6 Aug 2026, 15:29 UTC126 views5 reactionsread 7 August 2026 🔥 KUTAA 3: QABSOO HAFUURAA FI INJIFANNOO KIRISTOOS ✝️
Kiristaana ta'uun rakkoo dhabuu jechuu miti; garuu rakkoo keessatti humna injifannoo Kiristoos qabaachuu jechuu dha. Qabsoon hafuuraa keenya inni guddaan fannoo irratti injifatameera.
📖 "Addunyaan keessa dhiphadhaa qabdu; garuu jabaadhaa! Ani addunyaa mo'eera."
(Yohaannis 16:33)
---
🛡️ 1. QABSOON HAFUURAA MAALIIF JIRA?
📖 "Waraanni keenya foonii fi dhiiga wajj…
❤4🙏1
22 Jul 2026, 15:43 UTC≈1,070 views12 reactionsread 7 August 2026 🎙️ Kutaa 2: Kadhannaa – Iccitii Jireenya Kiristaanummaa
✍️ Paster Ermiyaas Daanyuu Tilahun
📌 Hook
"Kadhannaan Waaqayyoon waan gaafachuu qofa miti; Waaqayyoo wajjin hariiroo gadi fagoo ijaarachuudha."
«"Ati garuu yeroo kadhattu kutaa kee seeni; balbala cufadhu; Abbaa kee isa dhoksaatti argamu kadhadhu."
— Maatewos 6:6»
1. Kadhannaan Haala Garaa dha
Yesuus kadhannaa agarsiisaaf osoo hin taane, hariiroo dhugaa Waa…
❤8👏2👍1🥰1
6 Jul 2026, 15:46 UTC≈1,470 views11 reactionsread 7 August 2026 Kiristaanummaan Amantii Tokko Mitii, Inni Jireenya!
Addunyaan har'a Kiristaanummaa akka "seeraa" ykn "sirna" tokkootti ilaalti. Garuu dhugaan isaa, Kiristaanummaan sirna miti—inni Jireenya dha.
1. Kiristaanummaan "Maqaa" Mitii, "Qoqqoodamuu" dha (Separation)
"Isin addunyaa kanaa miti, akka ani addunyaa kanaa hin taane" (Yohaannis 17:16).
Namoonni baay'een "Kiristaana" jedhanii of waamu, garuu jireenyi isaanii add…
❤8👍2🔥1
29 Jun 2026, 16:05 UTC872 views10 reactionsread 7 August 2026 Nagaa Gooftaa isiniif haa ta'u obboloota koo hundi keessan!
Dursa, torbee tokkoof ergaa barumsaa gadi dhiisuu dadhabee, isin irraa addaan bahee turuu kootiif dhiifama guddaa isin gaafadha. Lenjii fi hojiiwwan tajaajilaa baay'ee waanan qabadheef, yeroo kanatti isin waliin arguufi barumsaa -barsiisuu dadhabeera.
Haa ta'u malee, amma deebiee dhuferaa isiniin wal-argeera!
Hojiiwwan koo hunda keessatti, barumsi keenya…
❤7🙏2🔥1
15 Jun 2026, 15:02 UTC≈1,100 views15 reactionsread 7 August 2026 File
Obsi guddaan yoo dhagaa affeelu
Aariin xinnoon bishaan bobeessiti!!
🔖📋📗📝🖌📚✏️📘
......Afaan Oromoo Pdf.....
🔖📋📗📝🖌📚✏️📘
Yaadaaf @LAGA_JIREENYAA_CHENNAL_BOT
Channel keenyaa like comment Join share gochuun matii keenyaa ta'aa jechuun barbaada
📖@Laga_Jireenyaa_Channel✅
📖@Laga_Jireenyaa_Channel✅
📖@Laga_Jireenyaa_Channel✅
📖@Laga_Jireenyaa_Channel✅
❤11👍3🙏1
10 Jun 2026, 13:41 UTC≈1,640 views9 reactionsread 7 August 2026 📢ODEEFFANNOO GAMACHISA LAGA_JIREENYAA_CHANNEL IRRAA 📣🔔
Nagaa Gooftaa isiniif haa ta'u obboloota koo.
Barumsa keenya kan Mul'ata Yohaannis boqonnaa 4 hanga 9 irratti hirmaannaa keessan baay'ee nasitti toleera. Gaaffiiwwan isin deebistan hundumaa hubannoo guddaadhaan qorachaaan jira.
