3 Aug 2026, 17:36 UTC238 views3 reactionsread 7 August 2026 Dhukkuba saree maraatuu (Rabies)
*****
*Dhukkubni saree maraattee gosa dhukkuba hoosiftoota hunda miidhuu fi vayirasii dhan dhufuudha.Vayiraasiin kun hoosiftoota hundarraa karaa haancufaan namatti kan daddarbu yoo ta’u , 95% saree irraa nama qaba.
Namni tokkoo saree vayirasii kanaan qabamteen ciniinamee torbee sadii hanga ji’a sadii gidduutti mallattoo agarsiisuu jalqaba.
MALLATTOOLEE ISAA!
***
1.Mallattoolee kara…
👍3
Signed Hamilee HD
2 Aug 2026, 17:32 UTC383 views2 reactionsread 7 August 2026 Akkamitti marsaa laguu osoo hin argin ulfa ta’uun danda’amaa?
*****
Gaaffii : Dubarri tokko tasuma osoo laguu hin argin yookin erga laguu dhabbataadha yookin yeroo isaa eegee hin dhufneen ulfaa’uu dandeessii?
EYYEE!
Dubarri umuriin ishee wal-hormaataf gahe tokko osoo tasuma marsaa laguu hin argin ulfaa’uu ni dandeessi.
Sababni isaas marsaan laguu kan dhufu erga hanqaaquun dubaraa xannacha ovarii irraa gadi dhiifamte…
👍2
Signed Hamilee HD
31 Jul 2026, 16:54 UTC413 views3 reactionsread 7 August 2026 #Share #Like #follow Godhaa
Dhukkubbii_Ilkaanii (Toothache)
***
Sababa KA'UMSA isaa muraasa.
● Nyaatamuu ilkaanii (dental caries).
● Caccabuu ilkaanii ( broken teeth).
● Infekshinii irga ilkaanii.
● Infeekshinii ilkaanii.
● Ilkaan lallaafe (dhibamee ykn buqqa'uuf jedhee).
● Halkan rafanii, osoo hin beekiin humnaa ol ilkaan walitti ciniinuu.
● Nyaatni ilkaan keessa seenee hafuu.
● Ilkaanota namtolchee ykn waantoota il…
👍3
Signed Hamilee HD
29 Jul 2026, 12:35 UTC535 views4 reactionsread 7 August 2026 Vaayirasii Tiruu B (HBV)( Dhukkuba simbiraa)
Heeppataayitas B'n dhukkuba tiruu gosa vaayirasii tiruu B (HBV) dhufuudha
👉 Vaayirasii tiruu gosoota 5tu jiru, isaanis A, B, C, D fi E dha
Heeppatayitas B'n vaayirasii miidhaa guddaa geessisaa jiru keessaa isa tokko
Addunyaarra namoonni biliyoona 2 ta'an vaayirasii kana kan qaban yoo ta'u namoonni miliyoona 300 ta'an dhukkuba tiruu vaayirasii kanaan dhufu qabu
Akka biyy…
❤2👍2
Signed Hamilee HD
28 Jul 2026, 18:34 UTC501 views3 reactionsread 7 August 2026 Yoo qaamni saalaa dubartii qaama saalaa dhiiraa qabee gad lakkisuu dide waan godhuu qabdan...
****
Namootni lama walquunnamtii saalaa godhanii erga raawwatan booda qaamni saalaa isaanii wal gadhiisuu (walittii ba’uu dide) oduu jedhu dhageessanii beektuu?
Tarii waanti akkasii yoo isin mudate;-
*Hunda dura haalli keessa jirtan waanta hamaa ykn yeroo dheeraa fudhatu akka hin taane of yaadachiisuun gaariidha.
*Dhiphach…
👍3
Signed Hamilee HD
25 Jul 2026, 19:07 UTC582 views3 reactionsread 7 August 2026 Almaaz Baala Ciraa (Herpes zoster)
~~~~
☞ Dhukkubni kun gar_tokkee qaamaa ykn guutummaa qaama namaa kanneen akka dugdaa, mataa, naannawa afaanii, naannawa qaama saalaa, garaa irratti ykn fuula irratti mul'atuu danda'a.
Jalqaba gogaan keenya, bakki dhukkuba kanaan miidhame finniisa/shiffitaa akka sarara xiqqaa kan bishaan kuufatu qabu yoo ta'u miira gubaa cimaa,miira hoosisuu fi miira dhukkubbiis qaba.
