26 Apr 2025, 04:56 UTC≈2,040 views38 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @Dinqisiisoo123Photo
Bara 2013tti namni mana hin qabne maqaan isaa Biilii Reey Haaris jedhamu, qodaa ittiin karaatti bahee kadhatu keessaa, qubeelaa doolaara 4,000 tti baasu argate.
Qubeelaa kana kan gate Dubartiin tokko osoo isa deeggaruuf jettuu, akka tasaa harkaa bu'ee ture. Guyyaa lama booda dubartiin kun gara kadhataa kanaatti deebite, Kadhataan kunis qubeelaa ishee kana deebisee kenneef.
Dubartiin kun nama kana galateeffachuuf j…
❤24👍14
22 Apr 2025, 22:49 UTC≈1,920 views3 reactionsread 7 August 2026 Jibuutiin namoota hayyama malee jiran ari'uurratti yaada Itoophiyaan dhiyeessite kuffifte.
Mootummaan Jibuutii yeroo lammiileen biyya alaa hayyama malee keessa jiraatan gara dhufanitti akka deebi'an kenne akka dheeressu gaaffii Embasiin Itoophiyaa dhiyeesse kufaa godhe.
Embasiin Itoophiyaa Jibuutii jiru murtee mootummaan Jibuutii dabarse hordofee yeroon kenname ji'oota sadiif akka dheeratu aanga'oota biyyattii wali…
👍2❤1
21 Apr 2025, 14:03 UTC≈1,910 views18 reactionsread 7 August 2026 BADII YEROON SIIF DHOKSE IFA BAASUUF HIN ARIIFATIN
Guyyaa tokko haati mana foon bittee galtee manatti osoo abbaa manaa ishee waliin nyaachaa jirtuu,
Abbaa mana :🗣 Galaane foon kana essaa bitte jedhee gafate.
Haadha manaa (galaanee)🗣 : Mana Tolaatin bite jetteen.
Abbaa manaa 🗣: Tu! tu!..tu..tu... jedhee nyaata sila nyaachaa jiru tufee... ani waan mana Tolaatii dhufe akkamittan nyaadha? Inni diina kooti jedhee it…
❤13👍3🔥2
17 Jan 2025, 18:23 UTC≈2,590 viewsread 7 August 2026 Photo
Biyya Booliiviyaa keessatti, ayyaanni "Tinku" jedhamu ni jira. Ayyaana kana irratti namoonni akka addaatti wal tumu (reebu).
Sirni kun kan Ayyaanefamu, waldhabdee furuu fi walitti dhufeenya hawaasaa cimsuuf jedhamee Ayyaaneffatama, garuu immoo wal reebu😁.
Utuu aadaan akkasii biyya kana jiraatee, inni haaloo walirraa qabu maal akka wal godhu yaaddeettaa?🙉
11 Jan 2025, 03:42 UTC≈2,430 views6 reactionsread 7 August 2026 Photo
🇮🇩Indooneezyiyaan addunyaarraa namootni gaggabaaboon baay'inaan kan keessatti argaman ta'uun beekamti😂
👍4❤2
11 Jan 2025, 03:41 UTC≈2,260 views3 reactionsread 7 August 2026 Photo
Akka aadaa Afrikaa Kibbaa magaalaa Dursaatti dubartoonni abbaa warraa isaanii waliin nyaachuu hin hayyamamu.
Akka carraa ta'ee yoo abbaan manaa ishee osoo ishen nyaata bilcheessituu yoo seene jilbeenfattee hojii eegalti Kun hundi kabaja gurbaa sanaaf qabdu agarsiisuufi.
Safuudha ibboo😁
👍3
11 Jan 2025, 03:39 UTC≈2,000 views4 reactionsread 7 August 2026 Photo
Kana beektu laata⁉️
Fincaa'aa gara cabbiitti jijjiirame, suuran kun kan kaafame biyya Xaaliyaani keessatti bara 1989tti.
A waterfall turned into ice, the image was taken in Italy in 1989.
👍4
30 Nov 2024, 13:05 UTC≈2,680 views27 reactionsread 7 August 2026 Muuzii 1 Qarshii Itoophiyaa Miliyoona 800,000 gurgurame
Muuzii dinqisiisaan kun hojii aartii aartistii biyya Xaaliyaanii #Maurizio_Cattelan jedhamuun beekamu Pilaastarii bal’aa kanaan #Keenyan/Girgiddaa manaa irratti maxxanse caalbaasiif dhihaachuun doolaara Miliyoona 6.2n gurgurameera.
Muuzii gatii qaalii kana kan bite Biliyeenara #Kiriiptoo daldaluun beekamu #Justin_Sun jedhamuun bitame.
Waan hedduu isin ajaa’ibu a…
👍23❤3🔥1
25 Nov 2024, 09:49 UTC≈2,910 views4 reactionsread 7 August 2026 Photo
#kana_dhageessanii?
✍Addunyaarraa biyyi alaabaan ishee roga afur hin qabne #Neeppaal jedhamti.
Kunis biyyoota jiran hunda keessaa adda ishee taasisa.
👍4
7 Nov 2024, 12:54 UTC≈3,600 views28 reactionsread 7 August 2026 Photo
Ajandaan mata duree oduu jabaa jidduu kanaa Afrikaatti #viralreelsfacebook bahe
Namichi kun biyya Equatorial Guinea 🇬🇶 jiraata Nama sadarkaa biyyattiitti aangoo guddaa qabuudha! Osooma kanaan jiruu malaammaltummaadhaan shakkamee police biyya sanaan to’annoo jala oolfamee Gaafa computer 🖥️ isaa sakatta’amu dubartoota biyyattii sanaa 400 ol waliin quunnamtii saalaa raawwatee videon isaanii argame😁
Waanti nama ajaayib…
👍19❤9
6 Nov 2024, 18:46 UTC≈2,720 views10 reactionsread 7 August 2026 Photo
Namtichi Laaqanasaa dagate tokko abbaa doolaara miliyoona 3 ta’e.
Namtichi Laaqanasaa manatti dagatee nyaata barbaaddataa ture abbaa doolaara miliyoona 3 ta’uun dhagahame.
Waa siif haa buusuun tokko eebba tokkommoo abaarsa akkuma jedhamu, Ameerikaatti namtichi bulchiinsa Mizuurii laaqanasaa manatti dagatee ba’uu haati warraa bilbiltee itti himte tokko waan hin eegamneen walitti ba’e.
Akkuma laaqanasaa irraanfatee…
👍6❤4
5 Nov 2024, 12:24 UTC≈2,440 views5 reactionsread 7 August 2026 #Waamicha #Freshman
#Odaa Bultum
Barattoota Sagantaa Idilee Waggaa 1ffaa Yuunivprsiitii Odaa Bultum Hundaaf.
Bara barnootaa 2016 A.L.L tti sagantaa fooyya'iinsaatiin (Remedial program) barnoota
keessan hordofaa turtanii qabxii Seensa yuunivarsiitii kan argattaniifi barattoota haaraa bara 2017 A.L.l.tti Yuunivarsitii Odaa Bultumitti ramadamtan hundi, guyyaan galmee Sadaasa 4-5/2017 A.L.I.tti ta'uu hubattanii, guyyaa…
❤3👍1🔥1
Showing the 12 most recent of 18 posts we hold for @OduuleeDinqisiisoo. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.