 16:57 UTCβ1,820 views25 reactionsread 30 September 2026 Photo
Taphataan tokkoon tokkoon liigota Awurooppaa shanan keessatti daqiiqaa hunda irratti dhaabbiidhaan taphatee fi daqiiqaa hunda garee waancaa addunyaa irratti taphate tokko qofa:
π³π± Varjiil Vaan Daayik
Taphataan tokkoo fi tokkicha!
[ SHARE | @Oroliverpool14
[ SHARE | @Oroliverpool14
β²
π10β€4π₯°3π3π―2π1π₯1π€1
Signed ππππ’π₯π΅πΉπ²π¦π«π·
29 Jun 2026, 16:49 UTCβ1,610 views17 reactionsread 30 September 2026 Photo
JUST IN
PSG Biraadli Baarkolaa gurguruuf Liivarpuul dabalatee kilaboota hedduu waliin kallattiin marii taasisaa jira!
- sachatavolieri
[ SHARE | @Oroliverpool14
[ SHARE | @Oroliverpool14
β²
β€11π3π1π₯°1π1
Signed ππππ’π₯π΅πΉπ²π¦π«π·
29 Jun 2026, 16:15 UTCβ1,430 views13 reactionsread 30 September 2026 Photo
π¨ | Liivarpuul Biraadleey Baarkolaa waliin haasa eegaluuf jedha. Taphataa kana gara Anfiildi fiduuf ciminaan hojjechuu barbaada.
π[Matteo Moretto]
[ SHARE | @Oroliverpool14
[ SHARE | @Oroliverpool14
β²
β€7π2π₯°2π2
Signed ππππ’π₯π΅πΉπ²π¦π«π·
29 Jun 2026, 16:12 UTCβ1,160 views10 reactionsread 30 September 2026 Photo
π¨ | Kiristaal Paalaas haala Haarvii Eliyoot ciminaan hordofaa jiru. ππ³
π₯[Lyall Thomas - Sky Sport]
[ SHARE | @Oroliverpool14
[ SHARE | @Oroliverpool14
β²
β€6π2π1π’1
Signed ππππ’π₯π΅πΉπ²π¦π«π·
29 Jun 2026, 07:08 UTCβ1,030 views14 reactionsread 30 September 2026 Photo
π΄ | WALLPAPER - π«π©
[ Filooriyaan Viirtiz 7 ]
Itti aansinee WALLPAPER eenyu gadhiifnu?
[ SHARE | @Oroliverpool14
[ SHARE | @Oroliverpool14
β²
β€8π2π2π»1π₯°1
Signed ππππ’π₯π΅πΉπ²π¦π«π·
29 Jun 2026, 07:06 UTCβ1,050 views9 reactionsread 30 September 2026 Photo
Next Wallpaper Florian Wirtz 7 π«
Write comment in below π
π3β€2π₯°2π€1π1
Signed ππππ’π₯π΅πΉπ²π¦π«π·
29 Jun 2026, 05:42 UTCβ1,330 views10 reactionsread 30 September 2026 Photo
π¨BREAKING
Yaan Diyaamandee ganna kana RB Laayipzig yoo gadhiisee filannoo jalqabaa kilaba warraa Faransaay Paaris Seent Jarmanii bakka qubannaa isa godhateera, isaan ala. βοΈ
π[David Ornstein]
[ SHARE | @Oroliverpool14
[ SHARE | @Oroliverpool14
β²
β€5π₯°3π1π±1
Signed ππππ’π₯π΅πΉπ²π¦π«π·
29 Jun 2026, 04:08 UTC785 views10 reactionsread 30 September 2026 Photo
π¨BREAKING
Biraadli Baarkolaan ammallee taphattoota sadarkaa olaanaan Liivarpuul biratti barbaadaman keessaa isa tokkodha.
Maddoota [ Ben Jacobs , alex_crook ]
[ SHARE | @Oroliverpool14
[ SHARE | @Oroliverpool14
β²
β€4π₯°3π₯1π1π’1
Signed ππππ’π₯π΅πΉπ²π¦π«π·
28 Jun 2026, 05:09 UTC777 views14 reactionsread 30 September 2026 Photo
π΄ | WALLPAPER - β€οΈβπ₯π₯Ά
[ Captain Varjil Can Dijk 4 ]
Itti aansinee WALLPAPER eenyu gadhiifnu?
[ SHARE | @Oroliverpool14
[ SHARE | @Oroliverpool14
β²
β€6π4π₯°2π1π1
Signed ππππ’π₯π΅πΉπ²π¦π«π·
Showing the 10 most recent of 10 posts we hold for @Oroliverpool12. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked β was rounded by Telegram before we ever saw it β t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so β1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.