5 Aug 2026, 17:35 UTC≈1,970 views21 reactionsread 21 August 2026 Photo
#Oduu_Gammachiisaa! Barattoota Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa (MBIBBA), MB Waldaa Misooma Oromiyaa fi Manneen Barnootaa Addaa (MBA) Sadarkaa 2ffaa Dorgommanii Galuu Barbaadani Hundaaf
----------------
BBO - Adoolessa 29/2018: Barattootni bara 2018 Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fudhachuun qabxii olaanaa galmeessaniifi MBIBBA, WMO fi MBA Sadarkaa 2ffaa galanii barachuuf fedhii qaban hundi #ulaagaa galmeefama…
❤9👍7🔥5
31 Jul 2026, 08:33 UTC≈4,130 views72 reactionsread 21 August 2026 Qabxiin Qormaata Kutaa 6ffaa Bara 2018 Ibsame.
BBO - Adoolessa 24/2018 Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. 1ffaa Kutaa 6ffaa Bara 2018 Waxabajjii 08- 09/2018 kennamee tura har'a qabxiin barattootaa ifoomeera.
Qabxiin darbiinsaas 50%fi ol ta'uun murtaa'eera.
Qormaata kan fudhatan barattoota dhiira 267,307
dubara 249,902
#walitti :517,209 ta'an keessaa qabxii darbiinsaa (50%fi ol) galmeess…
❤49👏8🔥6👎4👍2😁2❤🔥1
27 Jul 2026, 17:14 UTC≈4,010 views22 reactionsread 21 August 2026 Ijaarsi Mana Jireenyaa Maatii Barataa Kaaliid Qaasim Sadarkaa Irea Jiru Daawwatame.
---------
BBO -Adoolessa 20/2018 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Mana Jireenyaa Maatii Barataa Kaaliid Qaasimiif Ijaaruuf Waadaa Gale Galmaan Gahuuf Guyyaa Har'aa Manaajimentiin Biirichaa Bakkatti Argamuun Sadarkaa Ijaarsi Irra Gahe Daawwateera.
Ijaarsi Manichaas Xumuramuuf 60% Kan Jiru Yoo Ta'u, Yeroo Gabaabaa Keessatti Xumuramuun Kan Itt…
❤21👎1
26 Jul 2026, 20:13 UTC≈3,360 views9 reactionsread 21 August 2026 Kalaandarii Barnoota Waliigalaa Bara Barnootaa 2019
Kalaandarri Barnootaa Bara 2019 Ifoome.
BBO- Adoolessa 18/2018 Kalaandariin Barnootaa Bara 2019 Ifoomeera.
Haaluma kanaan:
#Adeemsi Baruu Barsiisuu Fulbaana 05/2019 Ni Jalqaba.
#Guyyaan Barnootaa Semisteera 1ffaa - 107
#Guyyaan Barnootaa Semisteera 2ffaa - 103
#Walitti Guyyaa 200 adeemsi baruu barsiisuu ni gaggeeffama.
Oromia Education News
Tola…
❤9
26 Jul 2026, 14:11 UTC≈3,400 viewsread 21 August 2026 Photo
Barattoonni hojii fi dandeettii isaanii yeroo ammaa haala gaariitti fooyyeffachaa jiru. Hojiiwwan hedduun barattoota keenyaa dandeettii fi muuxannoo isaanii gabbifachaa jira. Kuni immoo barnoota isaanii keessatti carraa kennaa jira. Nuti barattoota keenya hundaaf deeggarsa gochuu qabna! Dandeettii fi dandeettiin barattootaa sirnaan cimuun himannaa uzinaawuutiin gargar bayuu danda'a. You are not alone on this journey…
24 Jul 2026, 20:05 UTC≈3,410 views26 reactionsread 21 August 2026 Photo
#Hubachiisa
Barattootaafi maatii isaanii hundaaf odeeffannoo firiifi qabxii qormaataa irratti wanta haaraa yoo arganne, ariitiin as irratti isin biraan geenya.
Odeeffannoo dogoggoraa fi liinkii hin amanamne irraa of eeggadhaa; yeroo waan sirrii ta’e qofa mirkaneeffannee isin beeksifna.
Yeroo firiin/ qabxiin ifoomu, akkamitti akka ilaaltan salphaatti isin qajeelchina. Obsaan nu eeggadhaa!
📢 Made with Inside
👍12❤9👌3🥰2
24 Jul 2026, 16:38 UTC≈3,280 views17 reactionsread 21 August 2026 #Hubachiisa:- #Qabxiin_Qormaata_Kutaa_6ffaa guyyoota muraasa booda kan ibsamu ta'uu odeeffannoo argannerraa hubachuun danda'ameera. Obsaan nu eeggadhaa!
👍13❤3😁1
22 Jul 2026, 10:28 UTC≈5,460 views52 reactionsread 21 August 2026 Kan isin dide VPN cufaa yaala
❤22👍7👏6🔥6😁4👎3🏆2⚡1
22 Jul 2026, 09:37 UTC≈5,800 views44 reactionsread 21 August 2026 Link:👉 http://ministry.et
❤17👍14👏13
22 Jul 2026, 08:34 UTC≈4,860 views77 reactionsread 21 August 2026 Forwarded from @biroo_barnoota_oromiyaa
Naannoo Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Ifoome.
----------
BBO - Adoolessa 15/2018 Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa Kutaa 8ffaa Bara 2018 Waxabajjii 11 - 12/2018 Kennamee Ture Har'a Qabxiin Ibsameera.
Haaluma kanaan, qabxiin darbiinsaa 50%fi ol kan galmeessisan yoo ta'u , barattotni 50%fi ol galmeessisanis 86.4% ta'uun beekameera.
#Qabxii_Qorma…
❤44👍11👎9👏4🔥4😁3🥰1😍1
21 Jul 2026, 17:29 UTC≈3,960 views35 reactionsread 21 August 2026 Forwarded from @biroo_barnoota_oromiyaa
#hubachiis
Barattoota Qormaata_Naannoo_Kutaa_8ffaa Bara 2018 Fudhatan Hundaaf
----------
BBO - Adoolessa 14/2018 Qormaatni Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Waxabajjii 11-12/2018 tti kennamaa ture qabxiin/firiin/ isaa guyyaa boruu Adoolessa 15/2018 Waaree Dura Sa'aatii 4:00 -6:00 keessatti kan ibsamu ta'a.
#Qabxiin_Qormaata_Kutaa_6ffaa guyyoota kudhan booda kan ibsamu ta'uu odeeffannoo argannerraa hubachuun danda'ameer…
❤22🔥7👍6
21 Jul 2026, 16:44 UTC≈5,370 views19 reactionsread 21 August 2026 Photo
Qabxiin Qormaata Xumura Barnoota Sad.1ffaa kutaa 8ffaa bara 2018 ifoome.
-----------
Bara Barnoota 2018 Barattootni Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa #Qormaata_fudhatan:
Dhiira - 276 702
Dubara -261 146
#Walitti - 537 848
#Gara Kutaa_9ffaatti_Kan_Darban immoo 85.6% yoo ta'u,
Dhiira - 238, 512 (86.2%)
Dubara - 222, 108 (85.1%)
#Walitti - 460, 620 (85.6%) ta'uun beekameera.
❤15👎2👍1🔥1
Showing the 12 most recent of 17 posts we hold for @Entrance_exam_result_check. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.