1 Aug 2022, 17:55 UTC≈11,600 views166 reactionsread 7 August 2026 𝗛𝗨𝗕𝗔𝗗𝗛𝗨!!
≈▲. Namni osoo kofluu dilii dalage, osoo inni booyuu rabbiin ibidda isa naqa.
≈▲. Namni osoo booyuu qaalii rabbii godhe, osoo inni kofluu rabbiin jannata isa naqa.
≈▲. Fedhii lubbuu jala deemuun mootoota gurguddaa xiqqeessitee gabra gooti.
≈▲. Obsi (sabriin) ammoo gabra mootii gooti....Qissaa Nabi Yuusuf fi Zuleekhaa laali fakkeenya bareedaadhba.
≈▲. Namni sinqiin maletti qabrii seene akka nama dooniin …
👍104❤43🥰16👎3
30 Jul 2022, 15:23 UTC≈6,510 views47 reactionsread 7 August 2026 𝐇𝐔𝐁𝐀𝐃𝐇𝐔❗
^^^^^^^^^^^^^^
➻ Gammachuun guddoon: Muslima taatee dhalachuu dha!
➻ Qananiin irra guddoon; Muslima taatee jiraachuu dha!
➻ Qananiin guutuun ammoo: Muslima taatee duniyarraa deemuu dha!
➲ RABBIIN islaamummaan adda nun baasin!!
༆𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬𖣔𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬༆
☟︎︎︎🌺ʝσιи🌺☟︎︎︎
@Hijraa_Media
@Hijraa_Media
@Hijraa_Media
༄༄༄༄༄༄༄༄༄༄༄
👍32❤15
30 Jul 2022, 14:14 UTC≈10,500 views36 reactionsread 7 August 2026 𝗚𝗢𝗥𝗦𝗔 𝗕𝗔𝗥𝗘𝗘𝗗𝗗𝗨𝗨
"""""""""""""""""""༄༄༄"""""""""""""""""""
☛Nama Rabbi sodaatu Rabbiin
(S.W) Waa 4 isaaf taha
❶ Kharaa furmaataa isaa godha
❷ Amrii isaa isaaf laaffisa
❸ Dilii isaa isaaf dhiisa/Maara
❹ Sawaaba isaa isaaf guddisa
☛Namni Waa 4 Dalage isaaniif
nageenyi tahaadha isaan warra Qajeelerraahi
❶ Nama kennaa argate irratti galata galchu
❷ Nama Mokkoramee/Balaa adda addaa
itti buutee Obse/Sabbare
❸ Nama nama M…
👍23❤10🥰3
29 Jul 2022, 11:33 UTC≈8,690 views45 reactionsread 7 August 2026 ༺Wantonni 8 Waliin Malee Hin Bareeddu
⸙⸙⸙⸙⸙⸙⸙⸙⸙⸙⸙⸙⸙⸙⸙⸙⸙
1≫. Bareedinni Hiyyumma nama "kadhachuu Dhabudha,
2≫. Bareedinni jireenyaa Qaanani"Rabbii.(S.W) Galatomfachudha.
3≫. Bareedinni Rakko"Obsaa qabachuu dha.
4≫. Bareedinni Bekkumsa"Namaaf ibsuu Dandahudha.
5≫. Bareedinni beeka"Of dhaaduu dhabudha/If gad qabudha.
6≫. Bareedinni qabeenya"Rakkata Furudha
7≫. Bareedinni Saalata"Kushu'aa qabachuu dha
8≫. Bareedi…
👍45
29 Jul 2022, 03:29 UTC≈6,860 views13 reactionsread 7 August 2026 Sticker
Sticker, posted without a caption
❤13
29 Jul 2022, 03:26 UTC≈4,810 views16 reactionsread 7 August 2026 Video
صلُّوا على المُختارِ فهو شفيعُكم
في يوم يبعثُ كل طفلٍ أشيبا🤍🌿
👇 Join👇
https://t.me/Nuuralhikmaa
https://t.me/Nuuralhikmaa
❤16
29 Jul 2022, 03:25 UTC≈6,520 views25 reactionsread 7 August 2026 فضل.الصلاة.على.النبي.ﷺ.tt
🌴 sadarkaa salaawaata nabiin ﷺ irratti buusuun qabdu keessa.
((من صلَّى عليَّ واحدةً ، صلَّى اللهُ عليه عشرًا)).
🌿 Namni yeroo tokko narratti salawaata buuse, rabbi ammo yeroo 10 salawaata isarratti buusaa jedhan.
