4 Aug 2026, 12:51 UTC343 viewsread 7 August 2026 Photo
#Akkam jirtu Maatii Gadaa Electronics1
Technology keessan gara sadarkaa olaanaatti ol guddifadhaa! 🚀
💻 Laptop Discount keenya itti fufee jira! 🔥
Laptop hojii, barnootaa fi business keessaniif filannoo adda addaa gatii madaalawaan argachuu dandeessu.
Akkasumas… 📱🔥
Bilbila keessan gara technology haaraatti jijjiirradhaa!
Samsung Galaxy S26 Ultra ykn iPhone 17 Pro Max barbaadduu? 🤩
📲 Bilbila keessan durii fiduun U…
Signed KingoBm Bayo
29 Jul 2026, 06:54 UTC631 viewsread 7 August 2026 Photo
DHAGEESSANIITTUU?
💻 Laptop fi 📱 Tablet babbareedoo, teeknooloojii ammayyaa fi qulqullina olaanaa qaban gara
Gadaa Electronics1 galaniiru!
1!⭐ Samsung Galaxy Tab A11+ 5G
6GB RAM | 128GB Storage
⚡ MediaTek Dimensity 7300 (4nm) Processor
📱 11” FHD+ Display • 90Hz Refresh Rate
🌐 Ultra-Fast 5G Connectivity
🔊 Quad Speakers with Dolby Atmos
🔋 7,040mAh Battery + 25W Fast
2!⭐ C Idea Premium Tablet
8GB RAM | 1TB Storage
…
Signed KingoBm Bayo
28 Jun 2026, 05:33 UTC≈1,220 views1 reactionsread 7 August 2026 Video
#Debora
Maaliif namoonni gurguddoon, beekamoon fi maamiltoonni hedduun Gadaa Electronics filatu?
Deebiin isaa gatiiwwan bu’uuraa nuti ittiin ijaaramne keessa jira:
1. Haqa irratti hundaa’uun hojjenna — wanta sirrii ta’e kennuu fi amanamummaa irratti dhaabbanna.
2. Amanamummaa fi dhugaa keenya kabajna — walitti dhufeenya yeroo dheeraa ijaaruuf dhugaan bu’uura keenya.
3. Jaalala dhugaa maamiltoota keenyaaf qabna — m…
👍1
Signed KingoBm Bayo
15 Jun 2026, 18:44 UTC≈1,400 viewsread 7 August 2026 Photo
Gadaa Electronics proudly welcomes the renowned gospel artist Ifa Desisa.
Thank you for your visit and trust. We are truly honored by your presence and wish you abundant success in all you do. 🙏✨
Signed KingoBm Bayo
8 Jun 2026, 17:52 UTC≈1,690 viewsread 7 August 2026 Photo
🎁 #Ultra Surprise To Someone Special! 1️⃣
Namoonni tokko tokko hojii isaanii qofaan osoo hin taane, laphee isaanii gaariidhaan ni beekamu.
Har’a immoo nama akkasii keessaa tokko jechuun #Booki dha. ❤️
Akka inni jedhu:
“Hafuura koo fi keessa koo nan dhaga’a. Nama kana gargaari, nama kanaaf qoodi jechuun yoo natti dhufe, hanga waanan danda’u godhee gargaarutti boqonnaa hin argadhu.”
“Kennuun ayyaana. Yommuu kennit…
Signed KingoBm Bayo
5 Jun 2026, 16:16 UTC≈1,520 views2 reactionsread 7 August 2026 Video
🔋 Bilbilli keessan guyyaa guutuu isin tajaajiluu dadhabee jiraa?
🔌 Battery isaa saffisaan dhumee yeroo hunda charger barbaadaa?
🚨 Hin yaadda’inaa! Furmaanni isaa Gadaa Electronics dha.
📱 Battery qulqulluu fi amanamaa
📍 Bole Medhanialem, Oromia Tower GF 003/B
📞 0911777900 | 0900011333
👍2
Signed KingoBm Bayo
29 May 2026, 18:25 UTC≈1,640 views1 reactionsread 7 August 2026 Video
Thanks 🙏
👍1
Signed KingoBm Bayo
27 May 2026, 05:45 UTC≈1,560 views1 reactionsread 7 August 2026 Video
Hp i5 8th. ??
Isa Kam?
Lakk bilb:-0900011333
0911777900
Gadaa Electronics1
Gadaan quufaaf gabbina!
@top fans
#follower #follower
Iddoo gaarii oolaa
Bakki hojii keenya ganama sa’aatii 2:30 hanga galgala 2:30 tti banaadha.
👍1
Signed KingoBm Bayo
24 May 2026, 14:43 UTC≈1,560 viewsread 7 August 2026 Video
BIG DISCOUNT — iPhone 17 Pro Max 🔥
📱 512GB
✅ Physical SIM + eSIM
✅ Factory Unlocked
✅ Original International Version
🎥 Best for Video
⚡ Super Fast Performance
🔋 Strong Battery Life
📸 Professional Camera Quality
💥 Limited Time Discount Available Now!
📍Gadaa Electronics
📞 0911777900
📞 0900011333
#iPhone17ProMax #GadaaElectronics #Apple #iPhone #AddisAbaba #Bole #Discount
Signed KingoBm Bayo
22 May 2026, 16:10 UTC≈1,340 viewsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed KingoBm Bayo
22 May 2026, 16:09 UTC≈1,570 viewsread 7 August 2026 🔥 SATURDAY SPECIAL DISCOUNT 🔥
Baga Nagaan Dhuftan!
🎉 Saturday irratti discount addaa qopheessineerra! 🎉
📱💻 Gadaa Electronics – WELCOME!
🎉 Big Discount Continues! 🎉
🇪🇹 እንኳን ደህና መጡ!
🎉 የቅዳሜ ልዩ ቅናሽ ተጀምሯል! 🎉
⚡ Hurry! Limited-time discounts are still continuing.
📍 Visit Gadaa Electronics today!
━━━━━━━━━━━━━━━━━━
💻 LAPTOP CATEGORY
🔹 UNDER CAPITAL (Budget)
✨ Best for students and everyday users
• HP EliteBook 840 …
Signed KingoBm Bayo
21 May 2026, 18:48 UTC≈1,230 views1 reactionsread 7 August 2026 Photo
#Baga Nagaan Dhuftan!
Discount guddaan itti fufee jira!
📱💻 GADAA ELECTRONICS – WELCOME!
🎉 Big Discount Continues! 🎉
እንኳን ደህና መጡ!
🎉 ትልቅ ቅናሽ ቀጥሏል!
🎮💻 Namoonni laptop graphics barbaaddan!
Garaa garaa hojii fi gaming keessaniif laptop graphics card adda addaa qabna.
✅ 2GB Graphics – hojii barnootaa & editing salphaa
✅ 4GB Graphics – gaming fi design giddu galeessaa
✅ 6GB / 8GB Graphics – gaming ci…
👍1
Signed KingoBm Bayo
Showing the 12 most recent of 13 posts we hold for @Gadaaelectronics24. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.