27 Jul 2026, 16:45 UTC156 views4 reactionsread 7 August 2026 Maaliif zamanni akkanatti nama jijjira, ka kalee rakkataa arra qabaataa ,ka kalee qabaataa arra miskiina , ka kalee Rabbi sodaan beekkamu arra hamtuudhaan beekkama hanga namni waan isa mudatuu taa’u amanuu hin dandeenyetti takkatti jettee na gaafatta?
Guyyaan waraana Rabbiiti; Rabbiin akka fadhetti uumama isaa jiddutti garagaggalcha—akka uumamni Isaa wanni takkalleen Isa malee bakka takka hin teessu jachuu agarsiis…
❤4
Signed Abuu MUSLIM
26 Jun 2026, 07:05 UTC429 views3 reactionsread 7 August 2026 ✅ Hasan Al-basriin Akkana ja'e :
===================✍️ waajahaatu (6) qalbii namaa Balleeysaa ja'e ☝️
1 = Dilaawanii nin towbadhaa .
2 = Baratanii itti hojjachuu dhabuu .
3 = hojiin isaanii qulqullina dhabuu .
4 = Nyaatanii Rabbiif Galta galchuu dhabuu .
5 = Waan Rabbi isaaniif qoode Jaalachuu dhabuu .
6 = Nama Du'e Awwalanii Gorfamuudhabuudha .
✅ Namni hundi Sheekhas ta'u Daldalas ta'u, Polisiis ta'u Qotee bula…
😢3
Signed YASIN MUHAMMED
11 Jun 2026, 04:06 UTC548 views6 reactionsread 7 August 2026 🕰️ Gorsa Ijoollee Sa’aatii Kubbaa fi Taphatti Fixanif
Yaa obboleeyyan koo…
Sa’aatiin yeroo keessaa qabeenya guddaadha. Namni yeroo isaa eegu mootummaa ofii ijaarrata; namni yeroo isaa balleessu mootummaa ofii diiga.
⚽ Kubbaa ilaaluun badaa miti…
Garuu yeroo hundaa kubbaa qofa irratti fixuun sammuu fi egeree namaa dadhabsiisa.
📚 Sa’aatii tokko kitaaba dubbisuun,
🕌 sa’aatii tokko Qur’aana qara’uun,
💡 sa’aatii tokko …
👍6
Signed جمال ابن غالي
4 Jun 2026, 18:35 UTC503 views5 reactionsread 7 August 2026 Haala Jireenya Namaati fi Hariiroo Isaan Rabbii Waliin Qaban
Yoo sirriitti xiinxalte, ilmi namaa haala jireenya isaanii fi ajaja Rabbii godhuu irratti hundaa'anii bakka afuritti qoodama tahuu argita.
1.Ajaja Rabbiiti godha,akkasuma jireenya isaa keeysattiis gammachuu qaba.
2.Ajaja Rabbiiti godha,garuu jireenya isaa keeysatti rakkataadha.
3.Ajaja Rabbii hin godhu,jirrenya keeysatti ammoo gammachuu qaba.
4.Ajaja Rabbi…
👍4🎉1
Signed YASIN MUHAMMED
4 Jun 2026, 15:36 UTC295 views5 reactionsread 7 August 2026 ☆ "ifumaaf nama if tuffachiiftaa?"
👉 Yaa nama khiyya ati qaalii tahuu khee beekhi. Ati nama khabajamaadha. Rabbiin nama godhee wanti si uumeef, kabajamaa tahuu kee si beeysisuufi. Uffata kabajaa kan Rabbiin sitti khaaye namoota gammachiisuuf jettee yoo saaqqatte, ifumaaf nama if tuffachiiste. Namoonni yoo fedhii fi faaydaa isaanii eeyde malee, yoo mataarratti isaan baatte malee sin kabajan. Jiddu gala wahii tokko ir…
❤5
Signed YASIN MUHAMMED
3 Jun 2026, 22:09 UTC268 viewsread 7 August 2026 Tabi’in beekamaan Abu Muslim Al-Khawlaanii (Rabbi rahmata haa godhuuf) nama akkaan Rabbi sodaatu ture.
Abu Muslim yeroo hundaa masjiidaa yoo deebi’an, akkuma hulaa mooraa gahuun sagalee ol kaasanii "Allahu Akbar" jachuu turan. Haati mana isaa , akkuma sagalee isaa dhageesseen keessaa lallabdee "Allahu Akbar" jettee deebistiif.
