25 Aug 2026, 15:04 UTC55 views10 reactionsread 25 August 2026 Photo
🚨Arsenal fi Al-Hilal gidduutti dhimma jijjiirraa Gaabriiyeel Maartineelii irratti walii galtee irra ga'ameera. ✅🇸🇦
Yeroo ammaa Arsenal taphataan kun dhiyeessii kilabii Sa’udii Arabiyaa irraa dhufeef akka fudhatu dhibbaa gochaa jiru.
[Santi Aouna]
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
❤3👍2😍2🔥1🥰1😢1
Signed Tᴏғɪx
25 Aug 2026, 12:17 UTC651 views17 reactionsread 25 August 2026 Photo
🚨 Arseenaal jijjiraa Maartineelliin gara Al-Hilaal tasisuu irratti dhibbeentaa 20% qooda gurgurtaa gara fuulduraa argachuuf itti dabaleera.
Arseenaal ammas xiyyeeffannoo isaanii taphataa sarara fuulduraa haaraa bituuf gabaa taphatootaa irratti argamu.
[ #LyallThomasSkySports]
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
❤8🥰6😍3
Signed Tᴏғɪx
25 Aug 2026, 10:39 UTC819 views18 reactionsread 25 August 2026 Photo
🚨🔴⚪️ Reiss Nelson Arsenal irraa bahuuf jira!
taphaata academy arsenal Reiss Nelson,
West Ham fi Arsenal waliigaltee transfer dhaabbataa irratti waliigalaniiru, akkasumas Nelson waliin haalli dhuunfaa isaas waliigalameera. 🤝
[AFTV]
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
❤8👍3😍3😁2🐳1💯1
Signed Life ✨🖤
25 Aug 2026, 10:23 UTC821 views12 reactionsread 25 August 2026 Photo
🚨🔴⚪️ JULIÁN ÁLVAREZ: ARSENAL AMMA ILLEE EEGAA JIRA! 👀
Arsenal Julián Álvarez’f bid gochuuf qophii dha, garuu tarkaanfii fudhatu kan Álvarez Arsenal’f balbala yoo bane qofa. 🔥
🇦🇷 Álvarez yeroo ammaa Barcelona filannoo isaa isa jalqabaa godhatee jira. Garuu Atlético Madrid’n isa Barcelona’tti gurguruu hin barbaadu. ❌
Kana jechuun Arsenal’f carraan ammallee jira! 👀🔴⚪️
⏳ Murtiin guddaan amma Julián Álvarez harka jira…
❤7👍3😍2
Signed Life ✨🖤
25 Aug 2026, 07:25 UTC957 views24 reactionsread 25 August 2026 Photo
Taphataan sarara fuulduraa Evertan Tiyeroo Baarii suuraa profaayilii Instaagiraamaa isaa akka siidaa Tiyeerii Henrii kan Arsenaalitti argamu fakkatu godhateera! 📲📸🔴⚪️
Bara dorgommii darbee tapha Maanchestir Siitii fi Evertan gidduutti taasiifame irratti jijjiiramee galuudhaan gooliiwwan 2 galchuun Maanchestir Siitii qabxii gachisuus isaa kan yaadatamuudha.🔥☺️
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
😍10🔥8👍3❤2🥰1
Signed Tᴏғɪx
25 Aug 2026, 04:45 UTC≈1,120 views18 reactionsread 25 August 2026 Photo
🥹❤️🩹 GABRIEL MARTINELLI
👶 Dhalootaa: 18 June 2001, São Paulo, Brazil 🇧🇷
⚽ Jalqaba isaa: Futsal irraa kubbaa miilaa jalqabe; achiis Ituano keessatti guddachaa dhufe.
🏟️ Kilaboota: Ituano ➡️ Arsenal 🔴⚪️
🏆 Milkaa’inoota: Arsenal waliin FA Cup fi Community Shield premier league mo’ate.
🇧🇷 Brazil: Garee biyyaalessaa Brazil bakka bu’ee dorgommiiwwan gurguddoo irratti hirmaate.
📊 Arsenal: Waggoota hedduu Arsenalif taphate…
😍7❤4🥰3🎉2👍2
Signed Life ✨🖤
24 Aug 2026, 19:02 UTC≈1,300 views23 reactionsread 25 August 2026 Photo
🚨 Al-Hilal Gabriel Martinelli Waliin Dhimma Dhuunfaa Irratti Walii Galtee Irra Gahuuf Dhiyaatanii Jiru
[Hand Of Arsenal🎖]
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
❤15👍4🙏2💔1🥰1
Signed Fŕãŋķ Ŧĥē Ĭŋvĩŋčîbłĕ💯
24 Aug 2026, 18:13 UTC≈1,400 views27 reactionsread 25 August 2026 Photo
🚨💣||• Mariin Arsenal fi Al-Hilal gidduutti taasifamaa jiru xumuramuu irra ga'ee jira🥺👋.
[Fabrizio Romano]🥇
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
🥰9👍4😍3😢3❤2👏2💯2❤🔥1
Signed Tᴏғɪx
24 Aug 2026, 14:12 UTC≈1,540 views22 reactionsread 25 August 2026 Photo
Al-Hilaal Gaabiriyeel Maartineeliif kaffaltii paawundii miiliyoona £50 hanga £55 gahu dhiheessaniiru Arsenaalis kaffaltii kana fudhachuuf qophii ta'eera.
Mariin waa'ee faayidaa dhuunfaa itti fufee kan jiru yoo ta'u Maartineelis dhiheenyatti murtee isaa dhumaa kan ibsu ta'a jedhamee eegama.🥺
Fabrizio Romano 🎖
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
😍8😢5❤2👍2👏2🔥2🥰1
Signed Tᴏғɪx
24 Aug 2026, 12:56 UTC≈1,530 views20 reactionsread 25 August 2026 Photo
Happy birthday, Michael Thomas 🥳
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
😍9❤7🥰3🏆1
Signed Tᴏғɪx
24 Aug 2026, 11:22 UTC≈1,550 views23 reactionsread 25 August 2026 Photo
🚨 Wiiliyaam Saliibaan waggoota afran walitti aanan darban keessatti garee cimaa waggaa Piriimiyer Liigii PFA (PFA Team of the Year) keessatti kan hammatame isaa qofadha! 🇫🇷🛡️
Haaluma kanaan bara dorgommii 2025/26 keessattis garee cimaa taphattoota 11n waggaa PFA keessatti hammatamuun isaa mirkanaa'eera. 🌟⚽️
[HandofArsenal]
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
🥰13❤7👍3
Signed Tᴏғɪx
24 Aug 2026, 08:14 UTC≈1,550 views20 reactionsread 25 August 2026 Photo
🚨 Gabriel Martinelli’n imala isaa Arsenal keessatti gara xumuraatti dhihaachaa jiraachuu danda’a... ⏳
Al Hilal amma Arsenal waliin mari’achuuf hayyama argateera, kanaaf Martinelli yeroo gannaa Arsenal irraa bahuun isaa carraa dhugaa ta’aa jira. 🥹👀
[AFTV]
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
❤9😍3😢3💔2🥰2🐳1
Signed Life ✨🖤
Showing the 12 most recent of 119 posts we hold for @ODUUARSENAL11. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.