Akka Aadaatti…
👍3
Signed Hamilee HD
24 Jul 2026, 17:27 UTC639 views5 reactionsread 7 August 2026 "Dhalaan sanyii dhiiraa (Ispeermii) harkaan yoo ofitti nayxe ulfaa'uu dandeessii?"
*****
Akkuma beekamu yeroo wal qunnamtii saalaa sanyiin dhiiraa (Ispeermiin) miliyoonaan lakkaa'aman qaama saalaa dhalaa keessa seenuun adeemsi uumamuu dhala namaa jalqaba. Yeroo tokko tokko taateewwan isaa baay'ee muraasa tahus yeroo shamarreen tokko dhiira waliin utuu wal qunnamtii saalaa hin godhin ykn durbummaa waliin ulfaa'an arg…
👍4👏1
Signed Hamilee HD
23 Jul 2026, 15:20 UTC661 viewsread 7 August 2026 "Walqunnamtii saalaa jilba nama ni luqqiftii?"
***
Ee, walqunnamtiin saalaa jilba quncisuu qofa odoo hin taane lafee jilbaa miidhuu ykn miidhaa duraan ture hammeessuu ni danda'a. Kunis keessumattuu namoota dhukkubbii killee jilbaa qaban, kan dhiheenya opireeshinii jilbaa godhatan, ykn bifa jilba irratti dhibbaa guddaa fiduun yoo raawwatame rakkoo buusaa jilbaatirra fiduu danda'a. Akksumas yoo lafa qaaccaa irratti mii…
Signed Hamilee HD
19 Jul 2026, 17:46 UTC796 views6 reactionsread 7 August 2026 KINIINA ULFA TASAA ITTISU (Emergency contraceptive pill)
****
GAAFFII: Dubarri tokko wal-qunnamtii saalaa hin barbaachifne yookin tasa rawwattee qoricha ulfa tasaa ittisu (postpill) erga fudhattee guyyaa tokko booda itti deebitee qunnamtii saalaa tasaa yoo rawwatte irra deebitee fudhachuu qabdii?
DEEBII: EYYEE!
* Qorichi ulfa tasaa ittisu akka micireen gadameessa irratti hin maxxanne kan ittisu yoo ta’u taateen kuni…
❤6
Signed Hamilee HD
18 Jul 2026, 18:39 UTC852 views4 reactionsread 7 August 2026 Dubra takkaa dhiira waliin wal qunnamtii saalaa gootee hin beekne waliin rafuuf...
****
Wanti duraan raawwatanii hin beekne yeroo baay'ee nama sodaachisuu danda'a. Namni tokko durbummaa qaba kan jedhamu yeroo baay'ee kana dura walqunnamtii saalaa raawwatee ykn rawwattee kan hin beekne yoo ta'edha. Kanaaf, gaafa jalqaba raawwatan miirri sodaa jiraachuu danda'a. Akkasumas, nama jaalatanii fi baay'ee amanan waliin yoo t…
👍4
Signed Hamilee HD
3 Jun 2026, 13:27 UTC≈1,050 views8 reactionsread 7 August 2026 Shanyiin kormaa xiqqaachuu |Low sperm count|
**
Namni fayya qabeessi tokko yeroo sanyii kormaa miliyoona 15 hanga 200 gad lakkisa . Shanyiin kormaa namni tokko yeroo walqunnamtii saalaa godhu gad lakkisu yoo miliyoona 15 gad kan ta'u ta'e sanyiin kormaa xiqqaate jedhama. Sanyiin kormaa xiqqaachuun akka carraa dubartii takka ulfeessuu ni xiqqeessa. Garuu dabree dabree sanyii kormaa xiqqoo qabaatee kan ulfeessuus ni ji…
👍5❤3
Signed Hamilee HD
3 May 2026, 14:59 UTC≈1,150 views7 reactionsread 7 August 2026 #Dhukkubbii yeroo wal quunnamtii saalaa (#Dyspareunia, (Pain during sex))
***
~Dhukkubbii yeroo wal quunnamtii saalaa kan jedhamu, yerooma wal quunnamtii saalaa godhan qofa miti; dhukkubbii wal quunnamtii saalaa dura yookaan booda namatti dhagahamullee ni dabalata. Kanaaf, dhukkubbiin yeroo wal quunnamtii saalaa, dhukkubbii wal quunnamtii saalaa dura, yeroo wal quunnamtii saalaa raawwataniifi edda rawwataniin …
❤7
Signed Hamilee HD
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Dr_Nafyad_Getu. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.