San booda, yeroo inni moora ol seenee ammaas irra deebi’ee takbiirtaa ja’a, isiiniis ni de…
Signed YASIN MUHAMMED
25 May 2026, 14:21 UTC428 views4 reactionsread 7 August 2026 Guyyaa arafaa boruu kana maal godhuu qabna?
1, Soomanuu; Maalif?
guyyaa tokkichaa kana soomanuun diliin bara lamaa nuuf araaramti yoo rabbi ja’e.
2, Salaata; Salaata fardii jam’aan masjiidatti salaatuu fi Sunnaalee salaataa heddummeeysuu; Maalif?
Salaanni irra jaalatamtuu ibaadaati.
Rasuulli rabbii irra caaltuun dalagaa rabbi biratti jaalatamtu kami jechuun gaafatamee, Salaata yeroo isii irratti salaatuudha ja’an
…
❤4
Signed YASIN MUHAMMED
4 May 2026, 16:07 UTC579 views12 reactionsread 7 August 2026 Luqmaan Al-Hakiim ilma isaatiin akkana ja’e:
• Yeroo salaata keessa jirtu, qalbii kee eeggadhu.
• Yeroo nama keessa jirtu, arraba kee eeggadhu.
• Yeroo mana namaa jirtu, ija kee eeggadhu.
• Yeroo nyaata irratti namaa wajjiin walitti qabamte, garaa kee eeggadhu.
Waa Lama gonkumaa hin yaadatin:
1. Hammeenya namoonni si irratti raawwatan.
2. Gaarii ati namootaaf goote.
Waa Lama immoo gonkumaa hin dagatin:
1. Rabbii kee…
👍10❤2
Signed YASIN MUHAMMED
20 Apr 2026, 20:18 UTC694 views2 reactionsread 7 August 2026 Hamii (Al-Ghiibah).
Hamii jechuun bakka namni tokko hin jirretti wanta inni jibbuun kaasudha. Hamiin gocha badaa fi dhoowwamaa hariiroo fi obbolummaa namoota balleessudha. Hamiin hanqinna dhokataa (eybii) nama tokko ifa baasun ummata keessa facaasu waan ta'eef, isaan jidduu ibidda diinummaa qabsiisa. Akkasumas, namni tokko yommuu eybii (nawrii) namaa namoota keessa facaasu, namoonni cubbuu (dilii) haala salphaan akk…
❤2
Signed YASIN MUHAMMED
20 Apr 2026, 17:19 UTC524 viewsread 7 August 2026 Dubartiin tokko akkas jettee Sheek Al-Albaanii gaafatte,
"Yaa Sheek, fuudhaa fi heeruma koo dura dubartii yeroo hunda soomanaa fi salaata salaattun ture. Qur'aana keessatti gammachuu guddaa qaban ture. Amma, mi'aa ibaadaa dhabeen jira." Sababni isaa maali jetteen
Innis, Rabbiin isaaf haa araaramu, "xiyyeeffannoon ati abbaa manaa keetiif kennite jirtu akkami jedhee gaafaten?"
Isheenis akkana jette: "Yaa Sheek waa'…
Signed YASIN MUHAMMED
6 Apr 2026, 14:25 UTC591 views3 reactionsread 7 August 2026 «ilmaan jallachuu fii baduun Abboottiin isaanii Rakkoo qaban jechuu miti».ღ
«Gaafa ilma jallaa,badaa fii faajira tokko agarte haadhaa fii abbaa isaatti zannii baddee guddisaa fii kunuunsa isaaf godhan keessatti rakkoo qabu jechuun yaaduurraa eeggadhu. Haadhaa fii abbaa meeqaatu jira kan ilmaan isaanii isaaniif qajeelanii gaggaarii fii babbareedoo akka isaaniif ta'aniif jecha yeroo,qabeenya,beekumsa,humnaa fii yaad…
❤3
Signed YASIN MUHAMMED
26 Mar 2026, 21:16 UTC582 views4 reactionsread 7 August 2026 👉#imaamni masgiida tokko akkana ja’a ;
Salaata Subhii eega Salaanne booda mucaa umriin isaa 13 tokkootu natti dhufe ;Abbaan kiyyaa haajaa jabduuf si barbaada naan ja’e.!!
Manni isaanii masjiduma biratti dhihoo waan taheef ka’eti gara mana isaanii wajjiin deeme.
Yeron mana ol seenu kuno abbaan isaani nama umriin amata 50 gahu akkana naan ja’e ;
Yaa Sheeka intalti tiyya Sakaraata du’aa keeysa jirti sakaaranni itti jaba…
❤4
Signed YASIN MUHAMMED
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Gaaddisaislaamaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.