Haa ta'u malee, deebii sirrii fi gadi fageenyaan qophaa'e isiniif maxxansuuf, yeroo xinnoo na obsaa. Ani guduunfaa isaa caqasa Macaafa…
❤8👍1
10 Jun 2026, 13:38 UTC838 views1 reactionsread 7 August 2026 GAAFFIIWWAN WALITTI FUFIINSAA QABUU GAAFFII QAYYABANNAA
📖KUTAA-7FFAA Marsa 2ffaa
📖 Gaaffiiwwan Marii Mul’ata Yohannis Boqonnaa 9
1. Aangoo Bineensotaa (Lakkoofsa 1-4):
"Bineensonni akka hattoo (locusts) lakkoofsa 3-4 irratti ibsaman kun, maaliif namoota mallattoo Waaqayyoo (seela) hin qabne qofa miidhuuf aangoo argatan? Kun eegumsa Waaqayyoo amantoota isaatiif qabu akkamitti agarsiisa?"
2. Maqaa Abaddon…
❤1
10 Jun 2026, 13:06 UTC741 views2 reactionsread 7 August 2026 GAAFFIIWWAN WALITTI FUFIINSAA QABUU GAAFFII QAYYABANNAA
📖KUTAA-7FFAA
📑 GAAFFIWWAN QAYYABANNAA: MUL’ATA BOQONNAA 8
Qopheessaan: Barsiisaan Paster Ermiyaas Daanyuu Tilahun
Mata Duree: "Mallattoo 7ffaa Fi Malakata Afranii" 🎺
Gaaffii 1: Yommuu Hoolichi mallattoo torbaffaa (7ffaa) san banu, samii keessatti maalitu ta'e? Kunoo firdii dhufuuf jiru dura maal argisiisa?
✍️ (Caqasoota wajjiin deebisaa)
Gaaffii …
❤2
2 Jun 2026, 16:26 UTC≈1,010 views9 reactionsread 7 August 2026 ✍️ (Caqasoota wajjiin deebisaa)
Gaaffii 3: Lakkoofsi warra mallatteeffamanii (chaappaa itti uramee) gosa Israa'el keessaa meeqa akka ta'e caqasame?
✍️ (Caqasoota wajjiin deebisaa)
Gaaffii 4: Yohannis gosa Israa'el keessaa warra mallatteeffaman erga himeen booda, saba akkamii teessichafi Hoolicha duratti dhaabbatanii arge?
✍️ (Caqasoota wajjiin deebisaa)
Gaaffii 5: Tuunni baay'een namni lakkaa'ee hin fixne sun uffa…
❤7👍2
2 Jun 2026, 16:25 UTC866 views8 reactionsread 7 August 2026 GAAFFIIWWAN WALITTI FUFIINSAA QABUU GAAFFII QAYYABANNAA
📖KUTAA-6FFAA
📑 MUL’ATA BOQONNAA 6 (GAAFII 10)
Qopheessaan: Barsiisaan Paster Ermiyaas Daanyuu Tilahun
❓ Gaaffii 1 (Mul'ata 6:1-2)
Fardi addaattii (Antikiriistoos) jalqaba irratti bifa nagayaa fi kakuu sobaa uffatee yommuu dhufu, dhaloonni har'aa soba isaa kanaan akka hin gowwoomneef maaltu caalaatti barbaachisa?
A) Beekumsa fi ogummaa addunyaa q…
❤8
1 Jun 2026, 11:49 UTC895 views9 reactionsread 7 August 2026 File
Pdf Hikaa Afaan Oromootti
Dubisaa Kunoo
@Laga_Jireenyaa_Channel
@Laga_Jireenyaa_Channel
@Laga_Jireenyaa_Channel kitaabotaa dubbisuu barbadaa channel keenyaatti dabalamaa
❤9
28 May 2026, 16:28 UTC≈1,190 views14 reactionsread 7 August 2026 File
Kun pdf dha Dandeetti ke isa dhugaa hubadhu!
-Dandetti dhokataa jechuun mal jechuudha?
kayyoon kee eessa dhufe?
humnii ittin kayyooke kana ittin fixan baafattu essa jira?
@Laga_Jireenyaa_Channel
@Laga_Jireenyaa_Channel
@Laga_Jireenyaa_Channel kitaabotaa dubbisuu barbadaa channel keenyaatti dabalamaa
pdf'n kun deebi kanatti
❤9👍5
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Laga_Jireenyaa_Channel. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.