31 Oct 2025, 12:28 UTC≈11,400 views109 reactionsread 27 August 2026 Photo
Ammuma (Yoosu) Hojjachuu irraa bu’aa argattan:
Yeroma hojiin tokko fuundura keessanitti bahe hojjachuu jalqabuun irra caalaa isaa hojjachuudha.
Hojii keessan ammuma yoo hojjattan, qabeenyaa fi yeroo keessan qusattu. Sababni isaas, yommuu hojii gara fuunduraatti dabarsitan, hojii sa’aati walakkaatti fixu dandeessan guyyaa guutuu itti gubuu dandeessu, maallaqa kafaluun adabamu dandeessu. Fkn, bishaan, elektirikii ye…
❤49👍48👌12
31 Oct 2025, 07:26 UTC≈10,400 views40 reactionsread 27 August 2026 Photo
彡• Soddaa jiru, sanuu balbala jiruu, wal hin lolan!
彡• Aak jedhan waa tufan, mammaakan waa himan.
彡• Ol kaayan malee, ol ka'aniif waa hin fuudhan.
❤31👍9
30 Oct 2025, 05:52 UTC≈10,300 views67 reactionsread 27 August 2026 Photo
Bara tokko abbaatu mucaaf huccuu ayyaanaa bituuf gabaa deeme jedhan. Namichi kun mucaa isaatiin “Huccuun si badhaasun siif bita, gosa kam filatta.” yemmuu jedhuun, mucaan deebisee, “Kan barbaade haa ta‟u, garuu hunduma keessa isa hundarra shaggaa (the best one) naaf biti.” jedheen jedhama.
Eeyyee huccuu gosa barbaade, halluu itti bareede bituu qaba. Garuu kan bitamuu qabu, hunda caalaa shaggaa ta‟uu qaba. Barataa t…
❤59👍8
29 Oct 2025, 09:51 UTC≈9,560 views23 reactionsread 27 August 2026 Photo
彡• Re’een baala agarte qeerransa hin argitu.
彡• Harree hin qabnu, waraabessaanis wal hin dhabnu.
彡• Bara gaddaa mataa lafa godhu
📚 @jechama
❤20👍3
28 Oct 2025, 17:19 UTC≈9,680 views68 reactionsread 27 August 2026 Photo
Nama tokkoof icciitii tee himnaan; xiyya gaaf tokko ittiin darbatee siin waraanu kanniteefii jirta.
Namni gariin hoggaa siin wal -lole tarkaanfiin isaa ta duraa
iccitii tee san facaasudha ja'an.
Iccitiin hanguma si bira qofa jirtu iccitiidha . Si malee namni biraa dhageenyaan oduu gandaa taati.
┗━━━ ━━💞━━ ━━━┛
👍44❤21👌2🔥1
28 Oct 2025, 04:10 UTC≈9,490 views24 reactionsread 27 August 2026 Photo
#Addaatef ilkaan alanfachuu hin dhiisu.
#Ablee qara lamaa, beekaatu itti fayyadama.
#Bakkuma dhaqqabani kan hoqqatan.
❤24
18 Oct 2025, 15:37 UTC≈11,400 views55 reactionsread 27 August 2026 Photo
彡• ''Situ diriiree of qochisiise,'' jedhe gaarri, Lafa diriiraa gadi ilaalee.
彡• Garaa nagaya qabu sukkuumuun, dhukkuba itti fiduudha.
彡• Dhulaandhula garaa jiru, saani cinaacha arraaba.
❤48👍5🔥2
16 Oct 2025, 17:26 UTC≈11,400 views55 reactionsread 27 August 2026 Photo
彡• Nama horii hin beekneef, lukkuun luka lamaas horiidha.
彡• Harkaan kennanii, miilaan barbaacha deemu.
彡• Keessummaan keessa namaa hin beekne, gaaffii namatti dheeressiti.
❤43👍12
15 Oct 2025, 16:18 UTC≈11,800 views36 reactionsread 27 August 2026 Photo
彡• Intala geettii hin hodhani, deettii hodhanii.
彡• Namni dhukkubsataa manaa qabu, du’a gahii namaa hin oolu !
彡• Maraattuu keessi gamna !
❤32👍4
14 Oct 2025, 08:38 UTC≈12,000 views48 reactionsread 27 August 2026 Photo
彡• Keessummaa qamalee, raafuu keessati argu.
彡• Akka cabanitti hokkolan.
彡• Alagaa fi dukkanatti ija hin baasan.
👍31❤17
13 Oct 2025, 17:44 UTC≈11,300 views49 reactionsread 27 August 2026 Photo
#Shinbirroon laga lagaa, Afaan Afaan dubbattii.
#Anuma xuuxxa malee, xuuxxee waa nan xuruursituu.
#Qooda qocaa kaa'e, Allaattiin hin fuutu
👍38❤11
15 Jul 2025, 20:28 UTC≈16,000 views74 reactionsread 27 August 2026 Photo
彡• Jooraa ooltus sareen waan hin jirre hin fuutu
彡• Cuunfaa baay'isuun dubbii gogsuudha.
📚@jechama
❤59👍7👏5👌3
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @JECHAMA. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.