#الراوي : أبو هريرة | #المحدث : مسلم
#المصدر : صحيح مسلم
🔘 Salawaanni rabbirraa gabrichatti rahmata isaaf godhuudha, Malaa'ika irraa ammo araarama isaaf kadhachuudha.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩…
👍18❤7
28 Jul 2022, 21:50 UTC≈5,180 views32 reactionsread 7 August 2026 𝐘𝐀𝐀 𝐑𝐀𝐁𝐁𝐈....!!
Yaa rabbi nan gatin
Gaafa guyyaan dhumte
Gaafa hojiin namaa
Miizanaan laalamte...🌴
Yaa rabbi naaf godhi
Hojiikoo waan gaarii
Hojii hedduu taate
Kan hundisii kayrii...🌷
Yaa rabbi olfuudhi
Hojii koo cufasii
Kayrii naaf taasisi
Irra caaltuu isii...🌹
Yaa rabbi naaf taasis
Jiruu koo Aakiraa
Jennata naaf godhi
Yaa rabbi adaraa...🥀
Ollaasaa nagodhi
Ollaa nabiyyinaa
Yaa rabbi nagodhi
Hawwii kootu kanaa..…
👍17❤11🔥4
27 Jul 2022, 22:45 UTC≈4,560 views17 reactionsread 7 August 2026 Hojiwwan keessaa kamtu Rabbiin biratti irra jaallatamaadha?
Abi Amr Shaybaaniyy-maqaan isaa Sa'ad bin Iyyaas-harka isaatiin gara mana Abdullah ibn Mas'uud akeekun akkana jedhe "Abbaan mana kanaa akkana naan jedhe, "Hojiwwan keessaa kamtu Rabbiin biratti irra jaallatamaa akka ta'e ani Nabiyyi (ﷺ) nan gaafadhe. Innis ni jedhe, "Salaata waqtii isaa eeganii salaatuu." Anis ni jedhe, "Itti aanse kami?" Innis ni jedhe, "H…
❤9👍8
25 Jul 2022, 19:18 UTC≈4,320 views21 reactionsread 7 August 2026 𝗗𝗵𝗮𝗮𝗺𝘀𝗮 𝗦𝗮𝗱𝗲𝗲𝗻 𝘄𝗮𝗿𝗿𝗶 𝗦𝗮𝗹𝗮𝗳𝗮𝗮 𝘄𝗮𝗹𝗶𝗶𝗳 𝗱𝗵𝗮𝗮𝗺𝗮𝗮 𝘁𝘂𝗿𝗮𝗻:-
༺══▣─╾≎◊≎╼─▣══༻
◉►Namni jidduu isaati fi jidduu Rabbii tolche rabbiinis jidduu isaati fi jidduu namaati tolcha.
≾≿≾≿≾≿≾≿≾≿≾≿≾≿≾≿
◉►Namni kessa isaa tolfate rabbinis gubbaa isaati isaaf tolcha..
≾≿≾≿≾≿≾≿≾≿≾≿≾≿≾≿
◉►Namni amrii aakiraa isaatti yaaddawe dalagate rabbiin duniyaa isaati fi aakiraa isaatis isaaf gaha.!
༺══▣─╾≎◊≎╼─▣══༻
֎𝙎𝙃𝘼𝙍𝙀֎𝙅𝙊𝙄𝙉֍
…
👍21
24 Jul 2022, 21:37 UTC≈6,680 views26 reactionsread 7 August 2026 💎Maaltu Maaliin Bareeda🔰.
"""""""""""""""*""""""
Tokkoon Warra gaggarii Duraan turanii.
Akkana jedhe.
⛦YAA ILAAHII(yaa rabbii kiyya),.
❥Halkan hin bareedu sii wajjiin maqoo bahuun malee.
❥Guyyaanis hin bareeduu ajaja khee gochuun malee.
❥Addunyaan kun hin bareedduu Siyaadachuun(zikriin) malee.
❥Aakhiraalleen hin bareeddu Dhiifama kee malee.
❥Jannatnilleen hin bareeddu Si arguudhaan malee.
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆…
❤16👍10
24 Jul 2022, 07:07 UTC≈5,560 views17 reactionsread 7 August 2026 ᚖᚗᚖᚗᚖᚗᚖᚗᚖᚗᚖᚗᚖᚗᚖᚗᚖᚗᚖᚗᚖ
𝐇𝐄𝐃𝐃𝐔𝐔 𝐊𝐀𝐃𝐇𝐀𝐀 𝐍𝐀𝐁𝐈𝐈𝐍 𝙎.𝘼.𝙒 𝐈𝐓𝐓𝐈𝐈𝐍 𝐑𝐀𝐁𝐁𝐈 𝐊𝐀𝐃𝐇𝐀𝐓𝐔
ꐳꐳꐳꐳꐳꐳꐳꐳꐳꐳꐳꐳꐳꐳꐳꐳꐳꐳꐳ
Anas ilma Maalik r.a. irra hedduun kadhaa
nabii s.a.w. kana ture jedhe. "Rabbanaa aatinaa
fidduniyaa hasanatan wa fil aakhirati hasanatan
waqinaa azaabannaar" hiikkaan " yaa Rabbii keenya
duniyattis gaarii nuukenni, aakhirattis gaarii nuukenni, azaaba ibiddaa jalaa nubaasi" Bukhaari Fi Muslimtu Gabaase.
⚘ Barnoota hadiisa kan…
👍13❤4
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Nuuralhikmaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.